Bareedina Gaara Biyya Teenyaa Daawwadhaa | G/H/B Aanaa Meettaatti Misoomni Sululaa Maal Fakkaata?

Ойын-сауық

Hawaasa Rabbiin Injiinarummaa Uumamaan Kanneef
Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti Misoomni Sululaa Maal Fakkaata?
#rorastube #Aanaameettaa #Sulula
SUBSCRIBERS
1K ✅ thanks guys 🙏
5K ✅ thanks 🙏
10K ✅ i love 😘 you guys
50K ✅ thanks 🙏 guys
100K ✅ I love you 🥰🥰 guys
200K 🔲
300K🔲
400K 🔲
500K 🔲
600K 🔲
700K 🔲
800K 🔲
900K 🔲
1M. 🔲
1.5M 🔲
2M. 🔲
2.5M 🔲
3M. 🔲
.
.
.
10M. 🔲❤️ MY DREAM

Пікірлер: 27

  • @safiiramadaan-ms2ys
    @safiiramadaan-ms2ys Жыл бұрын

    Mashaa allhaa mashaa allhaa hojiin tee heduu namatii tolti jabadhuu

  • @WaajjiraBulchiinsaAanaaFadis
    @WaajjiraBulchiinsaAanaaFadis Жыл бұрын

    Waan natti dhagahame keeysaa,hojii kana abbummaan qabatee kan hojjate hojjataa misoomati,kan ganaa misoomsuuf ta'uus hojjataa misoomaati,hojjiin hafee bayyee guddaadha Jalqaba irraa eegalee hanga misoomawutti abbaan ogummaan qonnaan bula kana biratti hafee hojjatu hojjataa misoomaa waan ta'eef,yaadni isaa galuu dhabuun natti dhagahame jira. Inni 2ffaan dokmantiin hojjatame bayyee bareedadha,akka yaada kiyyaati silaa yaadni qaamoolee hirmatanii dura ta'ee,ergaasi hojjiin hojjatamaan boodarra ta'ee gaarii natti fakkata.Hundaafuu yaada dhunfaati.Amiir show bara kana akkuma keenya sululaa hojjachaa bahe,Baayyee galatoomi Siinjachuu Barbanna.

  • @nuratubers
    @nuratubers Жыл бұрын

    Amazing Editor and Camera 📷 man

  • @ramebaye

    @ramebaye

    Жыл бұрын

    Nura mati naf tahi sifin taha

  • @MameTb
    @MameTb Жыл бұрын

    Best

  • @haashimjamaal
    @haashimjamaal Жыл бұрын

    Welcome

  • @nuratubers
    @nuratubers Жыл бұрын

    Jabaadhuu Amiro

  • @anesoabdi9787
    @anesoabdi9787 Жыл бұрын

    Amiir Ahamediin heedduu namatti toltaa Anaa Gooroo guutu hin dhuftuu biiyya sheek bakrii

  • @anesoabdi9787

    @anesoabdi9787

    Жыл бұрын

    Jabaadhu

  • @samiraabdellah8334
    @samiraabdellah8334 Жыл бұрын

    👍👍👍👏👏👏

  • @finfinneebright
    @finfinneebright Жыл бұрын

    Well experienced editor with best camera man. but don't forget to mention their name when you take their idea. 🙏🙏👍👍THANKS

  • @orounlocker
    @orounlocker Жыл бұрын

    @RORASTUBE Arra osoo deemtuu ganda kiyya baadiyyaan an itti dhaladhee itti guddadhe (Korommii) dhayxee ?. Waan ajaa'ibaati dhugaa itti jabaadhu.

  • @chalankoshow
    @chalankoshow Жыл бұрын

    Roraas jabadhaa badiyaa biyaa tiyaa taniin takka hin arkinin arkee araa

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii 💞💞💞

  • @chalankoshow

    @chalankoshow

    Жыл бұрын

    @@amanaaQuruu6491 ta'e jiraa

  • @samiraabdellah8334
    @samiraabdellah8334 Жыл бұрын

    Takes.❤️

  • @imirkan
    @imirkan Жыл бұрын

    tnx

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓💓

  • @WATARHASANMUME
    @WATARHASANMUME Жыл бұрын

    Ana gursum garaa qudhudho jera babiile dabarate kan ala hojii bareda jiirata jabadhu rorasa

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii ❤💓

  • @rumanahabebe9212
    @rumanahabebe9212 Жыл бұрын

    Dadra wwwww

  • @RushiiTUBE
    @RushiiTUBE Жыл бұрын

    Amma waan gaarii eegalte saahibii.

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓💓

  • @safiiramadaan-ms2ys
    @safiiramadaan-ms2ys Жыл бұрын

    Amiro OBN ta,u fete kun style obn tii TV OBN keesaa hojachuu likumatii tataa,u

  • @ambiyaabdhakin7319
    @ambiyaabdhakin7319 Жыл бұрын

    🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏🙏😬😬😬

Келесі