Baga nagàyaan nuuf dhuftan goota keenya beekaa obbo girmaa gammachuu fayyaa nuuf taa.aa gaafiin takka yeroo baayyee kan na keessa iyyitu takka jirti isiiniis lixni wallaggaa kun beektota hedduus qabu garuu dhabbonni garagaraas kessa jiru fakkanyaaf shanee dhaabni jedhamu kuni buqqaatuu ABO kan ture lixa wallaggaa bira darbee guutuu oromiyaa keessatti fokkina guddaa waan fidaa jiruuf maaliif waan kana balleessuudhaaf hin dalagne
@dargeadenew96765 жыл бұрын
First and foremost, my gratitude is unprecedented for OBN to present such mine of history and Anthropology of Oromo in Professor Gemechu Megerssa. Long Live Professor Gemech Megerssa!!!
Dhugaa oromoo namin argee mama muraasa .jiraadhaa.
@mulatailovelamamagarsatoda98594 жыл бұрын
Good Doctor for ever oromia people
@jiruulfata53 Жыл бұрын
Jiraadhuu umurin kee haadheeratuu Dr Gammachu
@mulatailovelamamagarsatoda98594 жыл бұрын
Thanks god obn getting better
@alikodinko91585 жыл бұрын
Dr. Gammachuu the Oromian great, you said that you were in Sudan during Haile Silassie's rule, so please do you know/rember the other Oromian great, Obbo Ejjeta Fayisa (his soul may rest in peace) who at that time was in Khartoum Sudan ? Obbo Ejjeta Fayisa was one of those Macha-Tullama founder, but later escaped to Sudan after Haile Silassie's iron-hand landed on Macha-Tullama members.
@OmarAhmed-zx9pn5 жыл бұрын
way Bekaan nama akkana Umrii nuf dheeradhu Dr,Gemechu. Beekaa nama jechuun akkana.
@muktaermohammed2377 Жыл бұрын
Dr what about our port city such as red sea Port of zalila or the Harar Gate. And then the southern Indian Ocean port city of Lamu or Tana river county. So we will continue fighting until Independents of oromo Land muktaer W.B.O e.t.c
@mulukenkebede53613 жыл бұрын
The Giant anthropologist that we have....umrii nuf dheeradhaa
@A.D.5405 жыл бұрын
Dr. Who I know this guy lol nice to know his voice hasn't change.
@muugetaooo67785 жыл бұрын
Please do some thing with Refit valley University
@abdubadri66415 жыл бұрын
Umrii isiniif haalaatu.
@jiruulfata53 Жыл бұрын
Hi Dr,oromoo constitutional reform and gada civilisation study, please would you inform us studing instructions ? Jiruu ulfaattaa
@mulunegari79842 жыл бұрын
DHUGAA DHOKATTEE FI HAQA JALATTEE HIMUU FI BOODHA HIN DHABINU JABAADHA TOKKUMMA DHUGAA JABEESAA GAREBUMMA ISAA DHUMMA HAA TA'U
@mulatailovelamamagarsatoda98594 жыл бұрын
Doctor yes Doctor ara the best
@Educationers123 жыл бұрын
buli jabaa keenya.
@wondimujebessa33034 жыл бұрын
Dr garaadhuma nageessuum maaloo, uf baguman oromoo ta,e
@jiruulfata53 Жыл бұрын
Waan garridhaa jiraadhuu
@hdoromotube71635 жыл бұрын
Dr jiradhuu
@brahanedabala71645 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍 👍👍👍💝💝💝
@danielemeyu46384 жыл бұрын
OROMO LISTEN THIS PERSON ODP,ABO,WBO, KFO, PLEASE HELP HIM TO WRITE AND LEAD HIM TO STAGE TO TEACH OROMO.
@chalaasefagaleta65042 жыл бұрын
Jabaa kenya
@brahanedabala71645 жыл бұрын
Bayyee galatooma
@qulqulitimilkeso9725 Жыл бұрын
great
@mulatailovelamamagarsatoda98594 жыл бұрын
Gaalaatoomii doctor fayiisaa
@RamseSanitary Жыл бұрын
Waqnii umri nuf hadheeresuu
@guutaa1 Жыл бұрын
❤❤❤❤Ayi nama kanaa
@legessedinka19452 жыл бұрын
Prominent Oromo figure. Dr .Gemechu is an Oromo dictionary.
Iranian nuclear power plants and written by the chance of sciences Acaluu gabaa gaafa xiiqii ardaa marii onneen lafaafi nafaa medical center of school yuniversity ijaafuudhi Imaanaa new generation to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan Tokkummaan NugusuTilahun hinbeektus hin arginee yaadee hin dagatiin harkiis furtuudha Ciqileedha ummataaf irkoodha goobanaa ji'a lot more Ida'amuun dhaloota qubee new generation to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan Sirna hargansuu qaaliidha gumaadha yaadii Dubbisii jechama Abiyy Ahmad ogummman Gammachuuf gzx Nural hudduun lubbuu yaadee
@user-zv5nv3js5w Жыл бұрын
Wel come
@user-my8sd6vf5r5 жыл бұрын
Baayee galatoomaa
@naasir51396 ай бұрын
Jaal Dr Gammachuu teessoo itti argachuu danda'ama?
Пікірлер: 139
OBN atis waa'ee qamadii dhiisitii ummata keef dhaabadhu, Dr gammachuu magarsaa umurii nuuf dheeraadhaa❤
Beekaa akkasii qabaachuun carrooma qofa miti, kennaa wqyooti, Dr. Gammachuun kuusaa mana kitaabaa guddicha Oromooti. OPODOn nama akkasiifaa gargaaruurra soorama qar. 3000 baaftee qodaa cabaa gootee hayyuu Oromootti taphatti.
Hayyuu seenaa fi qabsa'aa oromoo goota jechuun isa akka keessaniiti Dr❤💚❤ umurii keessan nuuf ha dheressu
Dr. Galaxy has to be interviewed frequently to teach the value Oromo held for all world.
I love this man. Your waaqqayyoo is my waaqqayyoo. I need no more. I'm proud to be Oromo.
@danieldilbo4078
2 жыл бұрын
Dr I love for ever. Please continue to share your thoughts and knowledge.
Please keep bringing this very intellectual man we need to learn more for him may waqqaa bless you and long live. Very honest man
culture and turism beuro of oromiya must use in its library please reserve this person wwwwwww i can;t believe DR. LONG LIVE
The man who holds the truth, dr Gemechu!
The Dr. Who is a Dictionary of Oromo society. What kind of the man amazingly knowledgeable.
hayyuu Ciimaa keenya nu jabadhuu dhuguma jetee gowwaan tokkoo tokkoo yaduu hin dhisuu.
Qabeenya keenya Guddaa Dr. Gammachuu isiini boonna, umurii dheeraa nuuf jiraadhaa!
Baga nagàyaan nuuf dhuftan goota keenya beekaa obbo girmaa gammachuu fayyaa nuuf taa.aa gaafiin takka yeroo baayyee kan na keessa iyyitu takka jirti isiiniis lixni wallaggaa kun beektota hedduus qabu garuu dhabbonni garagaraas kessa jiru fakkanyaaf shanee dhaabni jedhamu kuni buqqaatuu ABO kan ture lixa wallaggaa bira darbee guutuu oromiyaa keessatti fokkina guddaa waan fidaa jiruuf maaliif waan kana balleessuudhaaf hin dalagne
First and foremost, my gratitude is unprecedented for OBN to present such mine of history and Anthropology of Oromo in Professor Gemechu Megerssa. Long Live Professor Gemech Megerssa!!!
Umrii nuuf dheeradhu hayyuu oromoo Dr.gammachuu
Dr. Gammachuu Magarsaa!!! Naa Jiraadhaa!! Rabbiin Umurii Dheeraa isiniif haa kennuu!!
Dr. Umurii nuuf dheeradha. Isin kabajna, isin jaalanna. Otoo jabaa akka keessanii; dhugaa saba isaatiif quuqamu baay'ee qabaannee rakkoon ummata keenyaa hin dheeratu ture. Isin jechuun galmee seenaa socho'uudha. Waan of harkaa qabdan kana otoo Kitaabaan dhalootaaf keessanii jechuun barbaada.
Dr nuuf jiradha umurii dheraa isinif haa kennu waaqni
Abbaa Kenya kan hedduu Jaalala Fi Kabaja qabnuf Umrii nuf dheeradhu Rabbii Warraa fana tee Tanara deemu nuha godhu.
umurii dheeraa nuuf jiraadhu Dr keenyaa! atis yaa gaazixeessaa keenyaa hojii akkasi itti fufi
Hayyuu beekaa keenya nuuf jiraadha Dr, Gammachiis Umurri dheeraa qabadha!!
Hayyuu dhugaa. Doktor. Gammachu Kenya umuri nuf. Dheradhu
Uffayi baayyee natti toleera sagalee Dr. Gammchuu dhaga'uun sammuu bashannansiisuudha.
wooowww%caammaa sobduu hin dhungadhu jedheen biyya kootti gale....amazing one...umurii nuuf dheeradhaa
Yaa Rabbii Beekaa akka Dr Gammachu Magarsa kana nuuf itichi, umrii nuuf dheeressi. Warri OBN kunis isin dinqisiifanna, Galata qabdu Laphee ummata Oromoo keessa jirtu, Jabaadhaa Jabaadha ammallee ol adeemaa.
Rabii lafaa qabanaa si ha ka'uu Dr keenyaa nuf jiradhuu
Dr. Gemechu oromuma irati umata kegna weltkeba ...
Dr. Gemechu is ammezing person
Dr. Gammee waaqayyo umurii keessan nuuf haa dheeressu Hayyuu oromoo
Lafa dhugaan hinjirre nagaan hinjiru Dr. Gammachuu Magarsaa!
Dorgaadorgeef nyaannisqalbiin Radiologist ZinnashTayyaachow nafaa dubbiif waraana Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee congratulations walqixa hin dhoksine to yaada mo'ataan harkis waraana haqa ofii libsuu ijaa dubbiif
I love you dr gammachu
Kan gurra qabu haa dhagahu! Hooquba Dr. Gammchuu!
@ahmedadem3335
3 жыл бұрын
Always in my heart I one make sure my k to follow to your leadership.
...umurii dheeraa ..!!😍😍
Rabbiin Umrii Harraagessaa isiniif haa kennu
Silaa Hayyu akkanaa osso qabnuu warii amara donkoroon nuratii afaan bantii nama kanaa jabessa qeerro D.r gamachu bayy'ee galatomi galanii kee bilisumma oromo haa ta'uu nama dhugaa qofaa dubatuu kaan nuraa egamuu tokkumma kenna jabessu qofaaa ...
@SisayGessese-fo2nd
2 ай бұрын
Elaa ati amma donqoroodha.irra deebii ilaali.
Brilliant person!
We love you Long live Dr
Very intellectual. A man who stands for reality.
Goota qorataa seenaa ,dudhaa fi hayyuu dhalotaa qubee nuf jiraadhuu
We Oromoo so lucky thank lord
great person ,Dr nuuf jiradha
Umrii dheeraa nuuf jiraadhu Dr.
Ordaa siinitti galcheka Yaa warra obn Dr gaammeen
Brilliant man
The walking library of Oromoo folklore !
Uuuuu anii Dhugaa baayee hin jaalladha dr umrii dheerraadhhaa
Umrii nuf dheradhuu ♥️♥️🌹🌹♥️♥️💝
Doctor you are Right Doctor truth history talking about
Namnii waaqayyoon hin qabnee duwwaadhaa garuu dr.jibinsaa amantaa ortodooksiif qabuu baay,ee guddaadhaa keessamatuu tv.ltv jedhuu irraattii nuf muldhisee jira .
Jechaan itti isiin ibsu dhabee anii, waaqni umrii keessaan haa dheerresuu
dhugumatti isin guuboo seenaati
BAGA JIRTAN DR.GEMACU DHUGAA JIRUU WALII FI DHABARESUU HIN DHAGGTINA GALATOMAA.
Hayyuu keenya umuri dheeradhu jennaan!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Thank you Mekonnen!
Umurii dheeraa isiniif ha kennu
Dhugaa oromoo namin argee mama muraasa .jiraadhaa.
Good Doctor for ever oromia people
Jiraadhuu umurin kee haadheeratuu Dr Gammachu
Thanks god obn getting better
Dr. Gammachuu the Oromian great, you said that you were in Sudan during Haile Silassie's rule, so please do you know/rember the other Oromian great, Obbo Ejjeta Fayisa (his soul may rest in peace) who at that time was in Khartoum Sudan ? Obbo Ejjeta Fayisa was one of those Macha-Tullama founder, but later escaped to Sudan after Haile Silassie's iron-hand landed on Macha-Tullama members.
way Bekaan nama akkana Umrii nuf dheeradhu Dr,Gemechu. Beekaa nama jechuun akkana.
Dr what about our port city such as red sea Port of zalila or the Harar Gate. And then the southern Indian Ocean port city of Lamu or Tana river county. So we will continue fighting until Independents of oromo Land muktaer W.B.O e.t.c
The Giant anthropologist that we have....umrii nuf dheeradhaa
Dr. Who I know this guy lol nice to know his voice hasn't change.
Please do some thing with Refit valley University
Umrii isiniif haalaatu.
Hi Dr,oromoo constitutional reform and gada civilisation study, please would you inform us studing instructions ? Jiruu ulfaattaa
DHUGAA DHOKATTEE FI HAQA JALATTEE HIMUU FI BOODHA HIN DHABINU JABAADHA TOKKUMMA DHUGAA JABEESAA GAREBUMMA ISAA DHUMMA HAA TA'U
Doctor yes Doctor ara the best
buli jabaa keenya.
Dr garaadhuma nageessuum maaloo, uf baguman oromoo ta,e
Waan garridhaa jiraadhuu
Dr jiradhuu
😍😍😍😍😍😍 👍👍👍💝💝💝
OROMO LISTEN THIS PERSON ODP,ABO,WBO, KFO, PLEASE HELP HIM TO WRITE AND LEAD HIM TO STAGE TO TEACH OROMO.
Jabaa kenya
Bayyee galatooma
great
Gaalaatoomii doctor fayiisaa
Waqnii umri nuf hadheeresuu
❤❤❤❤Ayi nama kanaa
Prominent Oromo figure. Dr .Gemechu is an Oromo dictionary.
KKKK LOVELY DR . OOOOOOOOOOOOOOOOKKKKK
Mudannòo gzx mootummaadha Shira Mallaszenaw no diina dugdaa taanee goototaa keessumadha imimmaanii Addee Caaltuu Saanii Cufaafuu to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan Sirna minilikin riqicha bulchinsi kufee hin dagatiin Furmataa ONN freeHoggantoota
Man of methods
Jabaakoo
🤩💯
Waaqeeffeettan baka qabachuu qaba
We are oromo all olf
Cyclopedia of oromo.
Iranian nuclear power plants and written by the chance of sciences Acaluu gabaa gaafa xiiqii ardaa marii onneen lafaafi nafaa medical center of school yuniversity ijaafuudhi Imaanaa new generation to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan Tokkummaan NugusuTilahun hinbeektus hin arginee yaadee hin dagatiin harkiis furtuudha Ciqileedha ummataaf irkoodha goobanaa ji'a lot more Ida'amuun dhaloota qubee new generation to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan Sirna hargansuu qaaliidha gumaadha yaadii Dubbisii jechama Abiyy Ahmad ogummman Gammachuuf gzx Nural hudduun lubbuu yaadee
Wel come
Baayee galatoomaa
Jaal Dr Gammachuu teessoo itti argachuu danda'ama?
umurii harragessaa jiraadhaa
Hayyuu Seenaa
Galatooma
MashalaDrBayeenatitoolitNujiradhaAyuOmoKeenyakkkklllll😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🙌💚💚💛💛💓💓😍😍😍💕💕💚💕💕💕💪💪💪💪💪💪💪☝☝👍👍👍☝☝☝☝👌👌👌👌👌👂👂👂💪💪💪💪💟💟💪💪💪💪💪💟💟💟💪💪💪💪☝☝👍👍☝☝☝☝☝☝👍👍👌👌👌👌👂👂😘😘😘😍😍😍😍🙌🙌😘😘umurinudeeradhaLeeChKeenyaAmiiiiiniiiimiiii
Attention Ibraahim jabaadhuu halkaniis radio garaan Oromoon har'as1991fi2013diinaethiopia abadanhin nutuffis abjuudha mooyamee Ethiopian guyyaafi halkaniis radio garaan Oromoon har'as1991fi2013diinaethiopia Barachuun raajidha gurriis bultiif fedhiin lubbuu
Kunni rajidha wwoooo