I am oromo but i can't speak i love oromo music and i am proud oromo people
@Waqo-Bilisummaa
6 ай бұрын
You need to make effort. It's not good not to know your first language kindly
@Abugidaable4 жыл бұрын
I’m from Tigray & supports Oromo freedom from any repression power’s!!!!Oromos paid priceless amount for current Ethiopia 🇪🇹 we all deserved freedom and self rule,Tigrayan are ready to die for Oromo freedom 💪💪💪.We will never Neftegna comes to rule again the Democratic Ethiopia 🇪🇹!!!! Neftegna Ethiopia is gone for good and will never return👌
@LagatafoStudio
4 жыл бұрын
Please share my channel for tigrayan brothers thank you
@Abugidaable
4 жыл бұрын
@@LagatafoStudio already done👍
@Liban8
2 жыл бұрын
Do you have the guts to come here and talk about Freedom! Do you think we forget what you did to us the last 30 years? You know how many fam members I lost.. you fuckinh parasite 🖕🏽
Пікірлер: 1 100
The way I love and enjoy this song you can not imagine, am from Djibouti 🇩🇯🇩🇯
@seudahmedseudahmed8192
10 ай бұрын
Our blood is same kushitic brother ❤❤❤❤
@BerhanMosisa
Ай бұрын
❤❤❤❤
አንተ ልጅ ምን አይነት መታደል ነው ድምፅህ በጣም ያምራል ጉልበት አለው አኔ ፈሪዋ እንኳን ያንተን ሙዚቃ ስሠማ ደፋር የሆንኩ ይመስለኛል እማምላክ ትጠብቅህ
@lenadagm4848
6 жыл бұрын
Fathima ሰላማችው ይብዛ Fathima ደስ የሚል ኮመንት ልክ ነው
@naaflamiikoonaaflamiikoo1579
6 жыл бұрын
Fathima ሰላማችው ይብዛ Fathima
@tt.welde.1281
5 жыл бұрын
Peace Bro. Love Ur Job
@peshdmester5591
5 жыл бұрын
Boru j
@kenyaapp4913
4 жыл бұрын
Betikikil migerm dimtsi gulbet yalew dimtsi new
Atis goota goota caalu Caalaa sabboonaa sabaa! Itti himi akkanati leenca sanyii leencaa!! I am proud of you our hero Chala Bultume!
Leencicha Ilma Bultumee An Waanan siin jedhuuyyuu hin qabuu Waaqayyoon Umurii kee haa dheereessu!👌❤WBOkoo
@user-wk8id9zm9y
6 ай бұрын
Wowwwww 💚❤️💚
ጫላ ሁሌም ድምፅህን ስሰማ ልዩ ስሜት ይሰማኛል ስወድክ እኮ ምን ልሁን ኦሮሞ + ኦሮሙማ i love you for ever 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😢😢😢💪💪💪💪💪💪💪💪
@boonttuwalloo9852
6 жыл бұрын
Tig Tig ኦሮሞ + ኦሮሙማ = ፍቅር ነው ማሬ እኔም እንደዛው ዘፈኑን ስሰማ ውስጤ ይደውልብኛል
@tamishaboy8
6 жыл бұрын
Tig Tig We love you .
@user-oj3dg9ut5m
6 жыл бұрын
falmatu haqaa itii qabadaa
@boonttuwalloo9852
6 жыл бұрын
جابر رشيد maal jete naf hin gale
I am oromo but i can't speak i love oromo music and i am proud oromo people
@Waqo-Bilisummaa
6 ай бұрын
You need to make effort. It's not good not to know your first language kindly
I’m from Tigray & supports Oromo freedom from any repression power’s!!!!Oromos paid priceless amount for current Ethiopia 🇪🇹 we all deserved freedom and self rule,Tigrayan are ready to die for Oromo freedom 💪💪💪.We will never Neftegna comes to rule again the Democratic Ethiopia 🇪🇹!!!! Neftegna Ethiopia is gone for good and will never return👌
@LagatafoStudio
4 жыл бұрын
Please share my channel for tigrayan brothers thank you
@Abugidaable
4 жыл бұрын
@@LagatafoStudio already done👍
@Liban8
2 жыл бұрын
Do you have the guts to come here and talk about Freedom! Do you think we forget what you did to us the last 30 years? You know how many fam members I lost.. you fuckinh parasite 🖕🏽
@amanris2517
2 ай бұрын
Oromo forever
@user-su7qt3ss4h
22 күн бұрын
😊
Nuuf jiraadhu Qabsaaha keenya hedduu sijaaladha ❤❤❤
የኔ ምርጥ ኦሮሞ ድምፅህን ስወድልህ እኮ ዘፈንህ በሙሉ ትልቅ ታሪክ ያለው ነው ውድድ የኔ ኦሮሞ።
@tamishaboy8
6 жыл бұрын
Sifan Phonetastic we love you thanks
@maremdawed7286
6 жыл бұрын
Menidenaw yemilaw
@naciimaabdiqadir9323
2 жыл бұрын
@@maremdawed7286 zzzz xasxaxxßßßssssssßssxs C
ኦሮሞነት መታደል ነው ጫላ የኛ ጅግና
@jdhdndndnamansbdhdnd4973
3 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@mamdouhnsouli8871
3 жыл бұрын
Foozee💓💓💓👍💓💓💓🇪🇹🇱🇧🇱🇷
woooowwwwwwwooowwww caalii keenya baay'ee baay'eee baay'eee bareeda bulii turii umrii dheeraadhuu rabbiin dheebbuu nuu haa baasuu waanta jedhuu qabuu bagaa keenyaa taatee kana caalaa jechaa sii ibsuu hin qabu
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
@rozaausmanasdfasdf182
6 жыл бұрын
0romo Wbo woww caala kenaa gudisee namati tolaa mayaa orom metastatic💞💞💞💞
@shasholastname7375
6 жыл бұрын
0romo Wbo wwwwww callaa jabadhuu
ኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡ ድጋሜ ድጋሜ ድጋሜ ኮራው ኦሮሞ በመሆኔ ጫላ ብልቶሜ ምርጥ ዘፈን ነው በርታ Oromoo koo jabadhaa
@khanqamar300
6 жыл бұрын
Oromoo First hanna
@boonttuwalloo9852
6 жыл бұрын
Oromoo First በትክክል ኦሮሞነት ኩራት ነው ይመችህ/ሽ
@user-hj9bv2yg7h
6 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
@etegg8335
6 жыл бұрын
Calaa. Bultuumee. Jajabbinaa. Siif Hawaa. Jabadhu
ብሰማው ብሰማው የማልጠግበው ሙዚቃ እፍ ትላቅ ሚስጥር ያለው ለየት ያለ ሙዚቃ ይመችህ ዘፍነኸዋል
የሚለውን ባላውቀውም በጣም ያዛዝነኛል። ደስ ይላል በርታልኝ
What a powerful voice and message thank God for our incredible artists. Oromumaaa is incredible.
Caalaa sanyii dhiiraa Nuuf jiraadhu ilma Dhiiraa.ergaan qabu Yoo siif jiraadhu qeerroof Qarreen abdii sirraa qabu Ammas hojiin kee kan Biyya san keessatti sadarkaa Gudda gahe sirba keetii kanaafuu Nuuf jabaadhu.
Imanan siharkaa jiraa falmadhuu dhalooni qubbeee dhugaa jettee qabsoo oromtootaa waqqayyoon haa milkessuuu
i am not oromo but i love caalaa bultum songs they are fantastic.
Waw caalaa keenyaa gaachanaa ummataa hedduu galanni kee bilisumna haa ta'u. Warri sirba kana ilaltan like gochuu hin dagatinaa😍😍 Quuqamaa saba keenyaa ibsite 👍👍
እንካንም ተወለድኩ ከኦሮሞ ኦሮሚያ ለዘላለም ትኑር
dammaqinsa egii dina alagaan kolfa nama cinina yaa afuftu mal fokkorii qilinxo gale jira kormii caaliyee oromoo ta'u kotii nan gammada me warri oromo ta'u kesaniti gammadan liken naf ibsa isin jaladha ijoole oromooooooooo qomookooo
Good Job! I'm proud of U. LOVE OROMUMA .VICTORY FOR OROMOS!
Yomiyu hin bonaa nuti oromoon Qerrookoo nafijiraadha Rabiin ijaa hamturaa isiina hambisuu👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Maashaallaah bagaa rabbii issiin gamachisee yaa oromoo tiyyaa gamadee gamadaa bilisummaa harkkaan qabanee jabadhaa qeroo nufii jiradhaa🙌🙌🙌💪💪💪💪❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏💋💋💋💋💋💋💋💋💋👄👄👄👄👄👄👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
@zalikaabaleebilisumanihi9424
6 жыл бұрын
zalikaa Abduramani oromiyaa harmee abduramani namaa dhugaa jeteni bilisumani oromooo tenaa 💗💘💗❤💙👄💓🌙😏☺😶🙄☝🌷🌷🌷🌷
Leenca dhiiraa baroodi sirraa bareedaa.....umurii nuuf dheeradhu.
@taibhfa8575
6 жыл бұрын
ars tay samarNasser617rbxditontonltahuynglalu
uuuufffeee lenca kiyya maalansiifgodha rabbumti umrii kee nuuf haadheeressu leenca kiyya . nadheen abbaanfete afuuftus itti fufe ati lencakiyya dhiira dhiira olii sinjaalladha lammiikiyya.
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
Akkasi qeeransoo koo jajjabee ilma sabaa heddu nama hawwata jabaadhu
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
Still goat 🎉🎉❤
የፊንፊኔ ኦሮሞ ነኝ የዘፈኑ ትርጉሙ ባይገባኝም ዝም ብዬ ደግሜ ደግሜ አዳምጠዋለሁ። ቄሮ አምቦ ጃራ አባ ገዳ ከሚሴ ዋቆ ጉቱ ጅማ ኦሮሞ።....
Well come back my hero! Jechaan ittiin si ibsu hin qabu caaliyee wish u long live!
Wwwwwwwwww jabadhuu lammii koo ijii dinaa sii argin 💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💘💘💘💘
Qeerramsoo kiyya baay'ee natti toleera jabaadhu.Abdii danuu sirraa qabna. Hafuuftuun hojiin ishee hafuufuudhuma.
I'm from Tigray I love Oromo and the music
@wariotedecha9197
3 жыл бұрын
But the music is against your atrocities !!
@kidustemesgen1206
3 жыл бұрын
🖕🖕🖕🖕But you really hate the historical amhara people
@guyomamo7129
2 жыл бұрын
@@wariotedecha9197 maybe he doesn't understand the content of the song 😂
@mahmoudomar9373
Жыл бұрын
@@guyomamo7129he is juntes
@abdiahmad7547
Жыл бұрын
Where is tigiray
wooow caala keenya heddu siin boona hojii gaarii hojetaajirta hanga yoona jabaadhu Korma sabaaf dhalate
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
እንኳን ተወለድኩ ኦሮሚያ ምድር ላይ ይመችህ ጫላ ኮ akkasitan si beeka goota koo baguma keenya taate
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
@user-em3hi4lu7l
6 жыл бұрын
falmatu haqaa 😍😘
@elnadnard7903
5 жыл бұрын
Wawww nice Oromo music keep it up our brother
Nuuf jiraadhu Caala koo, si jaallata sabni kee Dhiroo.!
I`m addicted to this song. Just can`t get enough.
Hanga jaaladhu hin beeku caalaa Kana jiraadhuu malee maal siif tahuu dandaha qeerransoo Koo 😘😘😘♥️♥️♥️♥️♥️🔥🔥
Onest oromo artist 👍 peace and Love ,wining sprit always with you all🐓
wow baayyee kan namtti toluu fi nama ajaa'ibuudha jechooti ati fayyadamtu .Galnnii koo Bilisummaa siif hawwa
Caala, is the best of best singer ; lovely Oromo boy !
@tamishaboy8
6 жыл бұрын
Fikadu Lemmu we love you thanks
Tegaro and oromo legend ❤❤❤ iam from Dubai
Caalaa, Koo, Oromootichaa, Sayii, Taadee, Biiruu, Jabadhuu, 😍😍😍❤️❤️👍👍👍💪💪💪💪👈
@zupeiaolii6917
3 жыл бұрын
Zubayii
@zupeiaolii6917
3 жыл бұрын
Zupahii
I am lucky to be Oromoo
@selamawitgebregiorgis4901
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂
@yohannesg.medhin687
6 ай бұрын
ኦሮሞ@ ማንነትsel የለውምama አላሉምwit ፕ መስፍንgebregiorgis4901
Woooooww umurii nuuf dheeradhuu goota sabaa
Uuuuuufffeee oromoo koo💔💔💔Calee koo nuf jiradhu Lecaa sanyii Lecaa ija dina sira haqabu ❤💚❤
Qeerranso Atii haayyudhaa jabadhuu sijalana
im wollo oromo ilove this song
Hundii keessanu galata gudda qabduu akkanatti jajjabeessu qabna wellisitota keenyaa cinna haa dhabanu👍👍👍👍👍👍👍
Woooowwwww caalaa.kooo nuf jiraadhuu😍😙😙👏👏👏👏👏👏👍💟💖💔
የኛ ጀግና ሺ አመት ኑርልን ዘፈኖችክ ኡሉም የማይጠገቡ ናቸው
Jiradhuu jaganaa namaa uphaaa caaaa kiyaa korommi biyyaa ufitiffi du'uu dhugaa ketti uuuuuuuu😘😘😘😘😘😘💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤💖
@oromoofarist7283
5 жыл бұрын
Ok
Wayyooo sirba warraaqsaa onnee namatti hortu Sabboonaa keenya caalaa bultume goota keenya jabaadhu sii jaalanna
Kan jecha kee irra sagaleen kee qaxalee kenyaa ❤💚❤WBO koo
Nuuf jiraadhuu waan ofii
ድል ለኦሮሞያ ህዝብ
@boonttuwalloo9852
6 жыл бұрын
Ahmeddin Abdurhman አሜን
@jamilajamila4943
6 жыл бұрын
Di
Dhugaa dubbachuuf ati sirbii kee hundii kan haala yerooti fi seenaa oromoo waliin wal qabatudha.jirachuu Caalaa bultumee shanyii goota 💪💪💪💪💪💪
wowowowo bayyee namatii tolla caalla jabadhuu qeroo koo rabbii sin gargaru imimama lolee fi dhigaa ololee bakka dhugaa yaa olchui amalee👍👍👍
keep it up our true freedom fighters with motivational music of struggle. Jajjabaadhaa Jajjabeewwan keenya
nuuf jiraadhu, ilma akka kee rabbi gudeeda kee keessaa nuuf haa baasu."akkanatti diina ummata keenna hollachisi kaa."
lencaa sabaa nuuf jiradhu caaliyyee sanyii goota jajaabee qaroo keenya umrii nuuf dheraadhu sanyii koo😍😍😍😍❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Wayoo caalaa lubbu kooti olitin sijaaladha yoomun fb irrati suurake ilaluu immimaan miti dhiigan booyuf ka'aa 😭😭😭garuu wanti jedhama jiruu kun osso hojikee miti ta'ee nati tolaaa garuu hojike tanan balleessitita rabbi hojiike hin goodhiin caalaa 💔💔😭💔💔👍🖤🖤💙🧡🧡🧡
On repeat ....feeling motivated 👏🏾
I can`t get enough of you !!!! Madly in love with his voice
@eglanomar9309
Жыл бұрын
i am not oromo but i realy love this songs
Leencii akka ketii kun osoo baayyate. shanyii dhiraa jiraadhuu umrii dheeraa 💪💪👍👍👍
@desalegnguta3490
6 жыл бұрын
Jabaadhu dhiiroo
Caaliyee saanyii mootii baga rabbii bilisummaa argite gota gota caluu dhalotaa qubee👍👍👍👍👍
WooooooooW nuuf jiraadhuu goota koo 😍😘😘😘😘😘
ጫላ ቡልተም ድምፅክ ውሥጤ ነው እካንም ኦሮሞ ሆንክ ኦሮሞነቴ ኩራቴ ይመችክ ደም የኔ 😘😘😘😘😘
wow caalaa nicaalata bilisumaa jiraadhu sabona kiyaa ilmaan oromoo ummaata kiyaa ta.u akanaa ta.ubatusi maali jiraa ilmaa biyaa koo waalirraa nuyabuchu ilmaan hadhaa tokko
dhugaa keetii nafi jirrdha bay'ee dhugaa waqayyooti damma qeerroo koo sanyii wani ofii wayoo oroma jabadhu 🌷🌷❤❤❤👌👌👌🖒🖒❣💔💔💔
I am from Tigray and I am interested in this song I downloaded ✊👊🌳
ህዝበ ኦሮሞ በገዳ አምላክ ዳግም ወደ ጨለማ ላሌመግባት ኢትዮጵያን በሰላም ጠብቋት፡፡ በተለይ እርስ በርስ መዋደድ መደጋገፍ የግድ ይላለል፡፡
@tigistdaniel3309
2 жыл бұрын
ዘፈኑ ምን እንደሚል ገብቶሃል ? አሁንም መከፋፈልን ነው የሚሰብከው
Caliyee koo waqaayoo umirii kee nuuf haa dheresuu jabadhuu waqaayoo sii wajiin haa ta'uu ❤❤❤❤❤❤❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Sirbotaa afaan Oromoo polotikaa keessa tokkofadhaa❤👍👍
Caalaa leencaa keenyaa ijii dina sirra haa qabuu waqayyoo jiradhuu umurii dheeraa sabbona koo ❤💚❤
@ademsimbohasano9182
6 жыл бұрын
Nuuf jiradhu gootakeenyaa umrii dheeradhuu itti fuufii
@user-ry2gt8gx1p
6 жыл бұрын
Samsung Samsung has
I love Oromo people i am from Madagaskar
@LagatafoStudio
Жыл бұрын
Please share it
@yohannesg.medhin687
6 ай бұрын
thank you Agew, kimant damot nations
Wawww bayyee namatii tolaa jabaadhuu itti fufiii gaalanii kee bilisummaa haa ta'uu sanyii leenca❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷💝💝💝💝👏👏👏👏👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Woww calaa caliii yomiyuu nuti oromodhaa jabadha waren oromo tatan 👌👌
Power message......never every give up....lets go qerro🤛🤛🤛🤛🤜
Baga nagaan dhufte Qeerransoo. Sirba yeroo waliin deemudha namatti tola. Jabaadhu bilisummaan dhiyaatte yaa gurbaa!
Nuf.jiradhu.sanyii.hamtuni.sin.argin.kode.dhuga.argadhaa.lamii.koo.jabadhuu.caliyee.koo👌☝💪💪💪💪💪💖💝💞💕💞💕
I m from djibouti and i love oromia people i listing this song for revolution oromia
@seudahmedseudahmed8192
10 ай бұрын
Love our father is kush❤❤❤
wowowowo maashaa LALAH jabadhuu leecaa oromoo ijaa hamtun sin argin yaa calaa onee finininaa😢😢😢👍👍👍💪💪💪
@Fatma-gm9je
6 жыл бұрын
ይመችህ ጫላ ቡሉቱሜ የኦሮሞ ጀግና
@KirarTube
6 жыл бұрын
Akkam Hiriyota kiyya nagaadha. Ani #KirarTube irran isinif barressa. Kirar tube muziqaa classical ( instrumenta) youtube irratti dhihessaa. Yoo muziqaa classicala jaalattan link kana tuquun SUBSCRIBE nuf taasisun video classicala argachu dandessa . kzread.info/dron/NyrIcn1nt4WucnyvwDmJPQ.html maalo guddina channali kanaf nuf gumacha. Galatooma isin Jaalanna.
@jamilajamila4943
6 жыл бұрын
faxish obse faxish www
@jamilajamila4943
6 жыл бұрын
faxish obse faxish oro
No One like orommo koo❤❤❤❤❤
ድምፁ ቅላፄዉ በጣም ያምራል። ጆሮ ላይ ሁሌ ያቃጭላል።
Wowow lencaa kenya galanikee bilisuma😍💜💝😍😍😗😗💋
@caalaaentertainment6168
6 жыл бұрын
sin gitan Nagaraa guddaa galatoomi qomookoo
@singitannagaraa3254
6 жыл бұрын
Galatara hafi sanyitoo😍
@samiidire3883
6 жыл бұрын
Lamii ko jiiradu wan ofii koo
Caalaa Bultume akkuma durii bakka sabni kee itti si eegu ol taatee argamte horii buli.
akkana Malee Oromo koo😍Walloo irraa hanga Gujii boorana itti muddii
Am from SNNP but i love this music
Miss you💔 ormo 💔🌳💔Qeerroo you ✊✊✊✊✊
Luv u oromo people from kenya
uyuuuuuuuuuufffffffyiiii waaqayyoo Gooftaan koo hamma dhumaatti si haa dhaabu oboleesa keenyaa Nuuf jiradhuu jaabadhu u qoomo koo....
uuuuuuufff dhagefadhe qufu dadhabe
Wwoowwoow Leencaa Koo koo Nuuf Jiraadhu !!💓💓💓👍👍👍
@kemalkemal1458
6 жыл бұрын
F Qeeroo jabadhuu
Jabadhu gaa yaa sanyii gotaa nufii jiradhuu❤💚❤💚❤💚❤💚❤❤🐅
Caalaa Leenca sabaa gaafa eennummaa keef quuqamtee saba keetiif dhamaatee waan gaari gaarii gumaachitu kabajnii fi jaalalli siif qabdu akka ibidda kosii lixeetti gadi seenee dhiiga wal nu gaha. Namni itti fayyadama jechoota kee xiinxallee, yeedaloo fi walaloo sirboota kee keessa jiru sirritti caqase uf wallaalaanuu uf bara, sabas ni bara ! Galatoomi umrii dheeradhu !
Kan akka bakar waare ibro shaxa caala lenca ko💗💚👍👍🖒🖒💙
Woooooow hedduu namati tolaa nuufi jiradhuu hamatu sin argini lencaa kenaa
@muhammadmuhammad2970
6 жыл бұрын
Hii
💪💪💪💪❤❤❤umrii dheeradhu qomoo koo galanni kee bilisumma haa tahuu ija adawa irra hafi
Caallaa Buultem Jafar Youse fi Hacaalu Hundeessaa Ija ijaa oromoti isinii baar Babaarreeduuwaan koo Umrii dheerraadhaa Isiinii Jallaadhaa Ilmaan koo