Girmaa Kuusaa

Музыка

Faarfannaa ergaa Waldoota kristaanaa bara keenyaati. #girmaa #kuusaa #girma #kusa
#Ittiin #eebbifamaa!!
#faarfannaa #faarfataa
#oromogospelsong #oromobiblesociety #faarfannaa_afaan_oromoo #abbaagammachiis #onesmosnasib #christianmovies #christ #oromo #oromoo

Пікірлер: 37

  • @WassupYall000
    @WassupYall0003 жыл бұрын

    Gooftaan Obboleessa keenya Girmaa haa eebbisu! Nama hubataa qooqa qofaan utuu hin tahin jireenyaan farfaatu kana Waaqayyo daddabalee nuuf haa eebbisu 🙏 Nuunis Waaqayyo nu haa gargaaru😔

  • @boojuutube

    @boojuutube

    3 жыл бұрын

    Dhuguma Waaqayyo nu haa gargaaru. Mucaan qaxaleedha. Beekta mitiire atis ❤️ Eebbifami!

  • @user-fb7uc5ke7g
    @user-fb7uc5ke7g29 күн бұрын

    Ebbiifamii❤❤❤❤❤❤❤

  • @olikabelay5878
    @olikabelay58783 жыл бұрын

    Nama sirnaan hubatuuf,Faarfannaan Faarfataa Girmaa Kuusaa hundisaa baraa baratti darbuun ergaa guddaa kan labsudha!

  • @boojuutube

    @boojuutube

    3 жыл бұрын

    Dhugaa jette Obbolee. Waaqayyo si haa eebbisu

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome3 ай бұрын

    Girmee ❤❤❤❤❤

  • @Gamaa-yp5zz
    @Gamaa-yp5zzАй бұрын

    Eebbifami!!!

  • @hawiibirisaxigeewaqayogofo5514
    @hawiibirisaxigeewaqayogofo55144 жыл бұрын

    ameni me yadii waqayo eebifami nama waqayo🎵🎵🎵🎵🎧🎧🎤🎤🎤🎻🎻🎻🎻

  • @johncell8389
    @johncell83893 жыл бұрын

    Ebbifami, farfannaa keetin bayyeen eebbifame🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ayantumuleta9653
    @ayantumuleta9653 Жыл бұрын

    Uuuuffffeeee Ameeeen eebbiiffaami

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile92892 жыл бұрын

    Ameeeeeeeen Ameeeeen Eebbifamii dachaa maqaa yasusiin darbii deemii ✝️💕🎤🙏🙏🙏

  • @boojuutube

    @boojuutube

    2 жыл бұрын

    Ameen eebbifami

  • @meserettaganu5348
    @meserettaganu534810 ай бұрын

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen ebbifamaa ebbifam 🙏🙏

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i2 жыл бұрын

    Ameeen Ameen Ameen Ameen 🤲🙏❣️❣️❣️🤲🤲🙏

  • @user-rx8kp9lh2p
    @user-rx8kp9lh2p5 ай бұрын

    Ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @karaadhugaa7160
    @karaadhugaa71603 жыл бұрын

    Uuuuuufeee ameeeeeeen ebbifaamii dachaa waqqayoo baraaf jirenyaa kee haà ebbiisu 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🤲🤲🤲🤲🤲

  • @jmeelhafrom997
    @jmeelhafrom9974 жыл бұрын

    Ameeeeeeeee ameeeeeeeeeeeen ebifaamaa dariibadeema sabawaqayoo barafi jireenyii keesan haeebifamuu eebbifamaa

  • @user-io8yn6gs6t
    @user-io8yn6gs6t3 жыл бұрын

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen eebbifami😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @boojuutube

    @boojuutube

    3 жыл бұрын

    Ameen eebbifami atis

  • @asemulu2762
    @asemulu27622 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ebifamaaa 🥰♥❤😍

  • @tigiskasahun7107
    @tigiskasahun71074 жыл бұрын

    Waqayyoo waqaraa dachaa saa eebbiisuu kana caalaa ayyannii waqayyoo dachaa dachaa sif haa bayaatuu

  • @user-vv1tg2kb3x
    @user-vv1tg2kb3x2 ай бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @firomsamosisa
    @firomsamosisa2 жыл бұрын

    Far. 51 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁴ Yaa Waaqayyo, yaa gooftaa na fayyiftuu, dhiiga koo dhangala'uu oolchi! Arrabni koos waa'ee qajeelummaa kee gammachuudhaan guddisee in faarfata. ¹⁵ Ati arraba koo hiiki, yaa gooftaa! Afaan koos jajuu kee in hima. ¹⁶ Qalmi sitti hin tolu, aarsaa dhi'eessuu koottis ati hin gammaddu; ¹⁷ hafuurri yaada cabaa aarsaa Waaqayyo biratti fudhatamuu dha, yaa Waaqayyo, ati garaa cabaadhaafi bullaa'aa hin tuffattu! ¹⁸ Akka sitti tolutti Xiyooniif gaarii godhi, masaraawwan Yerusaalem deebisii ijaari! ¹⁹ Yommus qalma qajeeltootti, aarsaatti, qalma guutummaatti gubamuttis in gammadda; yommus iddoo aarsaa kee irratti tuntunoowwan qalmaaf in dhi'eeffamu.

  • @OpsiHayilu
    @OpsiHayiluАй бұрын

    🥰🥰

  • @boojuutube

    @boojuutube

    Ай бұрын

    Obsiiko thanks

  • @fatimacell6593
    @fatimacell65933 жыл бұрын

    Ayyaanasaa, kaanarracaalasiirraatihaadabaluu, barrakeegoftadhumaafjiradhu, sagaragaruu

  • @ritatwelco1089
    @ritatwelco10893 жыл бұрын

    Waqayyo bara kee haa dheerressu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝

  • @alisabeh3490

    @alisabeh3490

    3 жыл бұрын

    Ameen. Ameen. Ameen . Ameen. Ameen. Ameen. Ameen. Ameen. Ameen

  • @jmeelhafrom997
    @jmeelhafrom9974 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee

  • @user-xm5xm2mg2i
    @user-xm5xm2mg2i3 жыл бұрын

    Waqaayyo dacha dacha sii yaa ebisuuu

  • @aliobeid7116

    @aliobeid7116

    3 жыл бұрын

    Uaisbijgauwauagaiaguwa

  • @jmeelhafrom997
    @jmeelhafrom9974 жыл бұрын

    💌💌💌💌💌💌💌💍

  • @jmeelhafrom997
    @jmeelhafrom9974 жыл бұрын

    Jamilaa Dammaa dubai irraa 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @boojuutube

    @boojuutube

    3 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/h4162KioYqq1d5M.html

Келесі