ForX :Podcast "Hattuu Arrabarraa Hancufa fuutu"

Ойын-сауық

ForX :Podcast "Hattuu Arrabarraa Hancufa fuutu"

Пікірлер: 41

  • @hegereeonline
    @hegereeonlineАй бұрын

    As wr wb: birraa Mee ijoollee Oromo Afaan lammaffaa hin dhageenyeen barsiisaa jira. KZread Hegeree online learning jedhu kiyya kana Oromoo biyya Ambaa jiran biraan naaf gahi. Galatoomi Galatoomi.

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqoАй бұрын

    Wly biraa guyyaa tokoo heduu ciqamee yububaa kee seennee heduu tasagabagee hamilee garii horadhee Alahamadulilayi ammaa garuu hunadu dabaree milakayee jiraa caraa toko aragadhee sii galatofadhee dasi naa jedhaa galatoma ulfadhaa jaladhaa ❤❤❤❤

  • @Zeedii-jx9dr
    @Zeedii-jx9drАй бұрын

    www bareduu itallaa oromo gafii kee bayee namaa hajibaa wlh mashallaa heduu sii jalladhaa❤❤❤❤

  • @FaxumaUmar-hd7zc
    @FaxumaUmar-hd7zcАй бұрын

    Aswrb jzk biiraa Kenyaa Anii heeduu sii jalhaadha Waani heeduu siraa baradhe Woogaa muraa keessati waani heeduu milikaye Alhamdulillah gaalani kani Raabbiit Raabbii gaaditi Ati baaye gaalatomii

  • @hikmaahikmaa5020
    @hikmaahikmaa5020Ай бұрын

    Vidio kee kaa abdii hin kutatiin jedhuu guutuu qabaa akkasuma abdii natti hora jechonnii atii fayyadamtuu❤❤❤❤❤ hedu si jaladha birra obolessaa koo kaan muslimaa

  • @FaxumaUmar-hd7zc
    @FaxumaUmar-hd7zcАй бұрын

    Abbani mana kiyaa video kee toko yero 5 dhagefata dhageefate hin quufu wooliyi♥️♥️♥️♥️✍️

  • @MadiXahr
    @MadiXahrАй бұрын

    Masha allah Barra

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    Wawrwb ni dhiyaataa Waraannii waliin dubbataa For true love u and defense Framework Strategy protectect BiranuuNagga ❤ On Education center gidduu keesa eegumsis ifaa Waliif dubbaaatallee kayyoo!!!

  • @Abdii-lovii
    @Abdii-loviiАй бұрын

    Masha allah akkati bareda wlh Amantan tennalle akkati uffadha jetti Birra bayye sidinqisifadha jabadhu jabadha isin jalanna❤❤❤❤❤

  • @hikmaahikmaa5020
    @hikmaahikmaa5020Ай бұрын

    Hawasummaa❤❤❤❤❤❤ thank you birraa hayyuu nama umrii dheradhuu

  • @Birizdanti
    @BirizdantiАй бұрын

    Birraa hedduu galatoomi waa hedduu sirraa barachaa jirra

  • @jamelteha
    @jameltehaАй бұрын

    Isin warri forx gurbaa qaxale kana jabeessa Birraan baana

  • @Mohammedbogal
    @MohammedbogalАй бұрын

    Asc Dastulle gaafi gaafaadha

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqoАй бұрын

    ❤Asalamu Aleyakumi woramatulayi wobarakatu yaa rabi mee biramaa kanaa dubisufi caraa naa banii mee biraa fb kee adii naa debisi maqani fb kiyale kanumaa galatoma! Hedu sii diqisifadhaa maashaallaa

  • @user-lc6io5no4c
    @user-lc6io5no4cАй бұрын

    mashallaa❤❤❤

  • @jamelteha
    @jameltehaАй бұрын

    Wow Baga nagayaan dhuftan

  • @DursaaMubayyir
    @DursaaMubayyirАй бұрын

    An garuu nama hedduu si horddofuu vidion tanttee takkaa tan silkkii tiyyaa keessaa hin jirree hin jirttuu Garuu jijjiirama guddaa sirraa Arggadheetiin jiraa Rabbiin si haa milkkeessuu Ofittii nin Amana ammaa waan kanaaf kan sabaaba tahe ega rabbiitti si birraa ilma jamaal Jabaadhu sin jaaladhaa

  • @calaatube7889
    @calaatube7889Ай бұрын

    FRX ❤❤❤

  • @Nasrimustefa532
    @Nasrimustefa532Ай бұрын

    Right ✅

  • @FatxiyaaCissee
    @FatxiyaaCisseeАй бұрын

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉dhuga ketii birra kenya

  • @user-gw4nx8lj5c
    @user-gw4nx8lj5cАй бұрын

    Welcome ❤

  • @hafsaahmed2818
    @hafsaahmed2818Ай бұрын

    Dastuuye ufannaa kee akanarraa hin jijiirin qaalii jabaadha birraa ati fknya jijiirama nmaf taata amallee kana caalaa deem

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    ❤❤❤ yaadii argii Gzx libsuu fayyaan???deebii seequun ifaa gzx Fast food chain lafaa Kaatuu dubbii taatii dhiifamaa Dastuu waan abbaan bira jirree Minister barnootaa qabanii nutis qabnaa walumaan Ammas nutis Waan yaannis waliin hin jirree Minnesota jila daa'awaa/daawwii sawsawsaw yaadachisii lubbuu galatoomii hayyuu Halaal

  • @DursaaMubayyir
    @DursaaMubayyirАй бұрын

    Wly An Kaniin Ja,uu birraan kun waan garraa kiyyaa keessaa jiruu waan dubbatu nattii fakkaata dubbiin isaa irraa guddaan Anumaan walittii galttii

  • @FaamiiAbdul-sr8mz
    @FaamiiAbdul-sr8mzАй бұрын

    Jabaadha jajabe ko ❤❤❤❤

  • @calaatube7889
    @calaatube7889Ай бұрын

    Bagaa Ngy dhuftaan❤😊

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    ❤Milkaayiinaa Tigari kolonel gaaffii Gzx ardaa mariin badiitti bonba'anii kan Qabee kk Eegumsaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi milkaaayinaa gzx Birraa Jamaal Haajii jibbis nullee marii dhiifnuu kamtu dura dhagahaa protectect BiranuuNagga

  • @hawwiitube
    @hawwiitubeАй бұрын

    ❤❤❤

  • @Nasrimustefa532
    @Nasrimustefa532Ай бұрын

    Ibsa daminaa Choch Life ❤

  • @MadiXahr
    @MadiXahrАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @dastuutube1652
    @dastuutube1652Ай бұрын

    Jajabadhaa Qaqaliwwan ko❤❤❤

  • @user-ig5dd6di7h
    @user-ig5dd6di7hАй бұрын

    Dhuga bayee takan si diqisifadha habiibi

  • @Salaah20
    @Salaah20Ай бұрын

    Galatomi biiraa. Heddu galtomii

  • @saladnamad
    @saladnamadАй бұрын

    walcome

  • @user-wu5ke4qt2u
    @user-wu5ke4qt2uАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤baayyeegareidhaa

  • @Mahamedmoussa-zd1lq
    @Mahamedmoussa-zd1lqАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @NanaatiiKamaal-rv2sr
    @NanaatiiKamaal-rv2srАй бұрын

    As wr wb akami nagiya fayyadha Ani hamdiin jedhama gaafiin qaba callaadhaaf obboleessi Abbaa keetii ka obbleessa siin taane eenyu ? Piliis nama gaafadhu

  • @mancheeunited9742
    @mancheeunited9742Ай бұрын

    Dhugaa videon birraa dalagu baayee ka nama onachisuf hamile gudda namati horaa itti fufi bro

  • @Abdii-lovii
    @Abdii-loviiАй бұрын

    Dhuga dubbachuf Birra Biyyi Baqa san keessa Rabbin siha baasu Sin Hangafe Namoota hunda Haabasu Yero ati vidiyo Dalagdu akka wan kitaaba Bane Dubbisa jiru Natti fakkata Waan si Aja ibu Duran Ani yutubi kee yeroo Bayye hordofa jiras Tures Yero tokko Bayye Rakkadhe Amata sadi Dura akka tasa taye Yaman jira yeroo san Saudi Deema jedhe Lafa ka'e yeron suni yero hamtu ture 1 yero yamabin nama keenna akka isi keessan baye saudi hin dermne dhorka turtefi qabani nomoota dhibba400 Hidhani bonbbi itti dabran sani 2 Yero saudin Qaba dhiste Nama keenna hududa irraatti Xiyyaran ibidda itti robsan sani Bayye rakkadhe Hududa irra yero torba7 Erga ani Hududatti dhiyadhe yamanin qabde magala adan ykn bishan baara iratti Nadebisa turte Dhumaratti bayye ufis jibbe gaddus eegale San booda akkuma tasa Jawaala gudda qaba osoma Ta'e Vidiyo adda adda laalu Vidiyon kee tokko nabira gaye Innis Akkas jedha Wayee namicha ifa Dalage Ykn lamba kalaqe San Haga inni itti kasarefi Bodde milkayu isa santu Das najedhe wlh Anis Akkuma isa san taye Yero torba Qabani nadebisani saddetafa irratti naf milkaye Amma Wagga sadaffa xumure jira Saudi keessa rabbin haagakatomu rabbi gaditi vidiyo keetu asin nagaye wlh Rabbin biyya san keessa carra Biyya sadafa sif yaakennu ❤❤❤❤ Aswrwb isin jaladha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419Ай бұрын

    Jireenya godhatee taa'ee Badii hayyuun Kanaaf Nullee ittii yaannee ittisaa Kaayyoof Kaayyoof yaannis hidhaa qabuu injections jechama DrSaud Muktar playing Murtiin Bekkumsaarraatti malee lakkooftee jirraa Badhaadhinni Badhaadhinni freehogganttootaa freehogganttootaa ABO Qaama beeknee Qaamnee Abbootiin Seeraa itti yaadanii Fayyaa cimaa

  • @FaxumaUmar-hd7zc
    @FaxumaUmar-hd7zcАй бұрын

    Abbani mana kiyaa video kee toko yero 5 dhagefata dhageefate hin quufu wooliyi♥️♥️♥️♥️✍️

Келесі