EGEREE COMEDY: KONKOLAATAA

Ойын-сауық

ONLY ON EGEREE MEDIA
All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Пікірлер: 547

  • @emanabdella4629
    @emanabdella46293 жыл бұрын

    Mohaa ko bayee si jaladha dhugaa 😍😍😍jalachuun salphadha konkolatta ofu garuu hin ulafatta 😂😂😂

  • @bireeyoutubebireyoutube1705
    @bireeyoutubebireyoutube17053 жыл бұрын

    Uuuuuuuffffffff oson guyya tokko gutuu hojii kee dhagefadhèe hin qufu dhugaa 🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤

  • @muyetube8512

    @muyetube8512

    3 жыл бұрын

    akka anati gurba aja.ibati

  • @mohamedalsha3er133

    @mohamedalsha3er133

    3 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk wayyo garako dhaladhe akka har'atti kolfe hin beku

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka72603 жыл бұрын

    NUUF jiraadha kolfan nuu fixxaan 👍👍💯💯💯🤣🤣🤣🤣ati immoo ani naa gaggeessii kaakkkkkkkkkkkk Kabajaa Waal laachun jariidha

  • @gulumaturuna6867
    @gulumaturuna68673 жыл бұрын

    really am very admired all of you guys, you are so awesome to watch keep up good work

  • @ayantukabeta9021
    @ayantukabeta90213 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk yaa garaa koo maalii ijoolee kunii baay'ee namatti tooluu nu jiradhaa diramaa keessaani baay'ee nama kolfisaa waqaa koo jalalaa dhugaa qabenyaa hin barachuu kanaafuu barusaa baay'ee qabaa nu galatomaa isiini ❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @firaol81
    @firaol813 жыл бұрын

    Woooow Qabenyii keesi kankoti woow😂😂😂

  • @oro_records

    @oro_records

    2 жыл бұрын

    Maaloo maatii Naaf ta'i sanyii koo

  • @Caffee91
    @Caffee913 жыл бұрын

    Awesome 👏! Sirritti hojjette, sirritti sirratti hojjetames!

  • @umabdallah2910

    @umabdallah2910

    3 жыл бұрын

    Mati naaf taha🤗

  • @obseeshow9855
    @obseeshow98553 жыл бұрын

    WOW bayyee bareeda jabadhaa itti fufaa.barumsa baayee dabarsa. ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️Uuuuuuuuufff 💔💔🤣🤣🤣🙅‍♀️🙅‍♀️🙅‍♀️😱😱😱😱

  • @tigisttemesgen9919
    @tigisttemesgen99193 жыл бұрын

    kkkkkkk.....ayi qaboo nuuf jiradhu baayee nu boharsitaa jabaa namaa

  • @fateseyid7578
    @fateseyid75783 жыл бұрын

    ebbifama nama totuu baay'ee😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @sabontusabaa3727
    @sabontusabaa37273 жыл бұрын

    😁😁😁😁😁😁😂😂😂😂 dhugaa Raabii kolofaan dhumnee baranaa

  • @josephmulatu3441
    @josephmulatu34413 жыл бұрын

    Kkkk waaqootu kolfa nafixe. Doormiin jeeqe halkan keessaa Saha 8tti dhugaa rabbii!!! Keep going

  • @abarraashtasfaayee7580
    @abarraashtasfaayee75803 жыл бұрын

    Atii moo anaan naa geggeessii kaa 😃😃😃😃😃

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23033 жыл бұрын

    Wayoo qaboo hojjii kee moo 😂😂😂🤣😍😍😍😘😘😘😘

  • @kalifacook4777
    @kalifacook47773 жыл бұрын

    Maaloo kolfaan duunnee waqaayyoo siin haa eebbisuu

  • @JoEagleMedia
    @JoEagleMedia3 жыл бұрын

    Wow!!! Ani isheen geggeessa atimmoo nageggeessi hhhh!!!

  • @deborawaqayoobekadha6446
    @deborawaqayoobekadha64463 жыл бұрын

    Wwwwww baayee namatii toltuu❤❤🧡🧡🧡💓💓💞💞💕💚

  • @urjiitolesa654
    @urjiitolesa6543 жыл бұрын

    Wowwww qaboo bakkaa ati jirtuu hunduu gamaachudha .ebbiffami jabadhu❤️❤️🙏🙏

  • @urjiitolesa654

    @urjiitolesa654

    3 жыл бұрын

    Kkkkkk 😂😂😂koonkoolata ofuuni saalphaadha. Jaalali bayyee cimaa qaboo hojjii kee 😂😂😂😂😀😀👈❤️❤️💓❤️❤️❤️

  • @user-jw9nq5ww4i
    @user-jw9nq5ww4i3 жыл бұрын

    Woyyoo Garaa koo bay'ee Nama Garamaa♥️♥️🥰 kkkk🤣🤣🤣🤣

  • @ikramsaber4950
    @ikramsaber49503 жыл бұрын

    Kkkkk Qabenyii ketsii kankotii wii😄😄

  • @fayizailiyasomntube6977
    @fayizailiyasomntube69773 жыл бұрын

    Hin oftaas hin ofaafamtaas 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Nuuf jiraadhu qaboo💔💚💔💖🌷⚘⚘ Hireen dafii kootuu

  • @ganootube7855

    @ganootube7855

    3 жыл бұрын

    Me matii nafii taa

  • @milkesatube4981
    @milkesatube49813 жыл бұрын

    Qofaama deemtaaree giiftiikoo 😂😂😂😂😂😂

  • @busiebuziyeee4722
    @busiebuziyeee47223 жыл бұрын

    Kkkkkk wwwwwwoo Bayee gaariidhaa jabadhaa

  • @ageregutema4573
    @ageregutema45733 жыл бұрын

    Woow baayee Naamati,Tolaa,Ebifamaa

  • @hawwiijabeesaayoutube6044
    @hawwiijabeesaayoutube60443 жыл бұрын

    Kkkkkkkk kolfaa dhumnee jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @birtukanteshoma3347
    @birtukanteshoma33473 жыл бұрын

    Ijoo kolfaa dhumaanee kkkkkkkkk Uuufyii garaa koo

  • @yusufzabaan2935
    @yusufzabaan29353 жыл бұрын

    qabboo jirtaa jiadhuu hamasii💐💐

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom59173 жыл бұрын

    Maloo qaboo kolfiaa naa fixee😂😂😂😂❤

  • @hki5411
    @hki54113 жыл бұрын

    Jabbadhuu.WOOWWWOW 😂😂😂😂😂❤❤❤🤙🤙🤙😅😅👈💪💪👌

  • @anakoo3381
    @anakoo33813 жыл бұрын

    Wowow eebbifamii waqaa

  • @gemeyana7
    @gemeyana73 жыл бұрын

    kolfa dhumne....

  • @umabdallah2910

    @umabdallah2910

    3 жыл бұрын

    Dr mati naaf taha🤗

  • @AyyuuTube
    @AyyuuTube3 жыл бұрын

    kkkkkkkk wayyoo kolfa dhumne. jabaadha dhugaa

  • @jossyman2872
    @jossyman28723 жыл бұрын

    #Wayi Eebba Diribaa!! Akkas taate aabbe??? Bara preparatory barannuu isa barsiisan Ingiliffaa( Alamaayyoon )maal taata gara boodatti siin jennaan ati Musician ta'a jennaan si loleen yaadadha aabbe!!! Jabaadhu aabbe!!

  • @mohammedhajjii

    @mohammedhajjii

    3 жыл бұрын

    Jabadha bayye garidha

  • @umabdallah2910

    @umabdallah2910

    3 жыл бұрын

    Mati naaf taha🤗

  • @Emmy-go1mp
    @Emmy-go1mp3 жыл бұрын

    uuuffff garaa koo yaa mucaa kanaa😂😂😂😂😂❤❤❤

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23033 жыл бұрын

    Qabeenyii na Ariaa kkkkkk qaboo koo 😘😍😍😍😍😍😍🤣🤣😂😂😂😂

  • @kebiyabush1353

    @kebiyabush1353

    2 жыл бұрын

    baayyee namti tolaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @kebiyabush1353

    @kebiyabush1353

    2 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @WarquTsegaye
    @WarquTsegaye3 ай бұрын

    Egeree comedy baay'een jaaladha Habashaa itti nuu fufaa❤❤

  • @eyasukibuofficial7194
    @eyasukibuofficial71943 жыл бұрын

    wow baayyee namatti tola itti fufaa

  • @kiyyaakaabukii2315
    @kiyyaakaabukii23153 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk Baayyeee namattii tola jalqabbii baredaraa jirtanii jabadhaa

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar14773 жыл бұрын

    😃😃😃😃😃😃😃😃😃qaboon harka duwwaati hafe maaloo

  • @obseentube3821
    @obseentube38213 жыл бұрын

    Kkkkk Malo baayyee nama kofalchisaa

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23033 жыл бұрын

    Maloo qaboo kolifani nu fixee maloo 😂😂🤣🤣🤣🤣🤣😂😂🤣🤣🤣🤣🤣

  • @musicstorecell615
    @musicstorecell6152 жыл бұрын

    Dhugaa waqqaayyoo bayee namaa bashanansisaa 😁😁😂😂😂😂😂

  • @firaol81
    @firaol813 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😂 wooow Baayee nama Tola Itti fufa

  • @samiruhsamiruh939
    @samiruhsamiruh9392 жыл бұрын

    Abeeet Abeeeet guraa 😃😃😃😃

  • @fayeratemesgen7302
    @fayeratemesgen73023 жыл бұрын

    Jabaadhaa ijoolle dhugaaa baay'ee nama kofalchiisti! kan amma akkasitti nama kofalchiistan booda gaafa dulloomtanii nama ga'eessa taatanimmoo ajaa'iba taatu!❤❤❤

  • @berisaabdurahmen2608
    @berisaabdurahmen26083 жыл бұрын

    kkkkkkkkkk comedy hedduu nama gammachiisuu hojjachaa jirtu jabaadhaa

  • @frans2tube203
    @frans2tube2033 жыл бұрын

    woow baayyee namattii tola !!!!

  • @rabrahaambarii9872
    @rabrahaambarii98722 жыл бұрын

    Jabaadhaa kabajamootakeenyaa baayyee namatti tola

  • @lattuuwallaggaa1015
    @lattuuwallaggaa10153 жыл бұрын

    𝐀𝐭𝐢𝐢 𝐨𝐟𝐢 𝐤𝐞𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐝𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 🤣🤣🤣

  • @afroman3276

    @afroman3276

    3 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/rGWlpsOnn9TgqtY.html

  • @kalbakalba7071
    @kalbakalba70713 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuufffffff yaa mucaa nanaa Kofaa nuu fixee🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii53063 жыл бұрын

    Kkkk wayyoo yaa garaa koo😂😂😂😂😂😂😂nufaa jiradha ijolee keenyaa jabaadha

  • @hcvc152
    @hcvc1523 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Waqaayyoo Baraafi Jiirenaa Keessaa Yebisu Bayyee Namatii Toltu❤❤❤❤❤❤❤

  • @oro_records

    @oro_records

    2 жыл бұрын

    Maaloo maatii Naaf ta'i sanyii koo

  • @asterchala6311
    @asterchala63113 жыл бұрын

    Bagaa nagaa dhuftan wawu jabadha ♥️💕💪💪💪

  • @hakimamanya4993

    @hakimamanya4993

    2 жыл бұрын

    mati naf tahi qomo ko

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa14003 жыл бұрын

    Uuuuufff qaboo hojii kee rajjiidhumaa kkkkkkkkkk 😄😄😄😄😄😄😄❣

  • @elfineadisu7013
    @elfineadisu70133 жыл бұрын

    Commedy keessan baayee bareeda.waan baayee irraa barane

  • @waqayyoogaariidh50
    @waqayyoogaariidh503 жыл бұрын

    Ebbifamaa Ebbifamaa toluu baay'ee 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤

  • @almanassar6459
    @almanassar64593 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftte ofiimtikeeyyu diraamadha 🤣🤣🤣🤣🤣🤣💝💝💝💝💔💔💔

  • @umabdallah2910

    @umabdallah2910

    3 жыл бұрын

    Maati naaf taha🤗

  • @soltiksa9937

    @soltiksa9937

    3 жыл бұрын

    Kkkkk Intaloonuu Isaa Wajjin Qosaa jamartee!!Namatti toltuu

  • @hawwioromo5451
    @hawwioromo54513 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk qaboo sirraa bareedeyyuu

  • @radiyatullu4166
    @radiyatullu41663 жыл бұрын

    ajaiba dhugaa jabadhaa itti fufaa

  • @artos9576
    @artos95763 жыл бұрын

    Wow! Baayyee jaalladheera

  • @maskiitube4954
    @maskiitube49543 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkk wayyoo garaakoo🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @foziyyaagalatofoziyyaagala7080
    @foziyyaagalatofoziyyaagala70803 жыл бұрын

    Kkkkkkkk lama dhabuun balbal boro dhabu jedhani tanu isfii dhabdee😂😂

  • @yusufzabaan2935
    @yusufzabaan29353 жыл бұрын

    wwwwww ijaaraa haafii bayyee bareduu 💋💋💋💋💋💋💐💐💐

  • @abdiikowaaqayyooqofaa763
    @abdiikowaaqayyooqofaa7633 жыл бұрын

    Wayyoo garaa koo🤣🤣🤣😂😂😂😂

  • @SarahSarah-ni9bm
    @SarahSarah-ni9bm3 жыл бұрын

    Nufuu jiraadhaa koliifaan I nufixaanii💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕👈

  • @kenasajaleta3864
    @kenasajaleta38643 жыл бұрын

    Intallu arifachuu dhiisteema qoosaa namichaa dhaggeeffachuu jalqabde 🤣

  • @seemborak6238
    @seemborak62383 жыл бұрын

    Wayyiii qaboo koo atti moo 🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰❤️💟

  • @clickcell6068
    @clickcell60683 жыл бұрын

    Hayyy yaa qaboo iddoo ati jirtuu moo 🤣🤣🤣🤣

  • @user-ru7sv7xf2o
    @user-ru7sv7xf2o3 жыл бұрын

    Kkkkk dhugaa mucaa ati kun bay.ee comedadhaa qosan kee bay.ee namaa kolofachisaa

  • @abcdtube6405
    @abcdtube64052 жыл бұрын

    kkkk,,,dhugaa sirritti nama bo'aarsa

  • @maskiitube4954
    @maskiitube49543 жыл бұрын

    Dhugaa marimankoo naa ciccitee kolfaan🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 hojiikee nyaadhuu Qaboo koo😋

  • @almanal828

    @almanal828

    3 жыл бұрын

    😂😂😂😂😁😀😀😁😂😂😄😃😆😆😆😂😂😂

  • @zarakadir453
    @zarakadir4533 жыл бұрын

    Dhugaa qaboon bayyee namati tolaa hedduu isiin jalanaa jabadhaa oromo koo

  • @rayyutube6354
    @rayyutube63543 жыл бұрын

    Hhhhhhhh akka ajaaibaa walgootan. Jabaadhaa itti fufaa

  • @emuyeebonsaa5264
    @emuyeebonsaa52643 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk qaboo malumaa sii tayuu anii bakaa adii jirtuu musayuu hin jiruu Yoon dhukubasdhee Lee sii argee naa fayaa uuuuuuuuuuuufffffff yaa garaa koo

  • @rawadarawada7786
    @rawadarawada77863 жыл бұрын

    Bayyee natii toltaa bar❤️🤣🤣

  • @petracell303

    @petracell303

    3 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk

  • @solomonbizuneh2341
    @solomonbizuneh23413 жыл бұрын

    jabaadhu obboleessoo

  • @misramohammed4614
    @misramohammed46143 жыл бұрын

    Kkkk wayoo hojjii kessan qabenyaa koo qabenyaa ketii jedhee Jalalee jalaa fudhatee

  • @mulugutata1535
    @mulugutata15353 жыл бұрын

    Wowowowo bayee namatii Toltuu ebbifamaa

  • @fenetrabbira2679
    @fenetrabbira26793 жыл бұрын

    😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣💕💕❤️💓❤️❤️❤️💓Bayyen si jaladha gurba ati yedu nama bashanansista

  • @diiborraamucaakaakuugoofta131
    @diiborraamucaakaakuugoofta1313 жыл бұрын

    Yaa qaamuu kolfaan nuufiixee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @yahyaawol5519
    @yahyaawol55193 жыл бұрын

    wow akan issiin jalaadhuf issin kabaajju akam kodheen isiinif ifsaa

  • @umuuayifaa8841
    @umuuayifaa88412 жыл бұрын

    Kan akka kana nat tole hin jiruu 😘😘

  • @muneeramuneera4033
    @muneeramuneera40333 жыл бұрын

    Woww bayyee natii tollotu

  • @edaekebede4522
    @edaekebede45222 ай бұрын

    What a generation

  • @hababooabdulaziz2485
    @hababooabdulaziz24853 жыл бұрын

    Kkkkkkk woooooow baayee baareedadha jirraadha qoomo ko

  • @mhbirri7953
    @mhbirri79533 жыл бұрын

    Hahahahahaahahahaha Ebbifamii Abdii

  • @maranataayesus762
    @maranataayesus7623 жыл бұрын

    Wayyoo kkkkkk lama keessanu dhabdani

  • @masaratfiqaduu4612
    @masaratfiqaduu46123 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo

  • @koketTomas
    @koketTomas3 жыл бұрын

    Kolfaan nu fixaan kkkkkkkkk yaa hojii kessani. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @almasgutama5535
    @almasgutama55352 жыл бұрын

    Kkķķkkkkkkkkkkkkwow so amazing namatitoltuu

  • @tesemachaka2848
    @tesemachaka28483 жыл бұрын

    Best comed

  • @misriajamal3627
    @misriajamal36273 жыл бұрын

    Wowowow jabadha jajabe koo yene wad

  • @aberashdera152
    @aberashdera1523 жыл бұрын

    Konkolatankos dandetinkos na gane 🤣🤣🤣🤣

  • @faatiialiflow729
    @faatiialiflow7293 жыл бұрын

    Kkkkkkkjjkkkkkkkkkk kolfaan dhuumnee

  • @milkesatube4981
    @milkesatube49813 жыл бұрын

    Gommaa isa kamtu ciisee 🤣🤣🤣🤣🤣

  • @amartiidheeressaa6254
    @amartiidheeressaa62542 жыл бұрын

    Na geggeessi jetteeree? At immoo anaan na geggeessi, kkkkkkk ya qaboo nuf jiraadhaa, heddu nu bohaarsitan, kkkk kkkkkk

  • @RaheemaAmaano
    @RaheemaAmaano10 ай бұрын

    Kkkkkkkk horko jabadhuu jaban sillaa hin bullui

  • @alemugamshu7084
    @alemugamshu70843 жыл бұрын

    Eebboo & Waaqoo waan ajaa'ibaati

  • @emabitff8700
    @emabitff87003 жыл бұрын

    Kkkkkk duwwaa duwwaan waliif baataani🤣🤣🤣🤣

  • @baliraso2422
    @baliraso24223 жыл бұрын

    Eebifama baay'ee namatti tola! Horaa bula!

Келесі