ForX : Qophii Addaa : 'PIRAANKII TUFFII'

Ойын-сауық

ForX : Qophii Addaa : 'PIRAANKII TUFFII'

Пікірлер: 116

  • @abbaajifaar
    @abbaajifaarАй бұрын

    As wr wb Akkam nagaa keessanii Heddu namatti tola piraankiin keessan izaaq zeenuu sabriinsaa garuu maasha,allah maasha,allah

  • @ZainabZozo-ur2lm
    @ZainabZozo-ur2lmАй бұрын

    Waalhi ani isaqii lalee imimmaan qabachuun natti ulfatee 😢❤ dhugaa rabbii inni namaa bayyee obsaa qabuu akumaa Amalaa garii qabuttii mashaallaah tabarkallaah amalee dasituun birakii hojachuu daneetti qabdii mashaallaah biraa garaa laftaa ati gididhum maalee kolfii si qabee dedebi'ee 😅

  • @user-nv6tq8vn5b
    @user-nv6tq8vn5bАй бұрын

    Isaqa misikinaa wly akkan godhiinaa❤❤❤

  • @user-mq2wi4rn2i
    @user-mq2wi4rn2i8 күн бұрын

    iisaaq miskiinaa walaahii akaanaa godhiinaa lakiisaa❤❤❤ masha alaa heduu namaa toltaan

  • @user-ur8wc6hr5o
    @user-ur8wc6hr5oАй бұрын

    Isaq miskina masha Allah wly gara nanyatee 💔💔😢

  • @feruzachannel5100
    @feruzachannel5100Ай бұрын

    Mashaa Allah mashaa Allah isaaq nama bilachaatadha ❤❤❤❤❤dhugaa

  • @user-op3je2oh9y
    @user-op3je2oh9yАй бұрын

    ijoolee suree taatarsatu hin ufaatina akkaam saalatani wani isiinani hin maadaale

  • @MahdiiSulxii
    @MahdiiSulxii17 күн бұрын

    Egaa isin laluu egalee bayee namaa boharasitan

  • @user-rd3ps6lu5d
    @user-rd3ps6lu5dАй бұрын

    Wallaay isaaq dhugaan obsaa qaaba wallaay Masha Allah

  • @user-it3mb1rd2s
    @user-it3mb1rd2sАй бұрын

    ❤❤❤❤Ayi😢😢 isuu keenya Mashallaha Mashallaha rabbin kenne siif haa dabaluu Sabirii ♥️♥️♥️♥️❤Mashallaha namatti toltu baay'ee ❤

  • @Muaz-d4t
    @Muaz-d4t7 күн бұрын

    Pleas Isu habiibi abbaa koflaa nurraa hin tuqina

  • @lelisasaid2960
    @lelisasaid2960Ай бұрын

    Waan isin Isaak gootan tana Rabbiin isin hin dhiisu

  • @user-og8bv7dt3j
    @user-og8bv7dt3j28 күн бұрын

    Wly An bakka isaaq bu.e bo.e waan godhu wallaale miskiina 😢😢😢

  • @musabbinuahamad6339
    @musabbinuahamad6339Ай бұрын

    Wallaah an isihaaq bayyee natti tole nama ajaa'ibaati maashaa Allaah

  • @yahyaahajji
    @yahyaahajjiАй бұрын

    Wallahi wandhugga Ardhuma kafattani jabadha irra dedi'aa nuhojadha❤

  • @hfffvcbf4279
    @hfffvcbf4279Ай бұрын

    Isqaa namaa nansisa😢🎉🎉Maashalhaa jabaa namaa❤❤

  • @user-rd3ps6lu5d
    @user-rd3ps6lu5dАй бұрын

    Masha Allah Ijarra hafaa Jolle Teenya qaalii

  • @user-ff9lq2sx5f
    @user-ff9lq2sx5fАй бұрын

    Masha Allah 🥰

  • @Issa-cz3so
    @Issa-cz3soАй бұрын

    Dhugaa bayyee garaa naa nyatee isaq misikinaa😢😢

  • @CALTUUABDALAA
    @CALTUUABDALAAАй бұрын

    Jabadhaa heeduu namati tolaa❤❤😅

  • @user-og8bv7dt3j
    @user-og8bv7dt3j28 күн бұрын

    Maasha allaa Obsa isaaq qabu 😢😢❤

  • @B.M.AJafaar
    @B.M.AJafaarАй бұрын

    Dhumaa.iraati.riifadhee.wly

  • @abdiiumaarbaaleelijjabdiiu9281
    @abdiiumaarbaaleelijjabdiiu9281Ай бұрын

    Woww wly pirank ajaa.ibati😅😅

  • @kediraliyyii3470
    @kediraliyyii3470Ай бұрын

    Dhugaa Dastuu Tanaatu Dubbii Qabaa 😂Dubbaartti Yeroo Bayyee Koflaa Qabachuu Hin Dandeessu Garuu Kaa Dasttuu Kun Addaa😉😁😁😁

  • @radiamuktar7419
    @radiamuktar7419Ай бұрын

    Gotumaaa dhirraa obsaa qabchuudhaa walhiii Mashaalhaaa mashaalhaaa mashaalhaaa isaq 😊😊 garuu kafaldhuuu hin irraafatiin

  • @Muaz-d4t
    @Muaz-d4t7 күн бұрын

    Pleas Isu abbaa koflaa nurraa hin tuqina 9:13

  • @user-ns5cm1zs2j
    @user-ns5cm1zs2jАй бұрын

    Isaqii misiqinaa garaa naa nyatee🎉🎉🎉🎉

  • @Umarsaed119
    @Umarsaed119Ай бұрын

    Isaqoo maasha Allaah Qophii keessani bareedadha

  • @selaamaliyyii6593
    @selaamaliyyii6593Ай бұрын

    😂😂garuu Dastun pirankira hin demtuu nii kofoltii Garu Isaq dhiraa dhugatii 100 ira 100❤❤❤😘👏👏

  • @user-lz9qu9db5z
    @user-lz9qu9db5zАй бұрын

    As wr wb bira dhisi isqa misikin na dhuga rabbi isqa by jaladha ❤❤

  • @AbdiAliyii-sd6ou
    @AbdiAliyii-sd6ouАй бұрын

    Eaa walahii namatii tola bayyee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa

  • @g7rte863
    @g7rte863Ай бұрын

    Isuu mangistii qalii nama garii jabaa isqoo

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400Ай бұрын

    Duraati Oduu nama tuffatu duraati mata kenya madaalu qabna .

  • @MohammedHassan-kz9oz
    @MohammedHassan-kz9ozАй бұрын

    Masha alla dhukesanii galatomaa

  • @user-ps8mi4sq4m
    @user-ps8mi4sq4mАй бұрын

    As wr wb akaam nagah obooleeyan teenna qaalii jabaadha gorssa jaba nuuf dabarssa jirttan jaabadha itti fufaa kana malees gaafi qaba ples ples naa deebisa asuun deemtte moo ganaa deemtti . Ergga isiin qoophi torbaanii keessa haftte maalttu isiinitti dhagame Ani heeddu isiin hoorddofa asuun asirra hafuu isiitif hedduu natti dhagame rabbi waan isiin yadde bakkan haa gahuufi naaf jiraadha

  • @nafiletube99
    @nafiletube9915 күн бұрын

    Isaaqoo miskiina koo wly na rifachiise😢🥹💔

  • @g7rte863
    @g7rte863Ай бұрын

    Isin hundii jabadhaa❤❤

  • @user-gj6rc9jt9u
    @user-gj6rc9jt9uАй бұрын

    Waleeyekumusalam warahamatullah wabarakatuh maashaallah maashaallah maashaallah Izaaq maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah obsaa qabaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤

  • @Qalbesaa
    @QalbesaaАй бұрын

    Jabaadha qophiin keessan namatti tola

  • @Firfirsamidea
    @FirfirsamideaАй бұрын

    Jabaadhaa❤

  • @anisumafni5906
    @anisumafni5906Ай бұрын

    Walhi isaq gara naa nyatee misakina ❤❤😂😂😂😂😂

  • @dachasmusxafa
    @dachasmusxafaАй бұрын

    Please callaa fi badhoo esaa khutan nuf debisaa Please

  • @AlwaanAhmad
    @AlwaanAhmadАй бұрын

    Wanni Akka piraankii isin hin ilaallatu oboleeyan kiyya Ifeegannoo godha

  • @frdds5006
    @frdds500628 күн бұрын

    isahqa misikinh 😂😢 hjikesan ❤❤❤❤❤❤❤

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqoАй бұрын

    😂😂😂isaqi haraa siraa dalaganii kkkk Ee misakinaa wly kkkkkkkk

  • @user-bn8fk3jy6r
    @user-bn8fk3jy6rАй бұрын

    Please badho fi calla nufida ❤

  • @user-lz9qu9db5z
    @user-lz9qu9db5zАй бұрын

    Yes dhuga keessani

  • @nazirabawari3886
    @nazirabawari3886Ай бұрын

    Wl wr wb ayii isaqo miskiin 🥰🥰🥰

  • @Obsaa
    @ObsaaАй бұрын

    Isaaqin akkas gochuu hin qabdan ture garu wanni barnoota ufkeessaa qaba haaluma kanaan ittifufaa namatti tola 12:17

  • @muraadabdurahmaan3216
    @muraadabdurahmaan3216Ай бұрын

    Birra ati hojiike wly

  • @FuAdii-ye7bl
    @FuAdii-ye7blАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ky4qx8ow8g
    @user-ky4qx8ow8gАй бұрын

    Malii abboo dhisaa nama kan wlh nama nagahati isaqoon

  • @udh3749
    @udh3749Ай бұрын

    Hedduu namati toltan

  • @udh3749
    @udh3749Ай бұрын

    Wel come

  • @Arextube9
    @Arextube9Ай бұрын

    isaq nama jabadha wly dhirti hundi absa akkana qabachu qaba

  • @user-fv1ts4op2c
    @user-fv1ts4op2cАй бұрын

    😊kkkkkmiskina isaqo😅😅😅

  • @muradalli8046
    @muradalli80468 күн бұрын

    Uuufffaa😢

  • @FuAdii-ye7bl
    @FuAdii-ye7blАй бұрын

    Please 🙏 asuu dibiichoon sirbaa dubaartiin amaanadha jabeesii jadhuu saan nuuf sirbii jadhiin hadaraa 🎉 Fu.adii musxafaa haraargee

  • @AbdiHuseinAbdiHusein
    @AbdiHuseinAbdiHuseinАй бұрын

    Yaroo jalqabaatiif kan yuutuubi kessan keessa seene baayyee namatti toltan

  • @NaasirJamaal347
    @NaasirJamaal347Ай бұрын

    Welcome ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @IftinMaxamed-qs6xl
    @IftinMaxamed-qs6xlАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-gh5ie6sp1d
    @user-gh5ie6sp1dАй бұрын

    ❤❤

  • @Abdiijima-mf8ir
    @Abdiijima-mf8irАй бұрын

    Isaqiin fulisa buskita maxabashara fudhamaru fakata😂❤

  • @LovelyArcticFox-bu5on
    @LovelyArcticFox-bu5onАй бұрын

    Isaaq miskina dhuga

  • @shjdhaid4271
    @shjdhaid4271Ай бұрын

    😂😂😂isaqa misikina walahi

  • @Hamzeblack1
    @Hamzeblack1Ай бұрын

    Garuu walitti hin cimsinaa prankii. Waliif laaffisaa. Alattiis gad bahaa dalagaa

  • @SaquinaQatar
    @SaquinaQatarАй бұрын

    misikinaa isaqa😂😂

  • @FtyyYyy78
    @FtyyYyy78Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400Ай бұрын

    Wellcome ❤

  • @usmaanaliyyii3980
    @usmaanaliyyii3980Ай бұрын

    Ofii keessanif hasaawa hin olina duubii naf dhisa

  • @AsadAsad-nu9ty
    @AsadAsad-nu9tyАй бұрын

    Numaa koflee arra isaqa misikina wly

  • @Ayyaantuujamaal-qp8js
    @Ayyaantuujamaal-qp8jsАй бұрын

    😂😂😂😂😂❤❤❤❤ee miskina 😢

  • @user-bx1mc1fg6y
    @user-bx1mc1fg6yАй бұрын

    Misi kin wly isaqii😂😂

  • @user-jb8pe3fw9z
    @user-jb8pe3fw9zАй бұрын

    Wly isaq miskina 😂😂😂

  • @husenismail6313
    @husenismail6313Ай бұрын

    🤩

  • @JamaalHussen
    @JamaalHussenАй бұрын

    I love you isaaq zeenuu

  • @JamaalHussen
    @JamaalHussenАй бұрын

    Waw isaaq❤

  • @AbdiiDishuu-vl3hj
    @AbdiiDishuu-vl3hjАй бұрын

    😂😂😂😂isaq zenuu

  • @user-qy8wi9or2x
    @user-qy8wi9or2xАй бұрын

    Joollee lamaan callaa fi badhee ykn abbaa dinnichoo eessa geessitan hadaraa joollee saan lamaan qophii bashannanaarratti nuuf deebisaa

  • @kediraliyyii3470
    @kediraliyyii3470Ай бұрын

    Dhugaa Birraan Seriousidha Isaaq Hedduu Aaree Fullii Gara Galee Bar Maalii Dilaa Kana Akkasittii Nama Arsuun Sanuu Bar Dhiifama Prankiidha Jatanittiille Hin Jajabeesitanii😢

  • @user-cy7ln5mg4j
    @user-cy7ln5mg4jАй бұрын

    B❤❤❤❤❤❤❤

  • @DroAme-ql6sr
    @DroAme-ql6srАй бұрын

    Isaqa dhugan obsa qabaa

  • @user-gf1np2qq1s
    @user-gf1np2qq1sАй бұрын

    Isu miskina❤😢😅

  • @nurajituuoromiyaa6612
    @nurajituuoromiyaa6612Ай бұрын

    Kkkk biraan adha sirbee😅😅😅

  • @taibataiba832
    @taibataiba832Ай бұрын

    EEEEE mikkinaa wollahii 😢😢😢 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @tokumashow5301
    @tokumashow5301Ай бұрын

    Miskinaa ko isaqo😢😢❤❤❤❤

  • @GGGGGG-ij8ln
    @GGGGGG-ij8lnАй бұрын

    Namaafi cinaa dha boo isaaq, nama bilchaataa akkanaa argee hin beekhu, silaa na tahee sin arrabsa birraa

  • @mancheeunited9742
    @mancheeunited9742Ай бұрын

    Abet isaqo nyateme ardha😂😂

  • @fooziidaawuuddaawuud3243
    @fooziidaawuuddaawuud3243Ай бұрын

    Miskina isaaq

  • @DineeAhmadin
    @DineeAhmadinАй бұрын

    Wly bayee nmaa mararaa

  • @MaammadMamad
    @MaammadMamadАй бұрын

    😅😅😅😅

  • @MagarsaaAhmad-pu7qd
    @MagarsaaAhmad-pu7qdАй бұрын

    Bahaatan wly😂😂😂😂

  • @bilisumamshamad6564
    @bilisumamshamad6564Ай бұрын

    Badhaso fi calla nu fidaa pls

  • @user-bo9zi7ys8k
    @user-bo9zi7ys8kАй бұрын

    Wly isaq miskina

  • @Gadaa329
    @Gadaa329Ай бұрын

    😂😂😂😂❤❤❤

  • @SharifAbduraman.
    @SharifAbduraman.Ай бұрын

    Miskiina wly iyaa xixxiqate Hoga ini iya xixxiqeyse Wly nin rakadhe

  • @user-fs2vz4lv5j
    @user-fs2vz4lv5j12 күн бұрын

    ❤❤❤😂😂😂

  • @jamelteha
    @jameltehaАй бұрын

    Wly obsa isaaq na ajaa,ibsiise

  • @MagarsaaAhmad-pu7qd
    @MagarsaaAhmad-pu7qdАй бұрын

    ❤❤❤❤😂

  • @muradalli8046
    @muradalli80468 күн бұрын

    😂😂😂😂😂

Келесі