Келесі
- 00:40
- 33 МЛН
- 10 күн бұрын
- 27:08
- 563 М.
- 5 күн бұрын
- 00:42
- 3,8 МЛН
- 17 күн бұрын
- 39:19
- 6 МЛН
- 16 күн бұрын
- 21:08
- 99 М.
- 58:46
- 24 М.
- 1:14:06
- 1,8 М.
- 34:20
- 2,2 М.
- 45:27
- 11 М.
- 24:04
- 20 М.
- 39:55
- 15 М.
- 19:59
- 23 М.
- 0:47
- 2,4 МЛН
- 0:51
- 2,7 МЛН
- 0:26
- 2,5 МЛН
- 1:00
- 1,5 МЛН
- 0:51
- 2,7 МЛН
- 0:18
- 28 МЛН
- 0:18
- 28 МЛН
Пікірлер: 91
Aniis guyyaa tokko keessummaa gammadaa show Abjuu kooti. Dhugaa Gammee kiyya qaalii. sagantaa kee hundaa Takka najala dàrbee hin beeku hordofaan jiraa Jabaadhu isin Cinaa jirra gammee.
@risaamedia1986
Ай бұрын
Ulfaadhu gaaf tokko hin oolu
@janatjana658
29 күн бұрын
@@risaamedia1986nagaan sifi haa bay,tuu gammada dhifama wajin malo ergaa hacalu boqotee ani funyee arge bee adara nu barbaade fidii ♥️♥️🎁
@ibsajibril7785
22 күн бұрын
@@risaamedia1986 galatoomi
Filmii kana akka ittii eega jiruu 😊karaa youtube ilee akka gadii nuu dhiifamu abdii qaba keeyeroon qacalee intala❤❤
You guys the language you speak is so lovely to lesen especially the accent 😍 keep it up 🙌
Firoo diramaa kiiyyoo irraatii bayee jaladhaaa bagaa oromo tatee ❤💚❤🐅👑
Baga nagahaan dhuftee obboleettii teeyna. Keessummaa guddoo nuuf dhiheessitan❤❤❤❤❤❤
Wooowww bg nagan dhuuftanii firooo keenyaa Baayeedhumaa siii jalanaa mee qaaliii oromoo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💪
Galatatoomaa obbo Gammadaa, waan Dubartii cimtuu akkasii nuuf dhiyeesiteef. Akkas kunoo namoota akkasii nuuf dhiyeessaa.
Hasa'an kessan yeroo hunda akka dubartii halaan suramtee qalbii nama buta.jabessa.❤❤
Malo film kana gadi nuf dhisaa♥️💚♥️🙏🙏🙏
Bagaa nagaan dhuftanii 🎉welcome to Holland❤
Afaan amaaraa jedhaa . " afaan Amaareffaa " hin jedhamu . Ammoo isn qajeelchuu kiyyaaf dhiifama naaf godhaa .
Anis qabbannedha si beeka kutaa 8- 12 lamaa bishooftuti waliin baraanne qabannee ciimtu aadaa afaan ofii guddisuf figdudha jabduukoo amma jabaadhu❤
@wawo-sx6em
Ай бұрын
Hi qabaner
WAAN GAARII DHA , JABAADHU!
Well come ❤️❤️❤️❤️
Jabadha👍👍👍👍
Well come soolanee film
Keeyroon eessati bade jedheen yaada ture nagadhan nu kotu baredukoo ❤
Welcome ❤❤❤🎉🎉🎉
Woww ati nama cimtuudha keyeron ❤❤❤
Wel come Soolanee
Keeyeron namaa bayye bayye sii dinqisfatuu kessa anii isaa tokko yon biyyati debi'ee siin argaa Jedhe yadaa
Yooyyaa harka fuune 🎉🎉
Jabadhaa qaaliiwan oromo❤❤❤❤❤
Jabaa namaa game jabadhu
Welcome 😘😘😘 we are waiting for you!
Jabaadhu Jabduu ko!!
We’ll come ❤qabanne Kenyaa
Ke'e-yeroon Dubartii Jabduu Abidda Keessa teessee mirga oromoo onnee dhugaan falmachaa turteedha jabduu namaa galatoom
Well come ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Jebadaa yaa Oromo ❤💚
Well
5.2🤫😱🤔hin sakasina
Well come ❤
Jabadhaa gaariidhaa😍😍
Welcome ❤
Jabaadha Artiti Saba kan guddisaa❤
Jabadhu ❤❤
Gammee jabaadhu nam jabaa garuu waa'een Eebbisaa Baayisaa Fi Isaayyaas Jiraa ittaa yaadamu pls
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Fiilmolii moo fiilmiwwaan jedhama Gammadaa
Jabaadhaa milkaayaa ❤🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baredduu ❤❤
❤❤❤❤❤❤ormoo koo
😮❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
OROMOOKOO❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤
❤❤❤
Nagaan koottaa Minnesota 🙏
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪
👍👍👍👍👍
Link film soolanee nuuti himmaa
Esumaa jirtaa keyirooni
Keeyeroon sirradhuu ta'ii malee maaf hirkaattee teessa
Z❤❤❤❤💐🌸💐🌸❤️❤️💯
Yoomii gadii dhifamaa?
Hedduu galatoomi qaalii qarree keenyaa! Sirbi Seenaa fi Elias faana 4 taatanii sirbitan sun hamma yoonaa naboochisaa jira. Maqaa keee Qabbaneetu caalatti tola. Atti qabbaneedhumas.
Nuuf arifadhaa
Cimii ammayu
Miliyoona 5.2 fine jete sah 🤔
Gemeda miira keessummoota kee to'adhu yoggu haasoftu, sagalees immoo didid hin godhin dhama itti godhuu yaali, kana ala tattaaffii kee hedduu natti tola
The true solane film writing by Gamachis Abera it is true don't writing by keron 😂😂😂😂
𝐃𝐫 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐬𝐚𝐚 &𝐀𝐦𝐨𝐨❤❤
Baayeebareedu
Yoom gallakistu laata?
Yeroo qabsoo San jattee bar? Xumuramee
Qabane arti irratti walin lenjine Ture obbo calaa biratti bishoftutti
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤