EGEREE COMEDY: OKKOTEE

Ойын-сауық

ONLY ON EGEREE MEDIA
All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Пікірлер: 342

  • @asentigudisaa4580
    @asentigudisaa45803 жыл бұрын

    Waqoo dhugaa atii badhassa oromoo ttii jabadhuu 👌👌💪💪❤❤💚💚❤❤

  • @prophetdegagabelay6599
    @prophetdegagabelay65993 жыл бұрын

    Jabaadhaa ijoollee keenyaa

  • @samiraorokush9791
    @samiraorokush97913 жыл бұрын

    Okkotee 🙄😂😂😂 bayyee dasii jedhaa jabadhaa ❤❤😘

  • @robegetachew9497
    @robegetachew94973 жыл бұрын

    Woyyooo! okkotee Hhhhh! Itti bohaareera jabaadhaa!

  • @samiahussein3458
    @samiahussein34583 жыл бұрын

    You guys make me laugh 🤣🤣🤣

  • @seemborak6238
    @seemborak62383 жыл бұрын

    Kkkkwayyiii hojin kee asii keessa yaa hojii kee qaboo koo❤️💖💝

  • @nansabobiyyabunaa7196
    @nansabobiyyabunaa71963 жыл бұрын

    Kkkkkkk Hayi qaboo hojji kee jabadhuu bayye si dinqisifadhaa 👌

  • @sabkeebarrmichuarsilixa3103
    @sabkeebarrmichuarsilixa31033 жыл бұрын

    Kkkkk woyyo gara koo qabo jabaadhu afaan keenya guddusi

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k3 жыл бұрын

    Wel cema Qaboo 😍😍😍

  • @amaanamaan6825
    @amaanamaan68253 жыл бұрын

    Wow Jabbadhaa! Hojii daansatti jirtuu!

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
    @amantinkiyyaalubbuukiyyaao86963 жыл бұрын

    Jabadha heddu namati taloo 😂😂qabo

  • @longlifeoromiya2107
    @longlifeoromiya21073 жыл бұрын

    Maaloo maaloooooo garaan na dhukkubee😀😀😀😀😀😀😀

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme44103 жыл бұрын

    Waw akkam akkam namatti toltuu baay'ee galatoomaa ergaa guddaa dabarsiitanii,kkkkkkkkkk wayii diramaa keessan yeroo hundaa ergaas qaba,nama boharsaas itti fufaa jabaadha🤣🤣🤣🤣👏👏👏👏👍

  • @burteemucaawaaqayyoo8945
    @burteemucaawaaqayyoo89453 жыл бұрын

    Oktee 😁😁😁 jabaadha baay'ee namatii toltuu

  • @lennsatolessa9583
    @lennsatolessa95833 жыл бұрын

    Good to see you my favorite people very funny Ha Hah Ha ha ha

  • @helenbaqalaa3566
    @helenbaqalaa35663 жыл бұрын

    Wayyi garaako okkote 😂😂😂😂😂😂😂

  • @danigurmesa312

    @danigurmesa312

    3 жыл бұрын

    okkotee hhhhhhh

  • @Raagaa5
    @Raagaa53 жыл бұрын

    Jabaadha bayyee namatti tola.

  • @azoz87samri65
    @azoz87samri653 жыл бұрын

    Kkkkkk Ana dhugaadha haasofni qaboo baay'ee nama bohaarsaa !! ❤❤👍👍

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23033 жыл бұрын

    Okotee wayoo garaa koo kkkkk

  • @haawwiikoobilisumaadhaa2008
    @haawwiikoobilisumaadhaa20083 жыл бұрын

    okotee jetii kkkkkkkkkkkkkj

  • @gemechufufa7433
    @gemechufufa74333 жыл бұрын

    Kkkkk Qabooo !!!! Jabaadhaa isjii

  • @thepoweroflove3533
    @thepoweroflove35333 жыл бұрын

    “Ookkoteee”😄😄🤣🤣

  • @fraoltulema3122
    @fraoltulema31223 жыл бұрын

    Comedy'n Oromo hanga tokko gara fuunduraa tarkaanfachaa jiraachuu isaaf kuni ragaadha. Jabaadhaa.

  • @aayyantuuitalaashawaa6492
    @aayyantuuitalaashawaa64923 жыл бұрын

    Eebifamaa Eebifamaa dhugaa waqa bayee namatii tolaa 😁😁😁❤❤

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga34273 жыл бұрын

    Ayii qabo hojii ke😍😂😂😂😂😂

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar14773 жыл бұрын

    Hidha hiikaa qaboo 😂😂😂😂 bar ati addaa nama Aartiidhaf kununsaan keessa ati tokko qaboo jabaadhu.

  • @fayizailiyasomntube6977
    @fayizailiyasomntube69773 жыл бұрын

    Hayii qaboo hojjiikee moo 🤣🤣🤣🤣😁😁😁

  • @bellalebanon1320
    @bellalebanon13203 жыл бұрын

    Kkkkkkk sisteri iddoo atii jirtu kolfumatu jiraa ebbifami

  • @animatewithnahu7463
    @animatewithnahu74633 жыл бұрын

    hhh bayye hoji bareda hojjecha jirtu jabaadhaa ... nunisi gae kenya baufi animation hojechu egalle jirra channel kenya dawachu dandesu

  • @daily.motivation6264

    @daily.motivation6264

    3 жыл бұрын

    wow dhuguma hoji bareda jalqabde jirta jabaadhu atile

  • @animatewithnahu7463

    @animatewithnahu7463

    3 жыл бұрын

    @@daily.motivation6264 gudda galatomi

  • @sabontuuinatalaahayileorom8446
    @sabontuuinatalaahayileorom84463 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkk yaa hojii kee qaboo nuf jiradhu dhugaa

  • @samilenjissa8842
    @samilenjissa88423 жыл бұрын

    hahahahaahahahahaha baayyee bareeda! jabaadhaa

  • @melkamuwaktola5472
    @melkamuwaktola54723 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk nan kolfe dhugaa sirritti. Okkoteeee???? Kan ashangulliitii kabballaan joonjessitu malee maaltu na dhibe 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😆😆😆! In bareedaa baacoon keessan jabaadhaa!

  • @burteetube3415
    @burteetube34153 жыл бұрын

    Uuuuuuuffffff kaboo koo ani jechaan sif jabaa bar waqa jiradhuu 💘💘💘💘💘❤❤❤❤❤❤❤❤💘

  • @betiiyeemaremlejii9691
    @betiiyeemaremlejii96913 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkk qaboo waqayoo sii yaa eguu eddoo atii jirtutii kolfe hin dhabamu umphaaaaaaaaa ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @almazterrssa9770

    @almazterrssa9770

    2 жыл бұрын

    Wwwaaawwwwooooooo💖💖💖💖💖💖💕💕💖💖💖🌺🌺🌺💞💞💞💘💘💘👌👌👌👌👌

  • @ejetashifera1749
    @ejetashifera17493 жыл бұрын

    Baayee isin jaaalanaa nuuf Jiraadha egeraa Comedy Afaan Oroomoo baaayyee namatti tola.

  • @shawayyeeambooCor
    @shawayyeeambooCor3 жыл бұрын

    Jajabeessa kaa lammiikoo isanuumaa qabnaa hoo like tuqafi

  • @nkoogoftako851
    @nkoogoftako8513 жыл бұрын

    Oktee😁😁🙈🙈🙈🙄

  • @tadekoo9118
    @tadekoo91183 жыл бұрын

    wow bayee bareeda jechaa okkotee jaaladheera

  • @jesusismylife9525
    @jesusismylife95253 жыл бұрын

    Kkkkkkkk bay'ee namati tolaa dhugaa jabaadha qabo umurii nuuf dheeraadhu

  • @Obsinandebesa
    @Obsinandebesa3 жыл бұрын

    kkkk baayyee nama bohaarsa ergas of keessaa qaba,nuu jabaadhaa jara keenya

  • @darbuunkeenyaahinoluu7506
    @darbuunkeenyaahinoluu75063 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk Woooooooooow bay'ee namatii toltu galatomii

  • @haanaasiijaladhaoromookoo4002
    @haanaasiijaladhaoromookoo40023 жыл бұрын

    kkkkk yaa hujii kee qaboo❤❤💪💪

  • @gizuutube413
    @gizuutube4133 жыл бұрын

    Kkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk okkotee 😀😀😀😀malo kolifaa,du'ee

  • @robarobachannel5416
    @robarobachannel54163 жыл бұрын

    Wow baay'ee bareeda jabaadha

  • @seenabara814
    @seenabara8143 жыл бұрын

    Uuuuuffff galatoomaa qabo namati tola

  • @hdsena7498
    @hdsena74983 жыл бұрын

    Hookotee😂😂😂♥️

  • @YOOYYAATUBE
    @YOOYYAATUBE3 жыл бұрын

    good job kept up

  • @qamararsii9396
    @qamararsii93963 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk ajaa,ibaa qarreewwaan akkam bareediirree uuuuufffff kolfaan dhumnee haay qaboo

  • @baysegabisa9643
    @baysegabisa96433 жыл бұрын

    Kkkkk wayoo qaboo koo❤️❤️

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285
    @hundaadandaaaawaaqayyoon72853 жыл бұрын

    Kkkkkk qaboo bakka atii jirtu hundaa kolfumaanii gutamee😂🙆‍♂️

  • @ofbekkii6843
    @ofbekkii68433 жыл бұрын

    kķkkkkkkk bayyee nama bo'aarsaa

  • @hanatariku4095
    @hanatariku40953 жыл бұрын

    Woooowww 💜

  • @diboraayesus163
    @diboraayesus1633 жыл бұрын

    Okotee uuuuu malii irraa qabduu ijoo 🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️

  • @bireeyoutubebireyoutube1705
    @bireeyoutubebireyoutube17053 жыл бұрын

    Kkkkkkkk kolfaan dhumnee dhugaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣jabadhaa

  • @appdroid4460
    @appdroid44603 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣😁😁jajjaabeewwaan itti fufaa.

  • @abdiiboriitube2801
    @abdiiboriitube28013 жыл бұрын

    Hhhhhh wayyoo koolfaan dhumnee😅😅😂😂

  • @oromiyaaoromtichaaoromoo6971
    @oromiyaaoromtichaaoromoo69713 жыл бұрын

    Q.natii toltaa dhugaa kkkkkkkk💖👍

  • @godisgoodwaaqayyogaariidha3618
    @godisgoodwaaqayyogaariidha36183 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkk maloo kaa qaboo koo garanaa garasii okkoote okkoote sin jedhani kkkkkkkkkk

  • @el-roitube5843
    @el-roitube58433 жыл бұрын

    Wayoo kolfaa du'u hojii dhumaa kee Yaa Okkotee

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23033 жыл бұрын

    Okotee 🤣🤣😂😂

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf99223 жыл бұрын

    Wuyiiiii qabo 🤣🤣🤣👍👍

  • @welega2624
    @welega26243 жыл бұрын

    Kkkkk qaboo iddoo atii jirtuu hundii kolfaa

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh11203 жыл бұрын

    Kkkkk baye.ee namaati tolaa qaboo koo

  • @zubeyrioro9674
    @zubeyrioro96743 жыл бұрын

    Jabadhaa oro koo hedu namati tolaa

  • @abdiikowaaqayyooqofaa763
    @abdiikowaaqayyooqofaa7633 жыл бұрын

    Wowwwww yaa garaa koo 😂😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤❤

  • @abenezermulugeta6197
    @abenezermulugeta61973 жыл бұрын

    Jabaadha👍👍👍

  • @samitsageofficial8674
    @samitsageofficial86743 жыл бұрын

    baayyee namtti toltu ijoolle

  • @burtukaanragasaargr1758
    @burtukaanragasaargr17583 жыл бұрын

    kkkkkkkkk qaboo bakkaa attii jiirtuu kolfuumaa 😆😆

  • @naridosyosefi4668
    @naridosyosefi46683 жыл бұрын

    Kkkkkkk okkotee 🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️

  • @jiirraawaqayoo1398

    @jiirraawaqayoo1398

    3 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣😁

  • @anuwartube8336
    @anuwartube83363 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk baayee baayee Namati tola jajjabaadha

  • @HuaweiHuawei-mt1vp
    @HuaweiHuawei-mt1vp3 жыл бұрын

    Jaabaadhaa, Kkkkkkkkkkk, 🤣🤣🤣🤣🥰

  • @tibebemekbib7907
    @tibebemekbib79073 жыл бұрын

    Argaakee kkkkkkkkkkkkkkkkkkk uuuuuuuuuff garaa koo😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @orotube3511
    @orotube35113 жыл бұрын

    Nama kolfisiisa.jabaadhaa!

  • @uaeuae1117
    @uaeuae11173 жыл бұрын

    bayee namati toltu jabaadha

  • @bonitabonita5132
    @bonitabonita51323 жыл бұрын

    Kkkkkkl bay'ee namaa garmaa kkk

  • @werkguta8082
    @werkguta80823 жыл бұрын

    Dhumnee kolfaan 😁😁😂

  • @bilisummaaoromo3586
    @bilisummaaoromo35863 жыл бұрын

    Dhugaa mucaa kun wanuumaa diqii malee hin hojaatuu 😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄

  • @sudetofiq8275
    @sudetofiq82753 жыл бұрын

    Like itti robsamo ijolee oromoo maal harkatu isin dhukkubamo kan jara nafxenya utuu tahehoo

  • @anihinleeyyauucaalaa7989
    @anihinleeyyauucaalaa79893 жыл бұрын

    Well come jajjabe keenya

  • @buranib3040
    @buranib30403 жыл бұрын

    Wowowow nufii jiradhaa dhugaa 😍😍☑️😍☑️😍☑️😍☑️☑️😍☑️😍☑️😍☑️😍😍☑️😍☑️😍☑️😍☑️

  • @masiikiyyaa8953
    @masiikiyyaa89533 жыл бұрын

    Qaboo Okotee Tatee Malo Anii Kolfani Du'e Kkkkkkkkkkkk😃😃😃😃😃😄😄😄😄😄😄😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @lalistutube177
    @lalistutube1773 жыл бұрын

    Jabadhaa sanyiiwaan koo

  • @ollifantube6775
    @ollifantube67753 жыл бұрын

    Qabooo okkotee tatee uuuf lafa atii jirtuu hunduu kolifaa

  • @negesaofficial5702
    @negesaofficial57023 жыл бұрын

    kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Ay Okkotee!

  • @andrewarshavin9927
    @andrewarshavin99273 жыл бұрын

    Nice 👌👌 comedy 👌

  • @shawayyeeambooCor
    @shawayyeeambooCor3 жыл бұрын

    Kkkkkkk qaboo har'aamoo okkoote tatee.gaalatooma ergaa guddaa qaba.dhiroota sobannii durbaa goyyoomsaanniif

  • @hanatariku4095
    @hanatariku40953 жыл бұрын

    Jabadha 💟

  • @sinboabdi3839
    @sinboabdi38393 жыл бұрын

    Wayyo qabu kolfaan nufixem😂😂😂😂

  • @nikozufan7669
    @nikozufan76693 жыл бұрын

    Wow ijoolle Kenya jabadha

  • @dinqeekananii8852
    @dinqeekananii88523 жыл бұрын

    Kkkkkk uuuuuu qaanii okkotte!😃😃😃😃😃😃

  • @rahmaali8429
    @rahmaali84292 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk okoteee❤️❤️❤️

  • @etenshdabawajira5427
    @etenshdabawajira54273 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk waa lama dhabaa koo kkkk

  • @bilisummaaoromo3586
    @bilisummaaoromo35863 жыл бұрын

    Dhugaa kolfaan du,e 😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😍😍😄😄😄😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @user-cf8rq4vb5x
    @user-cf8rq4vb5x3 жыл бұрын

    Kkkkk qaboo okkoteee kkkkk

  • @genetgenet68
    @genetgenet683 жыл бұрын

    Okotee 💞💞💞💞💞💞

  • @lamlammucakakuu1735
    @lamlammucakakuu17353 жыл бұрын

    kkkkkkkkkkk obolotakoo jabadha haaluma kana

  • @smdhcekk6690
    @smdhcekk66903 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuuyyyiiii😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @yoomileeoroomokoo168
    @yoomileeoroomokoo1683 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk nufi jiradhaa 💜💜💜💜❤❤❤

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23033 жыл бұрын

    Okotee 🤣😂

  • @hawwiiamboo7313
    @hawwiiamboo73133 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk qabo bayee siijaana

Келесі