BABAARO - "Wallee Haacaaluutu kiyya Jaalachiise." Artist Zeeyinuu Maahbub.

BABAARO - "Wallee Haacaaluutu kiyya Jaalachiise."
Artist Zeeyinuu Maahbub.

Пікірлер: 76

  • @MilkesaSefera
    @MilkesaSeferaАй бұрын

    Artistin Kun gargaaramuu qaba. Oromookoo jajjabessaa sirbaa isaa haaraa vision Entertainment irratti dawwsdhafi❤❤❤❤

  • @usmailyasiin
    @usmailyasiin15 күн бұрын

    Zenu kabajama nama wallahi dhufen silala bilbilake utun argzdhe

  • @meseretseboka8834
    @meseretseboka8834Ай бұрын

    Jalqaba qophii babaaro etv irrattii gurbaa warra kamisee kana afferuu keesaanif galatoomaa jechaa bakkaa inii jiruu sana ta,aani hangaa of irraa darbaanii oromoof oromiyyaaf dalaguun hangaam akkaa ulfaatuu nama waan beekudha hundafuu jabadhuu mucaa keenyaa!!!

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279Ай бұрын

    Zayinuun gagaaramuu qaba.

  • @MiigooYoutube430
    @MiigooYoutube43025 күн бұрын

    Zeynu ko jabaa ofii abbatu jabeefata namni Kun gargaaramu qaba

  • @GGU900
    @GGU900Ай бұрын

    Haga har'aatti Zeeyinuun mucaa jimmaa natti fakkaatayuu🥰🥰🙏🙏

  • @AbdurahamanAman-ko1gw
    @AbdurahamanAman-ko1gwАй бұрын

    Zeeynuu koo bayyee sirbaa kee bontuu jimmaa kan jedhuu❤❤

  • @Eman2024-el4ng
    @Eman2024-el4ng27 күн бұрын

    Zenuuuu ko malif huqatee❤❤😢😢😢😢😢

  • @Geda-if7vp
    @Geda-if7vpАй бұрын

    An artist zeeynuu waan baay'eenin yaadadha .namoota hedduuf jaalalaa keessatti wal jaalchise

  • @TesfaSis-ki5ru
    @TesfaSis-ki5ruАй бұрын

    Woow zeynuu

  • @Eman2024-el4ng
    @Eman2024-el4ng27 күн бұрын

    Uuuuuuu❤❤❤❤❤😢zenuuu ko akam sijalanaaa nuf jiradhuuu. Bontuu jimmaa. Uuuffffff sagalee keee❤❤❤❤❤❤❤❤❤100/100

  • @bonsoberiso9675
    @bonsoberiso9675Ай бұрын

    goondaar tessee Oromia farsuu !! nice bro

  • @AbdurahimBadhaso
    @AbdurahimBadhasoАй бұрын

    Maaliif biyya san jiraatte garuu

  • @MilkesaSefera
    @MilkesaSeferaАй бұрын

    ETV A/Oromoo Galaatooma Artistin baay'ee jalaadhuu kana sagalee isaa waan naa dhageesistanif Zeeynuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @FandisheM
    @FandisheM29 күн бұрын

    Sijaalanaa jaba ofii

  • @user-uh2rl5gl3e
    @user-uh2rl5gl3eАй бұрын

    Wow zeeyinuu Baga nàgaan dhuftee saanyi koo na jiradhu urmii haragesaa❤❤❤❤

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed9016Ай бұрын

    Kuni walo walaga jima harage qofa keka wara numale badi asi amara kuni oromo miti

  • @dawwiifayisaa6000
    @dawwiifayisaa6000Ай бұрын

    Maaf hoqate Malo namni kuni 😢

  • @panaden1811
    @panaden1811Ай бұрын

    Beautiful & powerful music. Faya daya !!

  • @ahmadabdalah8980
    @ahmadabdalah8980Ай бұрын

    Wow zeynuu

  • @MubeJM
    @MubeJMАй бұрын

    Zenuuye❤

  • @razuabdo6821
    @razuabdo6821Ай бұрын

    Awww welcome back

  • @fireederesaafireederesaa3513
    @fireederesaafireederesaa3513Ай бұрын

    Jabaa keenyaa Baay'ee sii jalaadhaa ❤❤❤❤❤

  • @michaelkutane236
    @michaelkutane236Ай бұрын

    Baayyee gaarii dha. Jabaadhaa.

  • @HusenWallo
    @HusenWalloАй бұрын

    Wow ❤saggallee ajaa'ibati

  • @BekamEntertainment.
    @BekamEntertainment.Ай бұрын

    Jaabaadhu Leencaa koo guddisaa ijoollee warqiituu.

  • @user-wh3vj3df4h
    @user-wh3vj3df4hАй бұрын

    Wow♥️♥️♥️saboonaa walloo♥️♥️♥️♥️

  • @magalleoromiyaa1416
    @magalleoromiyaa1416Ай бұрын

    ❤❤❤ Artist kabajama ilma worqituu wel come 😢

  • @oliupdate9483
    @oliupdate9483Ай бұрын

    When i was young I have vibes with your songs 😢

  • @hahausuwu-pp9rz
    @hahausuwu-pp9rzАй бұрын

    Galatomii zenuu

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034Ай бұрын

    ❤❤❤ wallago biyaa sobontotaa

  • @MaakiiTofiqii-lw9ik
    @MaakiiTofiqii-lw9ikАй бұрын

    jabadhuu gootaa koo ❤❤❤😢

  • @NasirBurte
    @NasirBurteАй бұрын

    Zenu❤❤❤

  • @MdAmin-ho6nu
    @MdAmin-ho6nuАй бұрын

    Baga jiraatte gootako wallistootni kenyalle dagataman walloko😢😢

  • @Lidiyaa926
    @Lidiyaa926Ай бұрын

    Jabaa sanyii koo❤❤

  • @sabninaanmiidhagaa1602
    @sabninaanmiidhagaa1602Ай бұрын

    Zeeyinuu caalaattin jaaladhe❤

  • @robmag6764
    @robmag6764Ай бұрын

    mucaa kana haa jabeeffannu pls

  • @SameeraEndale
    @SameeraEndaleАй бұрын

    Galatomii zenuu❤❤

  • @AfandiAbrahim-rh3pu
    @AfandiAbrahim-rh3puАй бұрын

    Jabaadhu goota koo

  • @mohammedseid5905
    @mohammedseid5905Ай бұрын

    Jabaa nama Zaynuu koo

  • @Damu1021
    @Damu1021Ай бұрын

    Nama bade baga nagan dhuftee

  • @abdalaaahmad-de2dk
    @abdalaaahmad-de2dk29 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @SaadaAhmed-qe1yj
    @SaadaAhmed-qe1yj18 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @mudintube3012
    @mudintube3012Ай бұрын

    Anii jiimmaan sehaa duraan

  • @IbsaaKadiir-h9v
    @IbsaaKadiir-h9v25 күн бұрын

    Welcome 🙏

  • @user-cl2tl1sz3c
    @user-cl2tl1sz3cАй бұрын

    wow

  • @ChaliAlex-yw1dn
    @ChaliAlex-yw1dnАй бұрын

  • @foziyaamuktaar7434
    @foziyaamuktaar7434Ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @user-rc3nf9rx5e
    @user-rc3nf9rx5e27 күн бұрын

    Malo maltate akkati huqate sii dhukubeti moo 😢

  • @wakedibaba5369
    @wakedibaba5369Ай бұрын

    Duraan dursee warri ETV qophii Babaraaroo weellisa sagalee kiiloolee fi dandeetti cimaa qabu kana barbaaddanii afeeruu keessaniif galata qabdu. Baay;ee namatti tola jabaadhu jechaa haala fi iddoo rakkisaa (naannoo biraa) keessatti sirba Afaan Oromoo akkasiin hojjechuun nama dinqisiisa.

  • @user-dm7yj4vi8q
    @user-dm7yj4vi8qАй бұрын

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @user-ir1wy9nd8s
    @user-ir1wy9nd8sАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @dejenegadissie1871
    @dejenegadissie1871Ай бұрын

    Ajaa'iba 💪🤦‍♂️🤷‍♂️

  • @SefuFiqadu
    @SefuFiqadu15 күн бұрын

    Zeenuuko akkam akka wollo taatee ergan bare reef woggaa 3 guuta baayyeen sijaalladha garuu .maal taatee akkatti huuqatte???

  • @ZabibaJamal-os6gp
    @ZabibaJamal-os6gpАй бұрын

    Ayyi zenun kun dhuga muca cima ture oromon dagatu hin qabu jajabeesu qabna

  • @abdomoti-ol4en
    @abdomoti-ol4enАй бұрын

    garuu maaliif badee?

  • @RomanRoman-vj5xz
    @RomanRoman-vj5xzАй бұрын

    I told you Raya is Oromo region. Kmessy is not Amara region

  • @Nazirburqa

    @Nazirburqa

    Ай бұрын

    Irra caallaanii Afaan Oromo dubatu ufatta abba gadaa ofati ofi , sanu gaxessani yo sararani ala bahu ajiba

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279Ай бұрын

    Zayinuun sabboona oromoo hojii seena qabuu hojjeetee jira. Galta guddaa qaba.

  • @murshidalove9321
    @murshidalove932129 күн бұрын

    Anile heeu jaladha sirba idaa bonitu jimma jedhu

  • @user-cl2tl1sz3c
    @user-cl2tl1sz3cАй бұрын

    ni huqqatte nu jalaa abbeee

  • @WORLDWEB312
    @WORLDWEB312Ай бұрын

    Qomceetu afaan bare nan jedhikaa waaqa koo🙂

  • @Truthmedia473

    @Truthmedia473

    Ай бұрын

    Hin afuufin

  • @makiama9561

    @makiama9561

    Ай бұрын

    🙄😒

  • @DawitBeksissa

    @DawitBeksissa

    Ай бұрын

    Du'aa wahii dubbatuu keen dura hubadhu

  • @Milkiihabtamu28

    @Milkiihabtamu28

    Ай бұрын

    Maal si galchee sabaa barbaade yoo ta'eyyuu atti in oromo off in jeetuu maal guummachitte sabaa kanani inni ikoo aadaa,enyumma fi seenaa oromo beeksisee jiraa galataa qabaa🙏🙏

  • @MilkesaSefera

    @MilkesaSefera

    Ай бұрын

    Akkana hin jedhamuu alagaa gidduu ta'ee aadaa Fi afaan isaa beeksisaa ture. Kabajaatu malaf

  • @TesfaSis-ki5ru
    @TesfaSis-ki5ruАй бұрын

    Woow zeynuu

  • @HusenWallo
    @HusenWalloАй бұрын

    Wow ❤saggallee ajaa'ibati

  • @AbdurahimBadhaso
    @AbdurahimBadhasoАй бұрын

    Maaliif biyya san jiraatte garuu

  • @fugu8990
    @fugu8990Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @AlwaanAhmad
    @AlwaanAhmadАй бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @jaletahassen5115
    @jaletahassen5115Ай бұрын

  • @hshshshshshsh4959
    @hshshshshshsh4959Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @redinasir6265
    @redinasir6265Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

Келесі