"Gadaan niJaatame" Dr.Gammachuu Magarsaa Qorannoo Oromoorratti kutaa 2ffaa

Dr.Gammachuu Magarsaa Qorannoo Oromoorratti kutaa 2ffaa

Пікірлер: 36

  • @ibsaligdi1853
    @ibsaligdi18538 ай бұрын

    Lubbuun keessan nuuf haadheeratu Dr. Gammachuu.

  • @dhaabaaabedeta6092
    @dhaabaaabedeta6092 Жыл бұрын

    Thañk you Dr Gammachu.

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
    @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 Жыл бұрын

    Abba koo umri dheradha baayee isin jaladha uuuufffff damma keenya😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😍💓💓💓💓

  • @idosadibaba4494
    @idosadibaba4494 Жыл бұрын

    Umurii dheraa siif hawina abba kenya thanks a lot

  • @devadebala4375
    @devadebala4375 Жыл бұрын

    Ammaayyuu jabaadhu....waan baay'ee sii irraa baaradhera!

  • @agaguyo2908
    @agaguyo2908 Жыл бұрын

    Lubbuun keessan nuuf haadheeratu.

  • @DaraaraaFayyee-
    @DaraaraaFayyee-2 ай бұрын

    Umurii dheradhuu jabaakoo

  • @abbaamilkii448
    @abbaamilkii448 Жыл бұрын

    Umrii nuuf dheeradhaa

  • @oromummaa4833
    @oromummaa4833 Жыл бұрын

    Nama jabaa qabnna umurii nuuf dheeradhaa

  • @tsegayemamo8197
    @tsegayemamo8197 Жыл бұрын

    What great source of knowledge it is? Oromo please use huge mountain of knowledge before it to late!

  • @Gibeee
    @Gibeee Жыл бұрын

    "Wollaalaan nurraa goree beekaan beekumsaan nufuree" kan Dr. Alii Birraa jedhe sana qabatamaan argaa jirra.

  • @mekonnenkuru3377
    @mekonnenkuru3377 Жыл бұрын

    Thanks Doctor !! Galata qabdu!

  • @gutudtolagutudtola
    @gutudtolagutudtola2 ай бұрын

    Umuuri dheerraan hawwaaf

  • @Life11723
    @Life11723 Жыл бұрын

    Kan teessoo irratti barreefame sana mee sirreessaa! Tokumaa otoo hin taane Tokkummaa ta'uu qaban se'a.

  • @mitikeduro7756
    @mitikeduro7756 Жыл бұрын

    May God Give to you long life Dr. 🙏

  • @wendexeshetu7454
    @wendexeshetu7454 Жыл бұрын

    THANK YOU Dr!

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 Жыл бұрын

    Galatoomii beekaakoo jabaa dr gammeekoo jaallatamaa 💔💚💔

  • @user-mu9zt5tp9g
    @user-mu9zt5tp9g Жыл бұрын

    Dr. Alii Birraa welluu kiloolee isaan akkas jedhe ture "Wallaalaan nurraa goree beekaan beekumsaan nufuree" kuno hayyuu keenyaa DR. Gammachuu Magarsaan qabatamaan argaa jirra. dokmantiin kun galaa dhalootaa dhalootaa dhufutii guddaa galatomaa umurii nuuf dheradhuu DR kiyyaa warraa OBS hojii garii hawwassaa ummataa oromoof gummachitaniif galatomaa nuu jiradha.

  • @kalbesabeyene4418
    @kalbesabeyene4418 Жыл бұрын

    Abdisa Tiruneh's family: what a sad story! May God shield you Dr. Gemechu!

  • @mitikeduro7756
    @mitikeduro7756 Жыл бұрын

    God job I'm proud of you 👏

  • @asheetuasheetu427
    @asheetuasheetu427 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤💓💕👍👍👍👍💖

  • @MunawarRaayyaa-xq1gq
    @MunawarRaayyaa-xq1gq11 ай бұрын

    A❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤mas❤❤ ❤iiiiiiiiiii❤❤❤❤❤

  • @ethii-uf9to
    @ethii-uf9to Жыл бұрын

    Umirii koraa siif Haa dabaluu

  • @gemechunado2976
    @gemechunado2976 Жыл бұрын

    kitaaba kana akkamitti argachuu dandeenya Dr?

  • @abdissamoges8512
    @abdissamoges8512 Жыл бұрын

    👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤ etfufa❤❤❤

  • @nuge501
    @nuge501 Жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @sadihasan2263
    @sadihasan2263 Жыл бұрын

    wanbektu sirrit offers dabarsi

  • @AsfawDiba
    @AsfawDiba Жыл бұрын

    Doktor oromoon qurxummii miti kan Abashoonni kaleessa oromoon bishaan keessaa ba'e jedhanii nu'arabsaa turan mirkaneesuufii fakkaataa nudhiisaa maaloo kan isin jettan uumeen walaabuu baate kan jedhu oromootu bishaan keessaa ba'e jechuudha akka jettanitti garuu Waaqayyo akka bifa isaa akka fakkenya isaatti nama uume jedha haata'u malee waaqayyo nama kan biraa uumee oromoo uumuu dadhabemoo oromoon qurxummiidha naangalle waan ta'ef itti yaadaa

  • @obstv7787
    @obstv7787 Жыл бұрын

    studio.kzread.infozbZDWs4GtUM/edit

  • @sadihasan2263
    @sadihasan2263 Жыл бұрын

    umri dheradhu

  • @bonsaahmed2699
    @bonsaahmed2699 Жыл бұрын

    jaartiitu nan beeka nan beeka jattee macaafa qeesichaa dhiqxe jadhama. Silaa waayedhuma Oromoo qofa dubbatanii, isa kaan kan beekumsa isaa hin qabne kan akka Islaamummaa faa dhiisani, kabajaan qaban irra turuu danda'a. namni gaafa waan hin beekne irraa haasa'u bushaawuu jalqaba. haasaa isaanii keessatti utuu waayee Islaamummaa hin beekin, Islaamummaan akkasi, akkana ...jachaa jiru jaarsi. fkn. akkas jadhan ''Akka islaamummaatti waaqni ardii fi samii akkasumas wantoota jidduutti argaman hunda guyyaa jahatti kalaqe, akka oromootti garuu, guyyaa 27tti kalaqee xumure, waaqni keenya hin jarjaru'' jadhan namni hayyuu jadhaman kun. garuu, islaamummaa ija amatii biroo, kan akka kiristaanummaatiin ilaalanii, yaada achi keessa jiru garana fidanii islaamummaanis akkasuma jadha jachuun nama baratee, sadarkaa 'hayyuu' jadhamuu gahe irraa hin eeggamu. ISLAAMUMMAAN RABBIIN GUYYAA 6TTI WAAN HUNDA KALAQEE XUMURE HIN JADHU, Dr. Gammachuun ni sobe, waan hin beekne dubbate. amaluma warra biroo irraa jibbinu, fkn. amantii ofii babaldhisuuf jacha namoonni amantii nama biroo arrabsuu malee gaarummaa fi barbaachisummaa amantii isaanii dubbachuu hin dandeenye, Dr. Gammachuunis akkasuma godhaa jiraachuun isaanii nama dinqa. maal qaba utuu, nama biroo, qaama biroo hin tuqin waan qabatan irratti qofa osoo dubbatame. isayyuu wanta hin beekne, jibbaa fi miira gadaantummaan guutamanii maqaa hin jirra namarra kaa'uun nama hin jibbisiisuu??? Falfalli ISA MALEE, Islaamummaa miti. waayee islaamummaa dubbachuun dura beekuutu dursa, namni waan hin beekne irraa dubbatu akka okkotee ibiddi itti baay'atee absiitii ofirratti jigsaa jirtutti fokkisa, salphinnis gaafa waan hin beekne dubbatte irraa jalqaba.

  • @musealemayehu6734
    @musealemayehu6734 Жыл бұрын

    Oromo has a great history in Ethiopia. However, Gemech's presentation is embedded with Amhara hate. He is just inculcating hate. He presented as if the Oromo did not do anything on others. He even did not want to call the name "Ethiopia", even though Oromos made Ethiopia with their blood and bone with other ethnic groups. Oromos were "neftegna" too, as we can easily read from the "wershak dynesity or Yeju dynesty", " the Gibe States"and so on. There was Oromo garrison called "Chewawoch". It seems that he is just doing mass mobilization for a certain political purpose, maybe to prepare people for the fantacized "Oromia republic". His speech is full of polarized tone, and division. If were him, I would also talked the fact that Gabaru and others who became Orom never be the spiritual leader "Kalu" and "Aba Gada". I wish if he became free from " segal borena, segaltema garba" mentality.

  • @eliyasdaniye7340
    @eliyasdaniye7340 Жыл бұрын

    ይህ ሰው የጥቁር ሙህር ነው አሳሾችን ሌቦች መሆናቸውን በምክንያት አስደግፎ እየነገረን ነው።

Келесі