Barcaa Qamadii Keessatti | Burqaa Machallaa(Barakhaa) bareedinaa fi Misooma Hawaasaa - Roras Tube

Ойын-сауық

#Dadar #Burqaabarakaa #Qamadii #rorastube
Waan ajaa’ibaa Burqaa Machallaa(Barakhaa) bareedinaa fi Misooma Hawaasaa - Roras Tube

Пікірлер: 103

  • @Marrushow
    @Marrushow Жыл бұрын

    Bro wly hojii gaarii waan ajaa'ibaa hojjechaa jirta itti fufi Roras fakkeenyaa youtubaaroota

  • @GedaTube

    @GedaTube

    Жыл бұрын

    ❤❤❤❤

  • @safiyaali5287
    @safiyaali5287 Жыл бұрын

    Mashallah Roras heduu gaalaatoomee araaddaa dhaalootaa kiiyaa naadaawaachiiftee 🌾🌿🌳

  • @kalidoadem3023
    @kalidoadem3023 Жыл бұрын

    Burqaan tiyya tun sababaa garagaraan osoo galii guddaan akka aanaatti nu biraa sassaabamuu kantiibaa buluu hin dandeenye. Kantiibaan akka bultuuf sagalee nuuf tahi💝 San qofa miti akka aanaa dadaritti oomishni garagaraa burqaa oomishamus daandiin Gama dadar geessu sababaa takkaa hin suphaminiif magaalota biraatiif dhiheessuu hin dandeenye. Daandiin Burqaa-Hulaacufaa (gama H/lixaa aanaa xuulloon) kan Aspaaltitti olbaasus rakkoo hamaa qaba. Burqaan bareedduun tun harargee bahaa aanaa dadar fi harargee lixaa aanaa xuulloo jiddutti miidhamte. Furmaanni kantiibaan buluudha. Please sagalee nuuf tahi. Achi dheeyxee video dalaguu keetiif hedduun si galateeffadha.🙏 Akka yeroo gabaabaa keessatti deebitee dhuftuus abdiin qaba.💝

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Kalido tube Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @user-gx4ri6lg6q
    @user-gx4ri6lg6q9 ай бұрын

    woow Dadar biyyaa jalala Burka baraka nu daawwachiisuu keessanif warrii Rooraas Tube Galatoomaa!!

  • @ekramumer2005
    @ekramumer2005 Жыл бұрын

    Mash.Alllh biyyaa Abba kiyyaa

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 Жыл бұрын

    Jabadhuu roras oromiya keessaa demtee akkanati wan umaanii kenyaa itti jiruu hawasaa garsisuu ketif

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii ❤💓

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Monet tube official kottu Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @user-en9rr2ib5v
    @user-en9rr2ib5v Жыл бұрын

    Roras ati nama jabaadha burqa dhaqun ke bayye nagammachise jabadhu leenca

  • @ahmedusmailoffical
    @ahmedusmailoffical4 ай бұрын

    Jabaadhu Amiir Ahmed Biyya tiya koo magaala Karramille❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    Maashaa'Allah furtuu harkiis hojii OMN OMN omisha Qamadii yaadi argii hawaasaa

  • @dadarwood75
    @dadarwood75 Жыл бұрын

    Roras jabaatee jabaadhu

  • @asadajamaal1943
    @asadajamaal1943 Жыл бұрын

    Maashaa Allah bro galatoomi Burqaa machaallaa rakkina ifaati qabaa waa'ee kana irratti silaa hojjatanii gaariidha Abbaan araddaa kuniis baayyee hawaasa rakkisaa jira (Dhaloota rakkisaa jira) asumaanuu akka irraa of qusatu itti himuun gaariidha RORAS TUBE HEDDUU GALATOOMI ❤️❤️❤️❤️

  • @fatimaaa7360
    @fatimaaa7360Ай бұрын

    Mashaa allah Mashaa allah galatomi ❤❤❤❤ bishaan kana akkan itti sodadhu

  • @foziyahaji-oq3qg
    @foziyahaji-oq3qg Жыл бұрын

    Wwww biyyaa dhalota kiyya mashaa Allaah Dhugaa bayyeee galatoomi arran arke nama midiyya ka biiya tenya san dhaqe galatoomi

  • @WATAR_WOOD
    @WATAR_WOOD Жыл бұрын

    Wow jabadhuuu jaba keenya

  • @nabiileshow
    @nabiileshow Жыл бұрын

    Wow Roras tube media aja'ibaa

  • @magarsaajallalaa2518
    @magarsaajallalaa2518 Жыл бұрын

    maashaa allaah jabbaadhuu wly roraas

  • @abdiiyaasiin-hi9wf
    @abdiiyaasiin-hi9wf Жыл бұрын

    roras tube artita kenya dirama kanara wa heddu barrane akkattii itti fufii yes

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    Sababa beekaan Eegumsaa argaa DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dadar

  • @faisaladus7828
    @faisaladus7828 Жыл бұрын

    Bro kiyya waan guddaa hojjachaa jirtaa jabaadhu akkasumas hawaasni Burqaa hedduu takka nama gammachiiftan dhugaa rabbii haala kanaan hojii itti fufnaan iddoo guddaa akka geeysan abdiin qaba

  • @chaltuyudo7218
    @chaltuyudo7218 Жыл бұрын

    Mashalaha Dachii biyya

  • @kurlusarif
    @kurlusarif Жыл бұрын

    RoRee welcome ❤❤❤❤

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Kenna islama Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    Amiir Sochii onnee Gaaddisaa ummataaf yaannis waraanaa aswrwb laftis riqicha Ramadaan Karim sawsaw Maashaa'Allah ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Manarraa of Caqasii fayyaan qabso Jaarraa Abbaa gadaammeessaanis sciences Eegumsaa injifannoo barnootaa Bilisummaa Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad

  • @MUEMAX2
    @MUEMAX2 Жыл бұрын

    Bravo 👏 keep your good work my DEAR BOSS🫡

  • @mashaallah8571
    @mashaallah8571 Жыл бұрын

    Jiraadhu dhugaa wly nam ni akka keetitti Hawaasa keenya jajjabeessa jiru hijiruu amiir kiyya Wagga 1000

  • @fatmafatma8202
    @fatmafatma8202 Жыл бұрын

    Maashaallahu maashaallahu

  • @eyobyeshitila
    @eyobyeshitila Жыл бұрын

    Jabaadhu bro. koo

  • @waanofii1255
    @waanofii1255 Жыл бұрын

    Maashaa Allah nuuf jiradhu 💖💖

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤

  • @nailemahmed6735
    @nailemahmed6735 Жыл бұрын

    Jabadhu qali

  • @RamdanShariif-st3oi
    @RamdanShariif-st3oi Жыл бұрын

    Masha allah

  • @kennateshome
    @kennateshome Жыл бұрын

    Jabaadhu amir show

  • @linaatube01
    @linaatube01 Жыл бұрын

    Mashallaha jabadha

  • @fenatiwazir8300
    @fenatiwazir8300 Жыл бұрын

    burqaa biyyaa dhalotaa kiyyaa 😍😍😍😍

  • @Wardatube235
    @Wardatube235 Жыл бұрын

    Burqaa biyyaa too wow 👌

  • @ayanabubakar6316
    @ayanabubakar6316 Жыл бұрын

    Www.mashaa.allaah mashalaa allaah.masha ijara.nufi.hafi mashaaa. Wahi.hedu.namati.tolaa.galatomi.biya.tiya.na.dawacisu.ketif

  • @ifraahoro4752
    @ifraahoro4752 Жыл бұрын

    Mashaa allah 👏🥰🌹

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Ifraah oro Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @campuslife1527
    @campuslife1527 Жыл бұрын

    Amiro Kenya jabbadhu

  • @EfremTaresa
    @EfremTaresa Жыл бұрын

    lammii koo wangellatti Amanaa iyyesuus kiristoos karaadha,dhugaadha,jireenyas isaan malee jireenyi bara baraa hin jiru!!!

  • @mormormedia.mormor3610
    @mormormedia.mormor3610 Жыл бұрын

    Jabaadhu wan jajjabeefamuu qabuudha kun

  • @wariyootube1321
    @wariyootube1321 Жыл бұрын

    Wow 😍 😍 😍 😍 😍 😍 😍 😍 😍 😍 😍 😍

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Wariyoo tube Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @user-hz2eu7sw4v
    @user-hz2eu7sw4v Жыл бұрын

    Tnx Roras

  • @MajliisasheikhAbdunaasir
    @MajliisasheikhAbdunaasir Жыл бұрын

    As wr wb obboleeyyan namni Qur,aana barachuu fedhii qabdan Asiin gadi Tuqaa maatii Tahaa baradhaa

  • @nunowissack6712
    @nunowissack67127 ай бұрын

    Waday thank you

  • @bukaariiabdii1237
    @bukaariiabdii1237 Жыл бұрын

    Maashaa allah

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Bukaar Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @foziyeegurasum1226
    @foziyeegurasum1226 Жыл бұрын

    www Mash alh Heduu Namati tolaa

  • @abdurezekmohammed
    @abdurezekmohammed Жыл бұрын

    Jabaadhu

  • @ayanabubakar6316
    @ayanabubakar6316 Жыл бұрын

    Mashalaa allaah.masha ijara.nufi.hafi mashaaa. Hedu.galatomi

  • @YASINTUBE230
    @YASINTUBE230 Жыл бұрын

    Karan kuni amale isbaltihin gone jajaa dadar harawacha dabalate baredalee motuman itiyadu qabaa

  • @TajirShow
    @TajirShow Жыл бұрын

    Kkkkkk Galatoomi Amir kiyya

  • @RAMZISHAA
    @RAMZISHAA Жыл бұрын

    Mashaa.Allhaa

  • @user-hz2eu7sw4v
    @user-hz2eu7sw4v Жыл бұрын

    www habibi

  • @tajuabdulahi
    @tajuabdulahi Жыл бұрын

    Macha.alah

  • @furtuujireenyaa2445
    @furtuujireenyaa2445 Жыл бұрын

    💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗 We love you Amir💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖

  • @ruaidaa-jw6mo
    @ruaidaa-jw6mo Жыл бұрын

    Amiro Galatomi ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @mammeefiqiir
    @mammeefiqiir Жыл бұрын

    Roras tube

  • @AmiraMoti
    @AmiraMoti6 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @MammadZako-bo6zz
    @MammadZako-bo6zz Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @HarargeTube-rd3ln
    @HarargeTube-rd3ln Жыл бұрын

  • @fahmifahmi-zw2xj
    @fahmifahmi-zw2xj Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @safiiramadaan-ms2ys
    @safiiramadaan-ms2ys Жыл бұрын

    Amir comante namaa hundaa like godhi nuti jalalaf sii baresinaa

  • @user-mw1ds4zg8h
    @user-mw1ds4zg8h6 ай бұрын

    Akamii

  • @Celebritiesclip99
    @Celebritiesclip99 Жыл бұрын

    Amirow iddo kana qadhimadhen jira🥰

  • @TajirShow
    @TajirShow Жыл бұрын

    Biyya shamarran qaqqashxiitii, qaadhimaa takka naaf laali Amir kiyya 😀

  • @sartuahmed6628
    @sartuahmed6628 Жыл бұрын

    ❤❤❤🎉

  • @Hadiyaa366
    @Hadiyaa366 Жыл бұрын

    Wahui rorasa araa biyya tiyya dhexee wly bayye galtomii abban ardaa yasiin ahmmed aliyyi alhmd moluud nufii nii olldhaa mana istis dhaqii mana barranotaa dhaqii nuf warbii aswrwb naf jin Yasin hadiyaa madii sii salmee jedhiin bayye galtoomii itti fufii.halla kanan

  • @sabas.Oromoo
    @sabas.Oromoo Жыл бұрын

    Biyaa.abaa.kiyaa.galatoomii.Amiir.kiyaa

  • @abdisalaamabib-mm1ps
    @abdisalaamabib-mm1ps Жыл бұрын

    Amiin namticha guyyaa magalaa keessa demsiftee hasofsiiste deebisi hasofsiisi mee gamachiisi guyyaa tokko

  • @Tokumaatube
    @Tokumaatube7 ай бұрын

    Gaara mulata yom dhayxa??

  • @burqa_show
    @burqa_show Жыл бұрын

    Wahiiii biyya too Gaaaruuui roras tube galatooomiiii yoo commiittiii tiyaa agrteee si qunnamuuu barbadaa telefonaa kee na ergiii

  • @loshemedia4839
    @loshemedia4839 Жыл бұрын

    Si waliin boss kiyya

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞❤

  • @tiyaatube5617
    @tiyaatube561710 ай бұрын

    Mucaa kun essati baade garu

  • @waanoffii3101
    @waanoffii310110 ай бұрын

    Balyakee

  • @loshemedia4839
    @loshemedia4839 Жыл бұрын

    Wayi Dadar biyya tiyya maa na hin yaamin roraas? keenya wahi yaa amiir duboo

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Loshe media kottu Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @TajirShow
    @TajirShow Жыл бұрын

    😀😀😀😂😂👏👏

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Tajir show kottu Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @mahamadin-ku8ew
    @mahamadin-ku8ew Жыл бұрын

    Biyituu tamii

  • @mahamadin-ku8ew

    @mahamadin-ku8ew

    Жыл бұрын

    Oromiyaa nu beesistee galatomii

  • @AmiraMoti
    @AmiraMoti6 ай бұрын

    😂😂😂😂

  • @bilalkadir-tg3xc
    @bilalkadir-tg3xc Жыл бұрын

    Amiro pakon sirba ajiba toko bassee demii riaktii nuf godhii pilis

  • @adamboss5628
    @adamboss5628 Жыл бұрын

    Biyyaatiin tuni burqaan Rakkoo IBSA QABDII maafi falaa dhabdee .

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    Isin jaalaltuu Uumaa Uumaa kolfisisee Addee Ikram xaahaa aswrwb Miskuu Muhammad Rashaad Abiyyii Ahmed DrugIlkaaniin arrabni daguu

  • @fesetube-qi2uy
    @fesetube-qi2uy Жыл бұрын

    Ani dhuga dubachuuf heddun sidinqisifadh

  • @chaltuyudo7218
    @chaltuyudo7218 Жыл бұрын

    Please makina suta ja,ani shufeeran yero

  • @safiiramadaan-ms2ys
    @safiiramadaan-ms2ys Жыл бұрын

    Amir ani dawanatana iti fufi sin hin ja,u malif janan wari iti fufi sin ja,u hindi duraa lalaluu qaban vew isaa yoo lalte Kan iraa xiqadhaa

  • @sufiyanhajiioffical6146
    @sufiyanhajiioffical6146 Жыл бұрын

    Ittiii fufiiii hundafuuu

  • @amanaaQuruu6491

    @amanaaQuruu6491

    Жыл бұрын

    Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤

  • @nabiileshow

    @nabiileshow

    Жыл бұрын

    Sufiyan hajii offical kotuu Matii naf tahii wal birra haa dhabanuu wal haa jajabeyssinuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын

    Araddaaa Says mandisni Bultiinis Gaaddisaa Burqaa Barakaa Masgida Masgida aswrwb Aanaa Dadar Keessummaadha ImaanaaOIB aswrwb dhufuu gurruma kanaf kadhaadhaan hiriyyaan qaama miiraatii Hin deemnee Fariyaa Aliyyii Sababa humni barnootaa irkoodha humni dhageeffatu Addee Caaltuu Saanii lollis ifaa

  • @safiyaali5287
    @safiyaali5287 Жыл бұрын

    Abaa araadaa dhallaata gaandaa kiiyaatii 🍃🪨🪴🌼

  • @sadatimohammed2992
    @sadatimohammed2992 Жыл бұрын

    Burqaa biyyaa too ganda dhaloota kiyyaa roraas tube galatomi

  • @mohamedraabi2122
    @mohamedraabi2122 Жыл бұрын

    Somalilandi kheysaan jira ama gudadhe hin boo'u duraan oromo akka arraba tahe sahu ture😅😅😅

  • @muddeetube7422
    @muddeetube7422 Жыл бұрын

    Duraaratii bareeda turee booda kanaartii. OBN. Nuutii taatee saa

Келесі