#etv

#etv Oduu Etv Afaan Oromoo …Amajjii 4,2016 -1:00

Пікірлер: 8

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz6 ай бұрын

    yooyyaa gootoota oromo 🙏🙏🙏🙏😍😍😍❤️❤️❤️💖💪👍💯☝️

  • @birralello566
    @birralello5666 ай бұрын

    Uummatni guyyaa guyyaatti du'ee dunkaanni gaddaa balbala hundumaa jira. Isiniif garuu boo'ichii Fi duuti isaa gammachuu keessani😢 isin bashannanaa, uummanni keenya ammoo hamma guyyaa Waaqayyoo tti irbaata gaddaa haa nyaatu. Uummata akkas du'aa jiru fuuldura dhaabbatanii ilkaan ofii argisiisuun waan qaanessaa dha😢

  • @mameshow885
    @mameshow8856 ай бұрын

    Waan garidha

  • @tamratdejene-bb5fe
    @tamratdejene-bb5fe6 ай бұрын

    Baayyee namagamaciisaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74196 ай бұрын

    Etv faayidaa eal baruun Eegumsaa dhoksaa Beekumsii ardaa marii tigrai kufee maalii?

  • @GemechuMohammed
    @GemechuMohammed6 ай бұрын

    Badhadhinaa koo

  • @user-lx3bj1dw9z
    @user-lx3bj1dw9z6 ай бұрын

    Ani kalbessa bayisa jedhama.ani akka oromoti gammachuu guddatu natti dhaga'ama.Duraan dursee ummata Godina Shawaa kibba lixaa hundaaf baga Gammadaan jedha!!itti aansee ummataa Oromoo hundaaf baga Gammadaan jedha.ummata Itoophiyaa hundumaan baga Gammadaan na jedhan!!!. seenaatu jijjirame!!! Yunivarsiitii wolkite irraa.