No video

Ajaa'iba dhuguma hojjataan mootummaa sadarkaa kanarra gaye 🙆 laaqanaaf mana amantii keesa turra

Пікірлер: 83

  • @rozaoromo217
    @rozaoromo217Ай бұрын

    Kuni wol- nama hin gaafachiisuu Ammoo wonni nama yaaddeessu akkanumaan wojji ammayyu xiyyeeffannoo wol woraansa tahee itti fufuu isaati Yaa rabbi nageenya waaraa nuuf fidi biyya keenyatti

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150Ай бұрын

    Guddaa Galatoomi Abdii 🎉🎉🎉

  • @AliMohamed-gi1tt
    @AliMohamed-gi1ttАй бұрын

    Gochaan suukanheessaafii gara jabummaa fiinxaaleyyiin raawwatte mmiidiyaalee addunyaafii biyya keessaatiin ijoo dubbii tahee balaaleffatamuu qaba.

  • @JamaalEdao
    @JamaalEdaoАй бұрын

    Rabbiin haa lafiisu kaa waanuma hundaayu 😢😢

  • @user-oi5br1mh1d
    @user-oi5br1mh1dАй бұрын

    Abdu Ati nam jabaadha jaarirra baradhu durriyyeef deebisaa dhiisi qabsoo itti jirta jabaadhu

  • @ObsinetObsinet-ws5hw

    @ObsinetObsinet-ws5hw

    Ай бұрын

    Thank you

  • @Muldhisaa11
    @Muldhisaa11Ай бұрын

    Hojjattoonni Mootummaa Abii Mindaa dhabuun kijibaa mitii dhugaa dhugaan akka isii hin jirre maalif Waraana Kuma 50 Leenjjisaa Daroonii bitaa Minddaan Eessa jira.

  • @basteE-tx8ke
    @basteE-tx8keАй бұрын

    ❤❤❤❤ Rabbii gudda inumaa egnaa kaa hangaa bakkaattii nuufi debbiisu

  • @user-lz9on8tr7w
    @user-lz9on8tr7wАй бұрын

    Wayyoo yaa Rabbi biyyii Tenyaa maal ta,aa jirtii kaa Hedduu Nama Gadisisaa 😢

  • @MomaArsii
    @MomaArsiiАй бұрын

    Subana.allaha.maluma.tatan.oromoo.abduu.jabadhuu.sagalee.ummata.tatii💔💔💔💔

  • @FahmiFanka
    @FahmiFankaАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Abdu as wr wb jirta sanyi email kiyatu bilbila hariyati naf darbu dide select image ja.a bles naf debisi kesanins siti mokaren dadhabe raabin siqabe bro

  • @HamidMamee

    @HamidMamee

    Ай бұрын

    Email kee yoo Email fi password qabaattee bilbilli ittiin bante ykn recovery Email fi recovery numberii hin qabaanne badee jira siif tola jadhee hin yaadu yoo lakkoosi jalqaba ittiin bante si harka jiraate forget godhiiti yoo lakkoosa sigaafata ta'e lakkoofsa ittiin bante san itti naqii code achirtattii siif dhuftu saniin mokkorii san booda email kee seera qabeessa taasisi recovery numberii ykn recovery Emailii seera qabeessa tahe itti galchuun seera qabeessa taasisi

  • @AliMohamed-gi1tt
    @AliMohamed-gi1ttАй бұрын

    Appreciate very good Report keep doing bro !!!

  • @user-qk9yv8qf4m
    @user-qk9yv8qf4mАй бұрын

    Abdu isaa biraa raabiitii dhifnee attii baga geese obbolesaa koo

  • @godawajjiitube
    @godawajjiitubeАй бұрын

    Jabaadhu ❤❤❤❤❤

  • @mabubaabamca4392
    @mabubaabamca4392Ай бұрын

    Subahanallh aja 'ib

  • @AminAdam-v7t
    @AminAdam-v7tАй бұрын

    Anumoo mindaa nyachaa jiraa garu isumaa dhuga mindan kalee gadi dhifame garu harra liqi nyadhee jiruu

  • @jafare6250
    @jafare6250Ай бұрын

    yarabbikoo mall wooya umanii keeya rakatee rabbin jarafii hallafisuu😢

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jzАй бұрын

    Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖💞💞❤️❤️💕💕👍💯☝️

  • @user-mv7oj3dr6r
    @user-mv7oj3dr6rАй бұрын

    Abduu Kenya carran oromoo maali yaarabbi nubaraari

  • @user-jy7bd6zx2v
    @user-jy7bd6zx2vАй бұрын

    Jiruun nutii qaloftee akkaa ittii jirannuu dhabnee sababaan rakoo nagenyaa tahuu dandaa

  • @AlaHma-fj6oe
    @AlaHma-fj6oeАй бұрын

    Rabbin biyya kenna haa birmatu ishalla

  • @hahahshhs2475
    @hahahshhs2475Ай бұрын

    Nutti umani oro hangaa yoom fin xaleyiin dhumana umani kenya ka.ee hidhachu qaba fali bara hin jiruu.

  • @ZarituDaraje-fs5qp
    @ZarituDaraje-fs5qpАй бұрын

    Safuu safuu yaa waqayoo biyyaa kenyaa yadadhuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @hawwiiwalagaa1780
    @hawwiiwalagaa1780Ай бұрын

    Amaalaa qabeesakoo❤❤

  • @radiyaahusen8072
    @radiyaahusen8072Ай бұрын

    As wr wb akkam jirtaa mee jabadhuu mashaallah

  • @oliifmedia850
    @oliifmedia850Ай бұрын

    Welcome bro 🎉qaalii

  • @user-jq6id4xo4m
    @user-jq6id4xo4mАй бұрын

    😢😢😢😢😮😮😮😮wayo Wayo lamiuko gubane

  • @TamimaTube
    @TamimaTubeАй бұрын

    Subbahaan Allaah

  • @user-un4px4wk1r
    @user-un4px4wk1rАй бұрын

    Abdulqaadir dhugaa dhugaa nu mannaa warra hojii guyyaa hojjetu wayya!!!

  • @iqlimaamme6870
    @iqlimaamme6870Ай бұрын

    Subahanallah subahanallah jzk

  • @ssesss1235
    @ssesss1235Ай бұрын

    ❤❤❤🎉🎉🎉 natuu dura

  • @yasinMohamad889
    @yasinMohamad889Ай бұрын

    Kuma afurin qoffan hojachaa jirraa

  • @user-jz7cu4el2o
    @user-jz7cu4el2oАй бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuuuu qaata dhumnee bekka baqaa

  • @bilisumaahajjjelan7963
    @bilisumaahajjjelan7963Ай бұрын

    Welcome ❤ 💚 Abdu ❤💚❤✋

  • @Nadhii_galaan_3
    @Nadhii_galaan_3Ай бұрын

    0:06

  • @HadabbaTiyyaa
    @HadabbaTiyyaaАй бұрын

    Hundi issni isilama jedhani wly

  • @user-iw6nl8eg7o
    @user-iw6nl8eg7oАй бұрын

    Isaantu faarsee bulee dantaa isaanii😅😅😅😅

  • @AwolAman-xl2gl
    @AwolAman-xl2glАй бұрын

    Waa'ee mindaa barsiisotaa osoo dhagahamee màltu jedhama laata?

  • @alammelke_tube
    @alammelke_tubeАй бұрын

    Jy❤❤🎉

  • @user-ui3vr9bz7u
    @user-ui3vr9bz7uАй бұрын

    Dhuugaa keetiii

  • @nasirjamaalnasirjamaal1506
    @nasirjamaalnasirjamaal1506Ай бұрын

    Namichaa kaanaa maaf ofraa hin darbiinee

  • @user-kx5hh9wj9c
    @user-kx5hh9wj9cАй бұрын

    Subhanallah 🤔🤔🤔🤔🤔

  • @Nadhii_galaan_3
    @Nadhii_galaan_3Ай бұрын

    0:22

  • @user-gl1yq2ec4b
    @user-gl1yq2ec4bАй бұрын

    Bayyee kani nadhiibu warii oromo bulchena jedhani mali hojecha jiru? Akkamti jaratni kosni kuni oromyya kessa galte kana hojeti?

  • @ibsaamin-eg9zu
    @ibsaamin-eg9zuАй бұрын

    Fira kiyyaatu keysa jira 37

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafarАй бұрын

    😭😭 11:28

  • @TesfayeZergawu
    @TesfayeZergawuАй бұрын

    Itinerary for tat is the only answer

  • @HawaMohammed-rg5cy
    @HawaMohammed-rg5cyАй бұрын

    🎉🎉🎉❤❤

  • @ghssjshhdbdndj2506
    @ghssjshhdbdndj2506Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-kx5hh9wj9c
    @user-kx5hh9wj9cАй бұрын

    😢😢😢😢😢

  • @SufiyaanMuhamad
    @SufiyaanMuhamadАй бұрын

    😢😢😢😢

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif1945Ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢

  • @rahmadamaa-td5ro
    @rahmadamaa-td5roАй бұрын

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @muktaraballa5643
    @muktaraballa5643Ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @alimaakamaal5741
    @alimaakamaal5741Ай бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭

  • @MeyiramAli
    @MeyiramAliАй бұрын

    Abdu❤❤❤king

  • @user-py3xe8bz7t
    @user-py3xe8bz7tАй бұрын

    💕💕💕❤️🌹🌹💞💯💯💯

  • @rajkumarr2191
    @rajkumarr2191Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SufiyaanMuhamad
    @SufiyaanMuhamadАй бұрын

    Shane hatuu mandara esaa jirtii

  • @diini9165
    @diini9165Ай бұрын

    Naafxanyaan Akaanaa issiin gotee deebiitaniitumaa waallin jiiratuu yaa oromo😂😂😢😂😅😊

  • @user-gz5eh6ne7l
    @user-gz5eh6ne7lАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤galatomi

  • @AminAdam-v7t
    @AminAdam-v7tАй бұрын

    Waan dhugaa mullataa qabeenyii oromoo

  • @user-jy7bd6zx2v
    @user-jy7bd6zx2vАй бұрын

    😂😂😂😂😂

  • @makiama9561

    @makiama9561

    Ай бұрын

    Maa kolfiita?🙄😏

  • @jemsibon
    @jemsibonАй бұрын

    Dantaa saaniti

  • @habtamuderesa6098
    @habtamuderesa6098Ай бұрын

    Keenya hooma dhageetti hin qabu, kan isaani yeroo darbee jarsii sun qeerroodhan rukkutame jedhani midiyaa hunda irraa iyyamaa turee keenya garuu akka kanatti ibiddaan guubatee dhageetti hin qabu.uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu

  • @obseobse563

    @obseobse563

    Ай бұрын

    Oromoon keenyaa gowwaadha jaarsa tokkiichaa nama meeqaa ta'anii rukitanii ittii iyyanii video warabanii Garuu warrii amaraa akkas mitii dhoksanii ummataa jumlaadhan fixxii

  • @ibsaamin-eg9zu
    @ibsaamin-eg9zuАй бұрын

    Lakkoofsa isaani siifin erga yo barbaade

  • @iamoromonotethiopia3095
    @iamoromonotethiopia3095Ай бұрын

    Yaa Allah eliminated AbiyAhmed dictatorship hatuu pp

  • @user-jx3qj8ju6w
    @user-jx3qj8ju6wАй бұрын

    ፋኖ ቤት አርጎ ነው የገባው

  • @xahiiroromoYouTube
    @xahiiroromoYouTubeАй бұрын

    Oromo wanii taefi calisaan

  • @aamino-gh5ov
    @aamino-gh5ovАй бұрын

    Hojjatoonii mootummaa sobaa hasawwaa jiruu motummaa nannoo kenyaa maqaa arbsuu jechuudha malee wantii dhugaa hin jiruu warra kan hassoftuu warra hannaa dhabee qofaa

  • @AguareeAgua
    @AguareeAguaАй бұрын

    Yaa Suubaha Allaah 😢🙈

  • @user-yy5re7ei4f
    @user-yy5re7ei4fАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisumaahajjjelan7963
    @bilisumaahajjjelan7963Ай бұрын

    😢😢😢😢

  • @JmilaKbada
    @JmilaKbadaАй бұрын

    😢😢😢😢😢😢

  • @samirabalcha3879
    @samirabalcha3879Ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢

Келесі