ONLY ON EGEREE MEDIA Singer: BALINA FIKADU SOLITON FILM PRODUCTION Director: NIFTALEM TADESSE Music: BOJU STUDIO Color Grading/Editing and Camera: TOLA DINGETA Poducer: EGEREE MEDIA
Жүктеу.....
Пікірлер: 178
@kenbontariku70884 жыл бұрын
Guyyatti yoo xiqaate 30 ol dhageefadheera.
@yesuusantiikoisdhugaauuffe52402 жыл бұрын
Ameeen iliiiiiillllllllllllliiii..... waqaayyyoo siin haaa ebisuu dachaada...
@werkifwerki10143 жыл бұрын
Uuuffee Faarfaana hafuura nama haaressuu❣❣❣ waaqayyoo koo siin haa ebbiisu
@isaanaafdhigeeiyesuusekoo66674 жыл бұрын
Amen amen didham naf nagaankoo boqonnadhaa bali god bless you
Thank you very much.woooohooo I so blessed by your song .Thank you Lord Jesus.
@antoineakl25574 жыл бұрын
akkaasii itti fuufii akshiini baraakana ra maloo of eggii adaraa jabaadhu farsaa namtii tolu dha.eebbiiìiiiiiiiììfami.
@asteraster32524 жыл бұрын
eebbifamaa daachaa waaqayyoo bara keessaan yaa eebbisuu
@adamuwagayo56704 жыл бұрын
amazing balikuuuu goftaan sii haa eebisuuu
@albertelias91843 жыл бұрын
Hulfaadhuuu gooftaakoo balina galatoomiii guddassa waaqayyoo si haa eebbiissuu
@girmakebede94853 жыл бұрын
Laphee namaa qabbaneessa jechi Afaan isaa keessaa ba'u... Waaqayyoo si haa eebbisu... Jabaadhu Ammas waan kana caalu sirraa eeegnaaa
@dugogadisa59444 жыл бұрын
Faarfannaa baay'ee garaa nama raasudha. Gooftaan koo isin haa eebbisu.
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Amenn Ebifaama
@hirutbekele5213 жыл бұрын
Amazing GOSEPLE ! GOD bless you all !!
@Cushitics2 жыл бұрын
ooleen hin buluu sin ala sin yaadaa sin dheebodha yeesuus.faarfattoonni afaan oromoo waan oolma nuuf ooltanif galootama eebbifama.faarfannaa keessanin kiristoosin yaadanna dhugaadha .
@iyerusmucaagoftaa20224 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuufffffff kooo uuuuuuuuuuuuuufffffff ebifami goftan isin ebisuuu Ole hin bulu sin Ala sin Yada sin barbada uuuuuuuuuuuuuufffffff ♥️♥️♥️♥️
@oromiaforjesus62833 жыл бұрын
who is listening in 2020 with me ?i cant get enough❤️❤️❤️❤️
Ammmmen ebifamii nama waqa goftan sii haa ebisuuu olen buluuu sin Alan yada siin barbdaa yeroo hudaa
@hanakouch92814 жыл бұрын
Ebifamii muca kakuuu
@elenamassae10274 жыл бұрын
Akkuumaa farffannaketii siif yata'uu ammantikeefii isAtii of kennun ! ebbiffamii
@arifashak60724 жыл бұрын
uuuufffeeee oolee bulu ani sin alaa sin yaada sin barbaada yeroo hundaa sin yaada sin barbaada yeroo hundaa salgaale dheebodha goftaa koo argaamu ken naan boqoodha yesuus koo Hafuura ken naan boqoodha 😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Ebbiifama dachaa
Пікірлер: 178
Guyyatti yoo xiqaate 30 ol dhageefadheera.
Ameeen iliiiiiillllllllllllliiii..... waqaayyyoo siin haaa ebisuu dachaada...
Uuuffee Faarfaana hafuura nama haaressuu❣❣❣ waaqayyoo koo siin haa ebbiisu
Amen amen didham naf nagaankoo boqonnadhaa bali god bless you
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifami waqayyo bara hundumma si ebisuu dachaa dachaa dabale Uuufffee jaalalaa ketuu naa bitee 🙌🙌🙌🙌🙏🙏👏👏👏👏👏👏💞💞💝
Ayyaanni Siif haa baay'atu! Niftalem Amazing Director .....woaaawwwwwww!
Ameeeeeen Ameeeeeen eebbifamii afurraa keetu boqqoonnaa lubbuukooti .ebbifaami jabadhuu. Itti fufii
hedduu faarsaa namatti toludhaan oolle bullu dheebun keenya yesuusi eebbifami maranaataa! yesus dafii nuuf kottu har'as si barbaanna boqonna keenyatu, si'i dhalootni kunis si barbaada.....
akkuma tasaan ilaale malee itti yaadee miti garuu faarfannaan kun lapheekoo na xuqe waaqayyo guddaa godhee si haa eebbisu akkasitti gaafa kennaa ofi wajjin wal faana deeman akka dammaa namatti minya'aa inni irra keessa dhufu garuu alumaan uursee darba faarfannaa kan biraa akka nuu dabaltu abdiin qaba God bless U
Eebbifamaa faarfanna bareedduudha.......Eeyyan Gooftaa koo argamuu keetiif hafuura keetiin boqadha... Yesuus koo Gooftaa koo!!!
waqayyoo gooftaan koo si yaa ebbisuu ani dhugaa dubbachuf farfannaa kana yoon dhagefadhuu wantaan iyerusalem.jiru nattii fakkataa
Olé bulu sini haala sin yadda sii barbdaa yeroo hundaa Aleluya Aleluyaa Ashuu galata waqaayyoo Akkmi nama itti tola farifana kee uuuuuufe Abba ko kabajamii atti motii naga Iyeesssu koo
Waaqqaayyoo isiin haa Ebbisuu EBBIFAMAA
Waaqayyo si haa eebbisu namatti tola videon isaas bareedadha.
Uuuuuuuuuuuufffeee olen bulu ani sin ala dhugaadha isa male human hinqabu 😭😭😭😭😭😭😭 Eebbiifamii Nama waaqayyoo dachadhanii
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Aemnn Aemnn
Ammen ammeen ammen ammen uuuffeee ulfadhu Yesus ebbifamaaa ijjole diibamota darba demma 🌎🙏❤🎼🎼🎧🎧🎤🎤🎤🎻🎻🎻🎻
Thank you very much.woooohooo I so blessed by your song .Thank you Lord Jesus.
akkaasii itti fuufii akshiini baraakana ra maloo of eggii adaraa jabaadhu farsaa namtii tolu dha.eebbiiìiiiiiiiììfami.
eebbifamaa daachaa waaqayyoo bara keessaan yaa eebbisuu
amazing balikuuuu goftaan sii haa eebisuuu
Hulfaadhuuu gooftaakoo balina galatoomiii guddassa waaqayyoo si haa eebbiissuu
Laphee namaa qabbaneessa jechi Afaan isaa keessaa ba'u... Waaqayyoo si haa eebbisu... Jabaadhu Ammas waan kana caalu sirraa eeegnaaa
Faarfannaa baay'ee garaa nama raasudha. Gooftaan koo isin haa eebbisu.
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Amenn Ebifaama
Amazing GOSEPLE ! GOD bless you all !!
ooleen hin buluu sin ala sin yaadaa sin dheebodha yeesuus.faarfattoonni afaan oromoo waan oolma nuuf ooltanif galootama eebbifama.faarfannaa keessanin kiristoosin yaadanna dhugaadha .
Uuuuuuuuuuuuuufffffff kooo uuuuuuuuuuuuuufffffff ebifami goftan isin ebisuuu Ole hin bulu sin Ala sin Yada sin barbada uuuuuuuuuuuuuufffffff ♥️♥️♥️♥️
who is listening in 2020 with me ?i cant get enough❤️❤️❤️❤️
uuuuuuuuuu maloo ameeeeeeeeeén uuuuuuuuuffffff ameeeeèeeeeen eebbifamigooftakoo.ayyaniwaqayyoo dachadacha siif habaayatu.
Ufeeeeee ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen 👏👏👐👐👐🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲Waqayyoo sihaa ebbiisuuu
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Aemnn Aemnn waqaayyoo sii haa ebisuu
Faarfannaa baayyee namatti toludha! Waaqayyo isin haa eebbisu!
Ameen ameeeen waqayyo barafi jirenyaa kesaan haa ebbisuu ebbifamaa
Waqqayoo isiin haa ebbisuu!! Ebbifam
Eeyyee dhugaadha sagaleen gooftaakeenyaa abjuu dhugoomsa waan ta'e dheebotamaa daca dachaadachaan ebbiama baayy'ee keessanamatuu ykn kankootuu ittii boqote hin quufamuu dhugaaa
Warri kana hojjechuuf dhamaatan hunduu, dachaan eebbifamaa akkuma nu eebbiftan!
Faarsaa gara namaa raasuufi.baayyee namatti toluudha..Eebbifamii mucaa waaqaa
Nati tolee Gooftaan Ayyaana isaaf haa Baayisuu!
Uuuuuuffffffff Ameeeen waaqayyo baraa keessan haa Ebiisuuu bay'ee gara nama nyataa 😭😭↔️😭↔️❤️😭🙇♀️🙇♀️🙇♀️😭😭↔️😭↔️
utuun hin beekin....... Dhuguma Farfannaadha kun.
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Sila mali sitti fakkata sagale waqaayyoo garaa hin taneti hin micirini
@kelbesamerga7336
4 жыл бұрын
Dhiifama Obboleessa/tti koo, anoo waan hamaa hin yaanne, garuu erga jettee immo tole. Afaan oromoo kees achuumaan sirreeffadhu!
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Ok Ebbifamii
Gooftaan dabalee isin haa eebbisu!! yeroo edduun dhageefadhe quufuun dhadhabe.....
Ameen Ameen Ollee hin bullu Ani siin Alaa🙏😢😭Eebbifamii bilan Eebbifama hundinu
Ameeeeeeen ameeeeeeeeen olee bulaa sijalaa ameeeeen ebbifama ebbifama ebbifama ebbifama maaqa yesusin
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Amenn Amenn
eebbifamaa ijoollee waaqayyoo
Ameen Waaqayyoo saa eebbisu Dhugaan!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Eebbaaf ta'aa. Itti eebbifamneerra
Wow faarfannaa baayye keessa namaa jiisudha eebbifamaa. God bless u all more and more!
@biraneetarrafaa
4 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen 🙇♂️🙇♂️🙇♂️AMEEEEEN AMEEEEN Ameeeen Ameeeen 🙇♂️🙇♂️🙇♂️🙇♂️📖📖📖📖🙏
Ammmmen ebifamii nama waqa goftan sii haa ebisuuu olen buluuu sin Alan yada siin barbdaa yeroo hudaa
Ebifamii muca kakuuu
Akkuumaa farffannaketii siif yata'uu ammantikeefii isAtii of kennun ! ebbiffamii
uuuufffeeee oolee bulu ani sin alaa sin yaada sin barbaada yeroo hundaa sin yaada sin barbaada yeroo hundaa salgaale dheebodha goftaa koo argaamu ken naan boqoodha yesuus koo Hafuura ken naan boqoodha 😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Ebbiifama dachaa
WOW EEBB IFAMI BALLOO KLEENYAA FAARFANNAA BAREEDAA NUUF GUMAACHITEETTA
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Aemnn
God bless you !
Uuuuffffff eebbifamaa bay'ee namaati tolaa
Dhugaan faaruu garaa nama ciipsuu gooftaa sii haa eebbbisuu hundi faarfattoota utuu tasgabbiidhaan akkanattii faarsaanii
ameen!!!!!!! onnee nama tuqa gooftaan si haa eebbisu!!!!
Ameen eebbifami Balloookoo Faarsa bareedaadhaam
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Amenn Amenn
Ameeeen Ameeeen Ameeeeeen📖📖📖📖📖📖📖📖📖♥♥♥♥♥♥♥♥♥🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏ebbiifam obolleewan ko afuraa
bayye natti tole ebbifaami
Waqaayyoo ammaayyuu daddabaalee isiin haa eebbisuuu
Faarfannaa Kana Baay'een Jaaladhe !!!
Walaaloo isaa nuuf barreessa mee
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen waqayyoo saa ebisuu qaxalee mucaa iyesuus ❤❤❤❤❤
itti ebbifameera Ebbifaama itti fufaa
Uuuuffff farfaanna kana dhageefadhe hin quufu gooftaa koo dacha ayyana isaa isinif yaa baayyisu eebbifama
Waqayoo ayana isaa kana cala sif haa bayisu ebifamii dacha dachan
gooftan koo gudda sin haa eebbisu jabaadha.
Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo baraaf jireenya keesanii haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa eeebbifamaa dachaa dachaan
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen EEEÈEÈEBIFAMA haayanii siinf yaa baay'atu
Amennnnn tebareku
i have'nt any words onlt tnks my lord i have!!!!! ameeeen ameeen
Ameen Ameen Eebifamaa 🙏 ❤
Ameeeeen ufffffeeeeee ebbiifama
Uffffeeeee Eebbifami🙏
I can’t stop listening this song God bless you more 🔥🙌🏾
Ebbifamii Gudda
Yeroo kurnaffa dhageefachuu kootti...amma ille baayee naa hafaa
Ameen Ameen goftaan si haa ebbisuu Olee hin buluu sin alaa sin yaada sin barbada yeeroo hundaa #2 uuuuuffffeee
Ameeee ebifamaaa
wooooowwwww God bless you.
Dabalee sI keessaa haa burqu faaruun akkasii ammallee madda burqichaa isa ta'e KRISTOOSIIF galanni haa ta'u!
Ebbifami maqaa yesuusitin haadhoo koo!!!!📖📖📖📖📖❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen eebbifami
Waaqayyo kennaasaa siif laateera, Guddaa eebbifami. Baay'ee itti boqodheera, stay blessed!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Amen ebbifami dachaa
I couldn’t stop watching it though I watched 100x
baayyee galatoomi nama waaqayyo baayye namatti tola waaqayyo si haa eebbisu!
Faarfannaa baay'ee jireenya namaa eebbisudha. Abbaan Agent kana garuu Loogoon kee xiqqooshee otuu kanarra bareede jedheen yaada.
@yerusalemii1389
4 жыл бұрын
Aemnn
stay blessed what an amaizing song May God bless you more and more
may god bless you bro!!
Wwwaa waqayo dach dachaanii sin ebbisuu Ebbifamaa ayya waqayo dach sifi haa bayatu farfanna baay,ee namati toluu Uuuuuufffu
Far/dhugaa fi afuura waqaayyoo isin haa ebisu📖📖📖👍ayyanaa irraati ayyanaa isinf haa dabalu waqaayyoo abbaan koo💝💝💝💝💝🎹🎹🎹🎧🎧🎷🎷🎷🎷🎤🎵🎶🎼🎻🎸🎺🌷🌷🌷✔✔♥♥♥bashaatu berit irraa.🌷🌷
Akkam namatti tolaa Eebbifami
Ammeeen Ammeeen Ammeeen Ammeeen eebbiffama
Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen waqayyoo isinii haa Ebbisuuu dacha Ebbiffamii dhugaa farfana kana bayee jaladha
Uufeeekaaa ebbbififamaa dachaan
Ayyaanni kun dachaa sirratti haa baayyatu!
Oolee hin bulu siin ala! Ameeeeeen Thanks 🙏 🙏 🙏 God
Uffee maloo farsaa nama hin qubsinee eebifamaa
Ameeen Ameeen
Ameeeenx10000
Ufff uffffffff 😭😢😭😢😭sin yaadaa olee hin buluu