EGEREE COMEDY: PHOTO

Ойын-сауық

ONLY ON EGEREE MEDIA
All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Пікірлер: 354

  • @sifanrgasa6161
    @sifanrgasa61613 жыл бұрын

    wow wow LTS an amazing job🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Mallkatube
    @Mallkatube3 жыл бұрын

    Waaqni isinirraa haa jaalatu drama afaan oromootiin hojjatamu yeroo baayyee hanqina qulqullina sagaleetiif oggummaa kaameeraa qaban garuu warri chanali egeree hanqina kana gama sagaleetiin irratti hojjetaniiru. Ogummaa kaameera garuu hammeenya hin qabu fuul dura ammoo muuxannoo dabalatani ni fooyyeessu jedhe yaada. Jabaadha rabbiin isin wajjiin haa tahu

  • @biftubeyenetube4411
    @biftubeyenetube44113 жыл бұрын

    Wowowo Baga Nagadhaan dhuftaan dhugaa baay'ee isiin dheebonee Eeggere 💐💐💐💐

  • @samsonhumnesa1873
    @samsonhumnesa18733 жыл бұрын

    Wwww ebbifamaa jalatamtoota ijoollee waqayoo kkkkk ojiin keessa wanumti barumsa in kennine in jiru ebbifama ✔️✔️✔️✔️❤

  • @sanyiihachaluhundessa3529
    @sanyiihachaluhundessa35293 жыл бұрын

    wowowowow.bayye.namat.tola.Jabadha.itti.fufa.❤❤❤❤❤❤❤👌👌👍👍

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga34273 жыл бұрын

    Kolfaa nu fixanii malo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 hedduu namatii toltuu jabadhaa😍😍

  • @bireeyoutubebireyoutube1705
    @bireeyoutubebireyoutube17053 жыл бұрын

    Kkkkķķk maloo kaa garan nadhukubee kolfaan bayye namatii toltuu jabadhaa ❤❤❤❤

  • @abdiinjiraaiyesuusbiraa4249
    @abdiinjiraaiyesuusbiraa42493 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣😍😘😘❤️❤️Bayyee namatii toltuu jabadhaa dhugaa kolfaa nu fixanii 💞💞

  • @ararsalemmessa1481
    @ararsalemmessa14813 жыл бұрын

    Professional and skilled Job. Aartiin sirriitti siniif gale. Jalqaba yeroo Mooraa Yuunivarsiitii Finfinnee jirtanin akka kana caala deemtan isin beeke, eegaas ture. Abbaa Lataa caala akka hojjattan abdiin qaba.

  • @saadiiyaasaanyiijaawwee4691
    @saadiiyaasaanyiijaawwee46913 жыл бұрын

    Welcome ijoolee oromo heduu naamatii toolataniii dhugaa ❤💚❤🥰🥰🥰😂😂

  • @lemidereje4228
    @lemidereje42283 жыл бұрын

    Nu jabadhaa bayye namati toltuu iskirptin keessanis taatoonis dhugaa dubachuuf perfect dha garuu mikii bayee nati tola garu yero toko toko mudi keessa baha akkasumas amanulels garu aman nama cimadha🙏🙏 waqon wantoni inni hojetu isaa walin kan demufi nama kennasa qabu dha jabadhu🙏🙏

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme44103 жыл бұрын

    Wayiiiiiii kkkkkkkkkkkkk baga nagaan dhuftaan jaalatamtoota ijollee wqy nagaa keessanii,wawawawa jabaadha ergaan keessanii barumsaas,kolfaas 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👏👏👏👏👏👏👏👍 Qaboo akkam gootanihoo?

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf99223 жыл бұрын

    Wayyoooo garaa koo maloo 🤣🤣🤣Qaboon Esaa dhaqee 💟💟💟💟👍

  • @ayantuwaqayotube7178
    @ayantuwaqayotube71783 жыл бұрын

    Wowowo bayyee garii dhaa jabadhaa Qaboon hoo

  • @biretube5899
    @biretube58993 жыл бұрын

    Baay,eee namaa boharsaa.jabadhaa

  • @ganatdarasa1451
    @ganatdarasa14513 жыл бұрын

    Kkkkkkk bayyee namatii tolituu bayeee siin jaladha jabadhaa💕💕💕💕💕💕💞💞💞💞💞

  • @awakidinkisa9555
    @awakidinkisa95553 жыл бұрын

    Bayye nama boo’aarstuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💖💖💖💖

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus84793 жыл бұрын

    Baay'ee bareedaa ebbifaama 😍😘😘

  • @koketTomas
    @koketTomas3 жыл бұрын

    Wayyoo garakooo kkkkkkkkk jabadha dhugaa nama bashanansisa.

  • @oromiyaaoromtichaaoromoo6971
    @oromiyaaoromtichaaoromoo69713 жыл бұрын

    Wwwww hedduu manatii tolaa💟

  • @hawiitube1848
    @hawiitube18483 жыл бұрын

    Kkkkk baayee namaa bashanansisa bayaa namaa barsisaa jabadhaa😊😊

  • @dejeneabdissa4272
    @dejeneabdissa42723 жыл бұрын

    Kikikikikiiiiii guyya sadii bodaa walagaraa😀😀😀

  • @tizitaabiyyansaa5050
    @tizitaabiyyansaa50503 жыл бұрын

    Ijoollema qaxalee kanaa akkatin jaladhuu Eebbifamaa barsiisaa gudadhaa💓💓❤❤

  • @ayyuulaalisaa1350
    @ayyuulaalisaa13503 жыл бұрын

    Kkkkkk jabadhaa baay'ee namatii tolaa

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel78473 жыл бұрын

    Bayeee namatti tolaa jabadhaa, garuu qaboon eessa dhaqeeraa isiin biraa.

  • @tadeseurge8369
    @tadeseurge83693 жыл бұрын

    jabaadha waqayo isiin haa gargaaru waan garii irra jirtu nama hubateef

  • @kenasajaleta3864
    @kenasajaleta38643 жыл бұрын

    Dhaqii fotookee dhoobbadhu, innis dhaqee haa rafuu!😂

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k3 жыл бұрын

    Kkkkkkkk waayoo garaakoo kolfaanii nufixanitini😆😆😆😆😍😍😍😍

  • @lennsatolessa9583
    @lennsatolessa95833 жыл бұрын

    Very funny I love it 👍

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o3 жыл бұрын

    Kkkkkkkuuuuu nuuf jiradha qacalewwan ujoollee kakuu ❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍👏👏👏😂😂😂😂😂😂

  • @zarazara1342
    @zarazara13423 жыл бұрын

    hhhhhh haadaaraa yoo isiiniif miijaatee yeeruumaa huundaa hoojeedha

  • @sabotuumucaaoromookwt336
    @sabotuumucaaoromookwt3363 жыл бұрын

    wowow bayyee namati tolaa jabadhaa 👍👍👍

  • @anisumafni5906
    @anisumafni59063 жыл бұрын

    Kkkkkkk diraman kesan hedu namti tola iti fufaa haluma kanan yero huda isin hordofa ani😁😁❤️❤️❤️❤️

  • @berrysland8240
    @berrysland824033 минут бұрын

    Wowowowow😊😊😊

  • @almasgutama5535
    @almasgutama55352 жыл бұрын

    Wow good jobs nufijabadhaa bayee kolfanii nujeftanii 😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @promobile5773
    @promobile57733 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣wayyoo kolfaan du.e dhugaa

  • @dal9093
    @dal90933 жыл бұрын

    Kkkkkk nuf jiraadha lammiikoo ♥️😁🤗

  • @OBSIIYTUBE
    @OBSIIYTUBE3 жыл бұрын

    Waaaww dhugaa baay'ee namatti tolaam jabaadha itti fufaa.

  • @dabalidaraje9949
    @dabalidaraje99493 жыл бұрын

    baayyee namatti tola jabaadhaa

  • @lensasanyihacaaluhundessa7246
    @lensasanyihacaaluhundessa72463 жыл бұрын

    Kkkkkk malo kolfan dhumne ka😂😂😂😂

  • @buzebayene2307

    @buzebayene2307

    3 жыл бұрын

    Diramaa bayyee namattii toluu fi ergaa hedduu namaf dabarsudhaa ,jabadhaa lammii koo

  • @CHALTU-cb9ry
    @CHALTU-cb9ry3 жыл бұрын

    Hojii garidhaa jabadhaa hin bareduu

  • @masaratimasarati1443
    @masaratimasarati14433 жыл бұрын

    Wowwww ebifamaa

  • @naanneetyoutube4013
    @naanneetyoutube40133 жыл бұрын

    Kkkkkk wayyyooo maaloo intalatooo mucaa luqistee uuuuuu itti fufaa baayyee bareeda

  • @mesfinhika7479
    @mesfinhika74793 жыл бұрын

    Jabaadha waan heddutu isini irraa eegama

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka72603 жыл бұрын

    YAA WAAqayyoo malii inafaan Akkan kkkkkkkkkk💕💕💕💞💞💞 Qaboon essaa Qaboo ofi biraa hin gaatinaa maloo ani isnumtuu nati tolaa ilkaan isaa keessaa ilalluu malee waan inni keessaa hin jiree naati toluu bayee

  • @sinboabdi3839
    @sinboabdi38393 жыл бұрын

    Barumsa bayye nama barsisa dhuga jabadha waqayyo hubanna isinif yaa bayyisu ammayu

  • @ikimaawallagaa437
    @ikimaawallagaa4373 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk gurii gurtee ufataa hadhasheetii bayyee namattii toltuuu😂😂😂😂😁🛍🛍🛍🎒🎒🎒🍫🍫

  • @qiditiiqiditi9828
    @qiditiiqiditi98283 жыл бұрын

    Ebifama wawawww bayy'e namati tola garu diqiiqaa nu dherasaa

  • @seemborak6238
    @seemborak62383 жыл бұрын

    Jabbadhaa ijoollee keenyaa ❤️💝😀

  • @samiramohammad7457
    @samiramohammad74573 жыл бұрын

    Bayyee bayyee natti toltu na jiraadhaa💗💗💗💗💗💗💗❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💘💘💘💘💘💘💘💘💘

  • @uaesmartservice55
    @uaesmartservice553 жыл бұрын

    Woow hedduu namatti tola jaabadhaa😂😂🤣🤣

  • @OsmanAlI-zl6lm
    @OsmanAlI-zl6lm3 жыл бұрын

    WAAAW jajjabadhaa ijjolee abbaa gadaa baaye,ee namatii toola

  • @yawahremedia8569
    @yawahremedia85693 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk uuuuuuu waan suqii kessa jiruu hundumaa gurguratee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Suqidhumaa bitii kaa 😄😄

  • @almazterrssa9770
    @almazterrssa97702 жыл бұрын

    Wwwaawwwoo nuufi jiradha qaaliwwan orommoko🙏🙏🙏🙏😘😘😍😍😍😍😍

  • @jamilasanyiijawarioromumaa9554
    @jamilasanyiijawarioromumaa95543 жыл бұрын

    Wwwwwwwwwwww qaqalii ijoolee😂😂😂😂😂😂💓💓💓😘😘😘😘😘😘

  • @naaftaanannafkoo9105
    @naaftaanannafkoo91053 жыл бұрын

    Waooowww posti godhu historya

  • @faxumaaabdullahabdalaa9827
    @faxumaaabdullahabdalaa98273 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk kkkkkkk jabadhaa wanii ofii

  • @bontudechasa8588
    @bontudechasa85883 жыл бұрын

    Hojii gaariidha jabadha.

  • @uaeu3800
    @uaeu38003 жыл бұрын

    woww baayee bareeeda

  • @lamlammucakakuu1735
    @lamlammucakakuu17353 жыл бұрын

    kkkkkkkkk jabadha bayyee namati toltuu

  • @amenraya5028
    @amenraya50283 жыл бұрын

    Hinqaqqabini Qoraattii qabiii😍😍😍😀

  • @lensasanyihacaaluhundessa7246
    @lensasanyihacaaluhundessa72463 жыл бұрын

    Jabaadha ijolle waqayyo isin jalanna💕💕💕💚💚💚💞💞💞💔

  • @astermucaakakuu9501
    @astermucaakakuu95013 жыл бұрын

    Uuuffffffff yaa garaa koo kolafaniinii du'eem 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @samilenjissa8842
    @samilenjissa88423 жыл бұрын

    hahahahaha akkas malee! natti tolte boo

  • @asdasd5811
    @asdasd58113 жыл бұрын

    Wawww ebbifamaa

  • @anuwartube8336
    @anuwartube83363 жыл бұрын

    Wel come Siniin eegaa ture

  • @amartiidheeressaa6254
    @amartiidheeressaa62542 жыл бұрын

    Kkkk😁😁😁😁BEST COMEDY ❤️❤️❤️❤️❤️💙💙💚💚

  • @letagobosho1313
    @letagobosho13132 жыл бұрын

    kkkkkk jireenya bara kanaa akkasumaan jala darbuudha.

  • @temperedglass2356
    @temperedglass23563 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂Ebifamaa💚💚💚💚💚💚💚💚💚

  • @koketyoutube211
    @koketyoutube2113 жыл бұрын

    Kkkk wwuu Mucan Ufata Gurguru Beyye Nama Garama

  • @zwudinashbekela5226
    @zwudinashbekela52263 жыл бұрын

    Eyyee Mucaa garriidha Guwaa

  • @martaadejene6368
    @martaadejene63683 жыл бұрын

    Bayyee namatii tooltuu ❤❤

  • @proudofyou3579
    @proudofyou35792 жыл бұрын

    Hh ajaaibuma abboo.sinittatolu qomookooo😃

  • @birtukanteshoma3347
    @birtukanteshoma33473 жыл бұрын

    Yaa abbaa koo kkkkkk malooo kolfaan nuu fixaani.garuu akkuma waan tolaa keenuf fakkesoo

  • @hawaaimon3647
    @hawaaimon36473 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk waayoo gaaraa koo 😃😃😃😃😃😃

  • @Boharttii
    @Boharttii3 жыл бұрын

    Iddoo mucaan rifadheem 😁😁😁😁jabadhaa namatti tolttuu

  • @hawaaimon3647
    @hawaaimon36473 жыл бұрын

    Baayee naamatii tooltuu nuuf jiraadhaa waaqayo isini haa ebbiisuu ebbiifaama

  • @lililioi4063
    @lililioi40633 жыл бұрын

    Kkkkkk........hedduu nama boharsitum isiin dhuugaq

  • @keettukeeti571
    @keettukeeti5713 жыл бұрын

    Jabaadha aartii Oromoo sadarkaa tokko gara fuulduraatti sochoostaniirtu keessattu gama comedy

  • @tigisttamiru457
    @tigisttamiru4573 жыл бұрын

    kkkkkkkkkkkk wayyii hojii keessaan🤣🤣🤣🤣

  • @Eliyas_55
    @Eliyas_553 жыл бұрын

    Wooooow ajaa'iba dhugaa

  • @rabrahaambarii9872
    @rabrahaambarii98722 жыл бұрын

    Baayyee bareeda

  • @birtukanteshoma3347
    @birtukanteshoma33473 жыл бұрын

    Kkkkk ijoo mucaa karoraan jirtaa jartti manaa Kessaa inni yadee malii fudhatee bayyee

  • @saniyaasaniyaa5114
    @saniyaasaniyaa51143 жыл бұрын

    Jajjaabaadhaa.

  • @naaftaanannafkoo9105
    @naaftaanannafkoo91053 жыл бұрын

    Jabaadha namatti tolaa garuu waqoono

  • @Faarsaa
    @Faarsaa3 жыл бұрын

    Hojii ajaa'ibaati. Jabaadhaa.

  • @godisgoodwaaqayyogaariidha3618
    @godisgoodwaaqayyogaariidha36183 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkk jabaadha ❤❤❤❤

  • @g5md957
    @g5md9573 жыл бұрын

    Bareedaadha!

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus84793 жыл бұрын

    Well come

  • @gizachewtekeba105
    @gizachewtekeba1053 жыл бұрын

    Jabaadhaa jalqabbii gaaridhaa.

  • @movio5455
    @movio54553 жыл бұрын

    Malo mucotuni ni baredi 💞💞💞💞

  • @amenakader8447
    @amenakader84473 жыл бұрын

    Kkkkkkkk kolfaan du'ee

  • @bikilaeba9846
    @bikilaeba98463 жыл бұрын

    Kkk baayyee namatti tola

  • @kuulikuuli7915
    @kuulikuuli79153 жыл бұрын

    Kkkkkl ebbifama

  • @aliahmad6575
    @aliahmad65753 жыл бұрын

    Hhhhhh wow bareedadhaa

  • @jaalalii
    @jaalalii3 жыл бұрын

    We'll. Come

  • @oliimanaqabnna6142
    @oliimanaqabnna61423 жыл бұрын

    Kkkkkk birrii Amma kanaa eessa fidaa silaa kkkkkkkk

  • @firyotworkine5044
    @firyotworkine50442 жыл бұрын

    KkkkkjabadhaaGalaatomaa

  • @merrytoube8594
    @merrytoube85943 жыл бұрын

    Hhhhhh ayyee guddi kessaan

  • @talebantube3848
    @talebantube38483 жыл бұрын

    isin jaallanna jabaadhaa

Келесі