ETHIOPIA: Naasirbi KABBADAA New Afan Oromo Comedy

This KZread channel produces Afan Oromo comedy drama, Films, Entertainment News, Interviews of popular individuals weekly. Please don't forget to Subscribe, Share, Like& Comment! Thank you all for being with us!!!

Пікірлер: 586

  • @FasigaAlihu
    @FasigaAlihu8 ай бұрын

    Kabbee koo baay'een si jaalladha❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @dirribeenmucakakkuti433
    @dirribeenmucakakkuti4334 жыл бұрын

    Maloo diraman kun hin gababate iti fufaa mee bayyee nama bashanan sisaa 😁😁😁😁😅😅 Namni akka kooti iti bashanantan likki na godha😅😅😅😅

  • @Football-highlights-News

    @Football-highlights-News

    4 жыл бұрын

    Bifttuu Bilisummaa waqayyoo garidha Subscribe naaf godhaa KZread kiyyaa

  • @Rayyaatub

    @Rayyaatub

    4 жыл бұрын

    Anattis

  • @user-dt6qy5ds2g

    @user-dt6qy5ds2g

    4 жыл бұрын

    Bayee.namati.tola

  • @buzeetube9144

    @buzeetube9144

    4 жыл бұрын

    @@Football-highlights-News finfinee koo kotu maati walif haa tanu☕

  • @buzeetube9144

    @buzeetube9144

    4 жыл бұрын

    @@Rayyaatub ☕❤

  • @accacc3935
    @accacc393521 күн бұрын

    ❤❤😂😂kkkkkk siti agarsisu wayyoo garakoo🤣🤣🤣🤣

  • @nohamohammed7372
    @nohamohammed7372 Жыл бұрын

    Wayoo garaa koo 😂 kollfan nu fixee kabbiyee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii53063 жыл бұрын

    Dhugaa hedduu si jalaan jabaadhu Ani garuu ani gafiin qabaa garaa fullduratii afaan keenyaa qofaan nufaa dhiyyeessii kunii garuu Wan biraaf mitii afaan koo hedduu wanaan jalaadhufii yaada koti

  • @user-op3xg1zg9w

    @user-op3xg1zg9w

    Ай бұрын

    😂😂😂😂😂

  • @arabarab9243
    @arabarab92433 жыл бұрын

    Oromoo koo nuuf jiradhaa Jajabadhaa baayyee namatii tolaa baayyee siin jaladhaaa 💞💞💞

  • @diboraamucaakakuu4395
    @diboraamucaakakuu43954 жыл бұрын

    Bayy'ee namaati tolaa ittii fufaa hin gababatee garuu dheresuuf yallaa garaa funduratii 💓💓💓💓❤❤🤣🤣😂😂

  • @hawwiiioro811
    @hawwiiioro8113 жыл бұрын

    Dhugaa jetee ashetaa abaaa isaa s.ee mee kkkkkkkk jabadhaa bayee namatii tolaa dhugaa

  • @shibreoro2738
    @shibreoro27382 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣wayooo garaa koo uuuffff 😘😘

  • @asantioromoo3726
    @asantioromoo37263 жыл бұрын

    Nu jala gababatte komii kotti bayee namatti tolaa Enterveiw fib irratti kabiton wa'ee film kana yoo dubatu dhaga'era garuu bayye baredadha kabee kenyaa jabbadhu❤💚❤

  • @tommastom7915
    @tommastom79154 жыл бұрын

    It is so funny i like this, but it is short!😂😂😂🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤

  • @bejigatadesse679

    @bejigatadesse679

    3 жыл бұрын

    A` 7_]

  • @jumarijumari4733

    @jumarijumari4733

    3 жыл бұрын

    🤣🤣🤣😂😂😂😂😂

  • @hawiimuzayin8530
    @hawiimuzayin85304 жыл бұрын

    Diramaa kanaa iraa dedebihe lalee qufu dadhabee dhugaa bayee namtii tolaa iiti dabalaa mee kaan biras😍😍😍

  • @howspecialweare
    @howspecialweare4 жыл бұрын

    Hundi keessan naaf galatoomaa!!! Yaadni keessan jajjabinaa Keenya!!!! Nuuf jiraadhaa. Hojiiwwan ajaa'iba ta'an fuunee dhufuutti jirra! Subscribe fi share gochuu waan hin daganneef kabajaan keenya guddaadha. Ulfaadhaaaa!!!

  • @kidimassoud4414

    @kidimassoud4414

    4 жыл бұрын

    Itti nuuf fufaa baay,ee nama bohaarsa obbolaawwankoo ufffff oromookoo nuuf jiraadhaa lataa,laliisaa umurii nuuf dheeradhaa I love you🌹💕💞😘😘😘😘😘👈

  • @howspecialweare

    @howspecialweare

    4 жыл бұрын

    @@kidimassoud4414 Atis nuuf jiradhu nu dawwachuu keef kabjni keenya guddaadha nuuf ulfaadhu. Hojiilee babbareedoodhaan dhufaa jirra

  • @burutukanshawaa7320

    @burutukanshawaa7320

    4 жыл бұрын

    bay'ee namati tolaa mee itii nu fufufaa 😁😁😁😁😁

  • @suziemalla2520

    @suziemalla2520

    4 жыл бұрын

    DOO'ii media isin egaa jira barii nuf kotaa

  • @jesuslord1623

    @jesuslord1623

    4 жыл бұрын

    Malooo Jabaadhaa

  • @hadicell8039
    @hadicell80394 жыл бұрын

    Wayyo kolffaan du.ee.anii 😂😂😂 Kabbatoo kabbiye 🙆‍♀️😍😍

  • @tolosademe9837
    @tolosademe98373 жыл бұрын

    Waw baayee natti toltaan jabaadhaa qomoo koo

  • @derbiderbi9026
    @derbiderbi9026Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ yaa kabbe😂😂😂

  • @Feysal35
    @Feysal353 ай бұрын

    Kabbe baayyee bareedadha ❤❤❤

  • @sanyiiwaaqooguutuu605
    @sanyiiwaaqooguutuu6053 жыл бұрын

    Maaliin kolfaan dhumnee 💗💗💗💗💗💗💓💓💓💞💋💌💟💟💯💯💯💯💯

  • @wabikumaal2716
    @wabikumaal27163 жыл бұрын

    Nadhaadhaamisisuu dhuftee kkkkkk kabitoo nufi jirdhuu

  • @genetethiopia9525
    @genetethiopia9525 Жыл бұрын

    Uphaaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😁😁😁😁😁✌️💪💪💪💪. Namati tooli

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii53063 жыл бұрын

    Jabaadhu kkkkkkkkk dhugaa qopiin kunii namaatti tolaa 😂😂😂😂😂😂😂😂💗💗💗💗❤️

  • @Tom-bu8uj
    @Tom-bu8uj4 жыл бұрын

    Woooooooooooow kolfaan du'e maloo nuf dabala!

  • @xggdgagx8875
    @xggdgagx88754 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂sin dhandhamsiisaa😁dhugaa baay'ee namattii tolaa ittii fufaa qomoowaan koo😍😍😍😍

  • @RubelMia-og2qf

    @RubelMia-og2qf

    4 жыл бұрын

    Uuuuu Kabadaa🙈🙈💋🤩🤩🤩🤩👍👍👍🤣😂😂😂😂😂

  • @siifansiifan3098
    @siifansiifan30984 жыл бұрын

    Uuuuuufffff yaa waayyaa garaa koo maaloo ani du'ee dhugaa rabbi kolfaan mee maaloo hin gababate itti fufaa mee

  • @tolassawakayo1399
    @tolassawakayo13994 жыл бұрын

    😂😂😂😂.....harka 10 caalaa ilaale....harka 10 caalaa kolfe! Waan akkana nama kofalchiisuu fi barsiisu hojjachuu itti fufaa!!

  • @user-db5sb6io8x
    @user-db5sb6io8x4 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😀😀 woyoo kolfee kolfee garaan na dhukkubee baayee namatti tola dhugaaa jabbadha

  • @nubekan3951
    @nubekan39512 жыл бұрын

    Kanye.swadi.eko.🤣🤣🤣💐💖

  • @Sara-uo6ui
    @Sara-uo6ui4 жыл бұрын

    😁😁😁😁😁Asheeta abbaa keeti setee kanaan sii qamasisuu lol dhugumaa jeteen😂😂😂

  • @abarashabdo9055
    @abarashabdo90554 жыл бұрын

    Wwwwa👌👌👌👌baay'ee nama bashanasisa jabadhaa iti fufaa😂😂😂😂

  • @GadiseKatama
    @GadiseKatamaАй бұрын

    Jabadhaa qomoowwan koo

  • @tesfayenegero1296
    @tesfayenegero12963 жыл бұрын

    Jabadha Aadaa keenya ykn afaan keenya dagaagsaa Kabbee kabitti

  • @monirhossainmonirhssain9215
    @monirhossainmonirhssain92154 жыл бұрын

    Kabadaa kkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @wegayuwegayu3347
    @wegayuwegayu33474 жыл бұрын

    Wayoooooooo kolfan mucqii kolfan mucqii kolfan mucqii maloo itti yaa fufuu .......😹😁😁😁😁 ta.uu Abaye😀😀😀

  • @darartoleta5499
    @darartoleta54994 жыл бұрын

    Kkkkkkk heddu namaa boharsaa itti fufaa 👍👍👍

  • @faxumaabdalaafatima384
    @faxumaabdalaafatima3844 жыл бұрын

    Kkkkkk jabadhaa jabadhaa Wanii Ofii

  • @Ikraam259
    @Ikraam2594 жыл бұрын

    Baay’ee namaati tola 😍😍😍 😂😂😂😂😂😂

  • @hadicell8039
    @hadicell80394 жыл бұрын

    Woow bayyee namatti tolttu jabadha itti fufaa😘😘😘😘

  • @siifjedheti2768
    @siifjedheti27684 жыл бұрын

    1ffaaa naa ta'ee jira

  • @astutasemaa1412
    @astutasemaa14124 жыл бұрын

    Bayyee namati toltuu jabadhaa lammi wan koo 💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @abdellaamaan3506
    @abdellaamaan3506Ай бұрын

    Kabbee 😅😅😅😅😅😅

  • @alemituhaylo8137
    @alemituhaylo81374 жыл бұрын

    Bayye nama bawarisetu 😂😂😂😂

  • @user-ev6oq1pq7u
    @user-ev6oq1pq7uАй бұрын

    Kabbe ko❤❤🎉🎉

  • @werkineshbekele2653
    @werkineshbekele26534 жыл бұрын

    Wowwww bay'eee namatti tolaa jabadha sanyiikoo

  • @bashirhus8855
    @bashirhus88554 жыл бұрын

    Wwwww jabadhuu itii fufaa bayee garidha

  • @afghhhjesdgy6248
    @afghhhjesdgy62484 жыл бұрын

    Kabadaaa yoomii dhuftaniii issinii eggaa jiraaaa

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii53063 жыл бұрын

    Kabee koo hedduu sijalaan jabaadhu ❤️❤️❤️❤️❤️💗🙏

  • @lomehto5177
    @lomehto51774 жыл бұрын

    Wayiii kabadaa wayo wayoo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤🎧🎤

  • @vsjgsj9441

    @vsjgsj9441

    4 жыл бұрын

    Wayiii

  • @vsjgsj9441

    @vsjgsj9441

    4 жыл бұрын

    Wii hay anii and 8pm

  • @fikadushitaye9395
    @fikadushitaye9395Ай бұрын

    Kabito kabe Kabe kabe wayoo wayoo wayoo😅😅😅😅

  • @hiblackamongusimposter3204
    @hiblackamongusimposter32044 жыл бұрын

    Wwwwwwww.kAbe.kabito.baay.ee.namA Tola.keesatu. Kabe. Jabadhu. Isini. Hundu. JAlAna. Ijoolee. Oromo. Koo. Kolfani. Garaa. Naa.dhumene

  • @abduljebar2385
    @abduljebar23854 жыл бұрын

    Na dhandhamsiisuu dhuftee woyyoo garaa koo hayi kabbee 😂😂😂😂

  • @ayantukabeta9021
    @ayantukabeta90214 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkk wayoo yaa garaa koo na dhukubee baay'ee shagadhaa jabadhaa kkkkkkkk💔💔💔💔💔💔💔💔😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

  • @yaarabikoo388
    @yaarabikoo3884 жыл бұрын

    Dhuga Bayyee Namatito Jabadhaa

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh11204 жыл бұрын

    Kkkkkkk dhugaa baye.ee namatti tolaa jabadha ijilee oromoo

  • @rickthoams8128
    @rickthoams81284 жыл бұрын

    Wooow i love this comdey show

  • @alazarkebede7278
    @alazarkebede72783 жыл бұрын

    wow baay'ee garidha jabaadha

  • @edilove2318
    @edilove23184 жыл бұрын

    Wayoo garan nadhukube maloo 🤣🤣🤣🤣🤣

  • @ikimaawallagaa437
    @ikimaawallagaa4374 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkk wayiii kabeee gudiii qabdaan🙊🙊🙊😂😂😁😁😁🙉🙉🙉🙉

  • @nanatiashim8864
    @nanatiashim88644 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk kabada bayyee na aja'ibdee

  • @almazadugna3354
    @almazadugna33544 жыл бұрын

    Wwwwww namati tolaa akkanumati itti fufaa 🌹🌹🌺🌺

  • @kiyayemam658
    @kiyayemam6584 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk jabaadha qomoo koo bayyee namati toltuu

  • @hiihshe3354
    @hiihshe33544 жыл бұрын

    Kkkkkkkk jabadhaa baay'ee garidhaa

  • @FireRing
    @FireRing4 жыл бұрын

    Really I don't have a word to thank you! Diraamaa komedii akkaan namatti toluu jabaadhaa. Qulqullina viidiyoo fooyyessaa. Galatoomaa hedduu

  • @howspecialweare

    @howspecialweare

    4 жыл бұрын

    Hayye Fire Ring nifoyyeessina yaada keetii guddoo galatoomi!!!

  • @yyyy6991
    @yyyy69914 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk woyi kabada inni waani biraa gafanani kaa bira himee 😁😁😁😁😃😃😂😂

  • @sifantasfayee4082
    @sifantasfayee40824 жыл бұрын

    Kabe kabe kabe jetaa jedhe gurban nama boharsa 😂😂😆😆😆

  • @AbdinkoRabuuma
    @AbdinkoRabuuma3 ай бұрын

    Kabeekoo😅😅😅😅😅a

  • @fikadutesfaye7740
    @fikadutesfaye77404 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkk kana kolfee dirammaa keessaa

  • @derejedeksisa4019
    @derejedeksisa40194 жыл бұрын

    Jaalee bayyee namatti tola siif jaaladheera Galata qabda jajjabaadhu

  • @abduseid3721
    @abduseid3721 Жыл бұрын

    Wayoo garra koo 🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta12464 жыл бұрын

    Jabaadha Ijoollee Biyyakoo

  • @jovijovito6892
    @jovijovito68924 жыл бұрын

    Baye namatii tolituu jabadhaa

  • @kokkobeyeemareyamiliji1383
    @kokkobeyeemareyamiliji13834 жыл бұрын

    Kabadaa kabee😀😀😀😀

  • @ebiseebise1843
    @ebiseebise18434 жыл бұрын

    Kkkkkkk wayyii Diramaa naa dhandhamsisii

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar14774 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣osoo boonyu kofla baraana boruf nyaàttu moo ijoolleen waaqakoo sanu suuta hin nyaatani🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @obsangaaroman7784
    @obsangaaroman77844 жыл бұрын

    Jabaadhaa dhugaa hedduu namatti tola

  • @kebedeabu
    @kebedeabu4 жыл бұрын

    Wow Baayyee nama barsiisa, nama bashannansiisas!

  • @yaarabikoo388
    @yaarabikoo3884 жыл бұрын

    Jabadha👌👌👌💘💘💘💝💞💞💞

  • @bsihgjsig4899
    @bsihgjsig48994 жыл бұрын

    Kkkkkkkk maloo nuu jalaa gababate itti nuu fufaa

  • @yesuusabdiikotiiyesuusabdi1897
    @yesuusabdiikotiiyesuusabdi18974 жыл бұрын

    Wayii kabadaa kkkkkkkkkkkkk

  • @meseretgudeta361
    @meseretgudeta3614 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk waayyyoo garaakoo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @chalaabrahim427
    @chalaabrahim4274 жыл бұрын

    kkkkk Aay Kabadaa

  • @yokoali1002
    @yokoali10024 жыл бұрын

    Bayee namatti tola dhugaa wwwo jabadha

  • @kushentertainment788
    @kushentertainment7884 жыл бұрын

    Maaloo jabaadhaa ittii fufaa diraaman keeysan bayee nama tolaa ,laaleen quufuu dadhabee dhugaa rabbbii

  • @sabontutadese4459

    @sabontutadese4459

    3 жыл бұрын

    Ujuyu777uuu777uuu7777778j wasted 788u

  • @sabontutadese4459

    @sabontutadese4459

    3 жыл бұрын

    Jjjptytp0e copy 999feet vyo miyy7ut5vhhy7uuj8uy

  • @sabontutadese4459

    @sabontutadese4459

    3 жыл бұрын

    8iii8uuuuùuuuuuu888⁸iui and the other 1people are 😝😚😇☺😉😉😉😉😉😉😉😉😆😊😊😊

  • @orostar7396
    @orostar73964 жыл бұрын

    Jabaadhaa baayyee namatti tolaa

  • @makdesimekdesi5853
    @makdesimekdesi58534 жыл бұрын

    Kkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Abo baye namat toluuu

  • @tadelebekele6007
    @tadelebekele60074 жыл бұрын

    በጣም አሪፍ ነው ። ለኛም እየተዝናናን በዛው ኦሮምኛን መማር እችላለን? ተመችቶኛል በተለይ ዘበኛው ጎበዝ ነው።

  • @RubelMia-og2qf

    @RubelMia-og2qf

    4 жыл бұрын

    👍😘😘🤣💞💞👍

  • @firriiamboosimbo913
    @firriiamboosimbo9134 жыл бұрын

    Wooww baayyee namati tolaa itti fufaa😂😂😂😂

  • @samiraabdaturabbii7121
    @samiraabdaturabbii71214 жыл бұрын

    Wawwaatu Bayeessa jabadha

  • @fireetube9032
    @fireetube90324 жыл бұрын

    Jabadhaa dirmaan kessaa bayyee natii tolee barumsaa gudaa qabaa sirbii kabee akkasumasi qaldii heduu na boharsee saudi magalaa riyadh irraa

  • @lakkuyg
    @lakkuyg4 жыл бұрын

    Jabadha oro koo

  • @RubelMia-og2qf

    @RubelMia-og2qf

    4 жыл бұрын

    Uuuu 🙈🙈🤩🤩🤩🤩😘😘

  • @birhanialimo5532
    @birhanialimo55324 жыл бұрын

    Maloo dhugaa waaqa bayyee kolfaan du ee. Dirraman Oso dheraatee bayyee bareduudhayuu,,😁😁😁😁😁😁😄😄😄😄😄😄😄😄❤️❤️❤️

  • @Deebiimedia
    @Deebiimedia4 жыл бұрын

    Hedduu namatti tola jabaadha

  • @jabiirujon4782
    @jabiirujon47824 жыл бұрын

    As wr wb jitaa nagadha

  • @tolassawakayo1399
    @tolassawakayo13994 жыл бұрын

    Kabbeen dhuguma dhiira😂😂

  • @kulajilo3579
    @kulajilo35794 жыл бұрын

    amazing dhugaa

  • @birukteshome504
    @birukteshome5044 жыл бұрын

    Wow hojii barsisaa fi boharsaa akkana kanan itti nuf fufun issin irra jirataa!!

  • @bilisumaabera909
    @bilisumaabera9093 жыл бұрын

    diraama baay'ee barreedda kan nama bashanansisuu fi ergaa guddaa kan qabu dha jabaadha!

  • @aanoleetube952
    @aanoleetube9524 жыл бұрын

    hedduu namatti tola jabaadhaa

  • @apostildaaniidhwaaqtola
    @apostildaaniidhwaaqtola Жыл бұрын

    Jabaadhuu kabber

  • @redanemo6001
    @redanemo60014 жыл бұрын

    Baay'ee namatti tola! Jabaadhaa itti fufaa! Kabbadaan adduma keessattiyyu!

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta12464 жыл бұрын

    Kabbaadaakoo jiraadhu.kkkkkkkkkkkk